ልጥፎች

ከጁላይ, 2020 ልጥፎች በማሳየት ላይ

ከጠ/ሚ ዶ/ር አቢይ አህመድ ጋር በትግርኛ ቋንቋ የተደረገ የቃለመጠይቅ

ምስል

Hidha Abbayyaatti guutinsi bishaanii marsaa jalqabaa xummurameera

ምስል
Finfinnee,Adoolessa 15/2012(TW) Hojiin Hidha haaromsaatti bishaan guutuu kan marsaa duraa akka xummurame qaamoleen gara garaa mirkaneessaa jiru Ameerikaatti Ambaasaaddar Itiyoophiyaa ta'uun tajaajilaa kan jiran Ambaasaaddar Fitsum Araggaa fuula Tuwiitara isaaniirratti baga gammaddan! jechuun dhaamsa dabarsaniin hojiin torban lamaan darban hidha Abbayyaatti bishaan guutuu akka raawwatame mirkaneessaniiru. Ambaasaaddar Fitsum akka jedhanitti gutiinsa bishaanii waggaa jalqabaa kanaan hidhi haaromsaa bishaan guutee irraan dhngala'aa jira. Waajjirri muummicha ministiraas odeeffannoo miidiyaawwan adda addaatiif kenneen hojiin hidha haaromsaa bishaan guutuu  haala milkaa'aadhaan akka xummurame mirkaneesseera. Miidiyaawwan Tigraay gamasaaniitiin Hidhi haaromsaa bishaan hin guutamne,karoorri torban lama keesatti bishaan guunna jechuun qabames hojiirra hin oolle jechuun gabaasaa kan jiran yammuu ta'u qondaaltoonni Naannoo Tigraay kan taayitaa irraa ari'amnii baqatan