ልጥፎች

ከሜይ, 2021 ልጥፎች በማሳየት ላይ

Ibsa Adde Adaanach ilaalchisee...

ምስል
 Gaaffiifi deebiin itti aantuun kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee adde Adaanach Abeebee haala wayitaawaa irratti kennan dhimmoota mamsiisaa ta'an baay'ee irratti iftoomina kan uumedha. Baay'ee gaariidha.Wantoota diinotaaf karra banan irratti xiyyeeffachuudhaan hawaasni daldaaltoota siyaasaa irraa akka of eegu taasisuun barbaachisaadha.Akanatti afaan qabachiisuutu fala waaraa fiduu danda'a. #Finfinnee #Ethiopia