Ibsa Adde Adaanach ilaalchisee...

 Gaaffiifi deebiin itti aantuun kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee adde Adaanach Abeebee haala wayitaawaa irratti kennan dhimmoota mamsiisaa ta'an baay'ee irratti iftoomina kan uumedha.


Baay'ee gaariidha.Wantoota diinotaaf karra banan irratti xiyyeeffachuudhaan hawaasni daldaaltoota siyaasaa irraa akka of eegu taasisuun barbaachisaadha.Akanatti afaan qabachiisuutu fala waaraa fiduu danda'a. #Finfinnee #Ethiopia

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Lafa Keenya Nujalaa Gurgurachuufi?

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)

Ibsa Konfaransii Dhaabbattummaa 8ffaa Dh.D.U.O