Dachee hundaaf toltu Kan misoomaaf ooltu Nuu jiraadhu! umuriinkee haa dheeratu! Si diiguuf kan fedhan Yoomuu kan abjootan Ergamtoota ta’uun Diinatti michooman Shaabiyaatti erkachuun Of tuultoota firoomfatan Dhiphummaa leelisuun ilaalcha borcameen keessakee boressan Dhiiga dhangalaasanii lubbuu balleessuudhaan Qabeenyakee barbadeessan Beekaa mufachiisan wallaalaakee dogongorsan. Hin ta’u Oromiyaa duubatti hin deebitu! Guddinni hin dhaabbatu,fakkeessituu hin baatin Saamtootakee hin obsin Mancaasi of keessaa Saaxiluudhaan baasi,Seeratti dhiyeessi!
አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ