Birriin miiliyoona 10 badhaasaaf qophaa’e

 Finfinnee,Muddee 09/2013(TW) Minsteerri Raayyaa ittisa biyyaa badhaasa qopheesseera

Hooggantoota Juuntaa ABUT bakka isaan jiraan kan eereef Birriin miiliyoona 10 badhaasaaf qophaa’u Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksise.

Leetanaal Jenaraal Asiraat Denneeroo guyyaa har’aa akka ibsanitti hooggantoota Juuntaa ABUT yeroo gabaabaa keessatti too’annoo jala oolchuuf carraaqqii taasifamuuf badhaasni qophaa’uu beeksisaniiru.

Miseensoonni Juuntaa akka bittinnaa'an himamaa kan jiru yammuu ta'u kanneen lubbuun darbes akka jiran odeeffamaa jira.Odeeffannoon kun hanga ammaatti qaama mootummaatiin kan mirkanaa'e miti.


አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ