ልጥፎች

ከፌብሩዋሪ, 2017 ልጥፎች በማሳየት ላይ

Waraabessi guyyaan yuuse beekkachiise!

Biyyi teenya Itiyoophiyaan mootummaa Ummataa heera mootummaatiin hoogganamu erga argatte barana waggoonni 22 lakkaa’amaniiru.Heera mootummaa waan hunda qabateefi sadarkaa idila Addunyaatiin dinqisiifannaa argatedha.Heerri mootummaa keenya madda seerota hundaati,seerri heera mootummaa jala hinjirre kamiyyuu fudhatama hinqabu.Kana jechuun seeronni mirgaafi faayidaa hawaasaa kabajisiisuuf qaama dhimmi ilaallatuun ba’an hundi heera mootummaatii gadidha malee heera mootummaa biyyi ittiin bulaa jirtuu ol ta’uu hindanda’an jechuudha. Lammiin biyyattii hundumtuu heera mootummaa kabajuufi kabajisiisuuf dirqama qaba.Maqaa demokraasiitiin kan jedhamaa jiru garuu fallaa kanaa akka ta’e mallattoowwan tokko tokko mul’achaa turaniiru.Humnoonni waggoota darban keessa heera mootummaa Itiyoophiyaa haarawaa morman seereffamoonni heera mootummaa akka hojiirra hinoolleef carraaqaa turan.Heerri mootummaa kun biyya kan bittinneesudha jechuun keessumattuu keewwanni heera mootummaa 39ffaan mirga fottoquu h

ስኬታማው የኦሮሚያ ክልል ጥልቅ የተሃድሶ ንቅናቄ

ምስል
ስድስት ወራትን አስቆጥሯል፤ከላይ እስከ ታች ሁሉም ተፈትሽዋል በአመለካከትም ሆነ በድርጊት ችግሮች የት እንዳሉ ለማየት ተሞክሯል ሁሉም ነገር ምልዑ ነው ባይባልም ጥፋተኞች ጥጋቸውን እንዲይዙ፤በትክክለኛ አካሄድ የክልሉን ሕዝብ መምራት ይችላሉ ተብለው የታመነባቸው አመራሮችም ሕዝብን ባሳተፈ መልኩ ኃላፊነት እንዲሰጣቸው ተደርጓል። ለኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት ይህ እጅግ በጣም ትልቅ ስኬት ነው፤ሰላም ደፍርሶ፤ወጥቶ መግባት አሳሳቢ ከሆነበት ሁኔታ በመውጣት ለዚህ ድል መብቃት መቻል ሊደነቅ ይገባል ይህ ስኬት በአስተማማኝ ሁኔታ ሊመዘገብ የቻለው በሰላም ፈላጊው ታላቁና ሰፊው የኦሮሞ ሕዝብ ሙሉ ተሳትፎና ቁርጠኛ በሆኑ ልጆቹ አመራር ነው።ይህን ሃቅ የሚክድና ለማጣጣል የሚሞክር ማንኛውም ኃይል በአጠቃላይ የአገራችን ኢትዮጵያ ቀንደኛ ጠላትና የሰፊው ኦሮሞ ሕዝብ ደመኛ ብቻ ነው፤አሁን በጥልቅ ተሃድሶ ንቅናቄ በኦሮሚያ ክልል የተመዘገበውን ተጨባጭ ውጤት ማንቆለጳጰስና ማድነቅ የማይችል አዕምሮም በሽተኛ ነው! ዛሬ በ38 የህዝባዊ ወይይት ማዕከሎች በአሮሚያ ክልል 20 ዞኖችና በ10 ዋና ዋና ከተሞች የህዝብ ተወካዮችን ያሳተፈ ኮንፍረንስ ተካሂዶ በሰላም ተጠናቅቋል፣የኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት ኮሙኒኬሽን ጉዳዮች ቢሮ ኃላፊ አቶ አዲሱ አረጋ ዛሬ በሰጡት መግለጫ ይህንኑ አረጋግጠዋል። ዛሬ በተካሄደው ሕዝባዊ ኮንፍራንስ መፍትሄ ባላገኙ የመልካም አስተዳደር ችግሮች፤በተጓተቱ የልማት ፕሮጀክቶችና በሌሎች ተያያዥ ጉዳዮች ላይ ጥያቄዎች ቀርበው ከፌዴራልና ከክልሉ መንግስት ከተውጣጡ ከፍተኛ ባለስልጣናት ምላሽ ተሰጥቷል፤በየመድረኮቹ በባለስልጣናቱ የተሰጠው ምላሽ የመጨረሻ መፍትሄ ነው ማለት አይቻልም ገና በተግባር የሚፈተሹ ነገሮች ብዙ አሉ፤ሁሉም ችግሮች መፍትሄ እንዲ

ከ4 ሺህ በላይ አመራሮች ላይ እርምጃ መወሰዱን የክልሉ ኮሙኒኬሽን ጉዳዮች ቢሮ አስታወቀ

ምስል
በኦሮሚያ ክልል በተካሄደው የመጀመሪያው ዙር የጥልቅ ተሃድሶ ንቅናቄ ከ4 ሺህ በላይ አመራሮች ላይ እርምጃ መወሰዱን የክልሉ ኮሙኒኬሽን ጉዳዮች ቢሮ አስታወቀ የቢሮው ኃላፊ አቶ አዲሱ አረጋ ዛሬ በሰጡት መግለጫ ከክልል እስከ ወረዳ ባለው አደረጃጀት በ4ሺህ 460 ላይ እርምጃ ተወስዷል ብለዋል በክልሉ ቀበሌዎች ደረጃ ደግሞ 13ሺህ 578 አመራሮች ላይ ነው እርምጃ የተወሰደው ከክልል እስከ ወረዳ በነበሩ አመራሮች ቀጥሎ በተዘረዘሩት  አራት ምክንያቶች እርምጃ የተወሰደ መሆኑን አቶ አዲሱ አረጋግጠዋል 1.በብቃት ማነስ 2ሺህ 587 አመራሮች 2.በኪራይ ሰብሳቢነት 964 አመራሮች 3.በስነ ምግባር ችግር 397 አመራሮች 4.በግል ችግር 512 አመራሮች ላይ እርምጃ ተወስዷል Naannoodhaa hanga aanaatti hoggantoota kiraa sassaabdummaadhaan tarkaanfiin irratti fudhatame 964 keessaa hoggantoota 260 irratti ragaan qulqullaa'ee seeratti dhiyaataniiru jedhe   Biiroon Dhimmoota Koomuniikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa. Hoggansa sadarkaa naannoo hanga aanaatti jiran 4,460 irratti tarkaanfiin fudhatame sababa gahumsa dhabuun namoota 2,587 (58.3%), kiraa sassaabdummaan 964 (21.6%), rakkoo naamusaa 397 (8.9%),   rakkoo dhuunfaa 512 (11.5% ) akka ta’e hogganaan Biiroo Dhimmoota Koomuniikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa o

Lammii dhaqqabuun dirqama!

ምስል
Naannoo Oromiyaatti lammiiwwan keenya balaa hoongeetiif saaxilamaniif deeggarsi  taasifamu cimee akka itti fufuuf hojjetamaa akka jiru himameera. Biiroon Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa akka gabaasetti gareen sadarkaa itti aanaa pireezidaantii Naannoo Oromiyaatti hoogganaa Biiroo qonnaafi misooma qabeenya uumamaa Oromiyaa obbo Silashii Geetaahuniin hoogganame godina Booranaatti sababa balaa hoongeetiin miidhama Namaafi beellada irra ga’e daawwateera. Sababa balaa hoongee  mudateen rakkoo godinicha keessatti mudataa jiruuf furmaata yeroo gabaabaafi dheeraa kennuuf dhimmichaaf xiyyeefannaan guddaan kennamee hojjatamuu akka qabu obbo Siilashiin hubachiisaniiru. Mootummaan deeggarsa bishaanii,nyaata horiifi namaa dhiyeessaa jiru cimsee akka itti fufus obbo Silashiin mirkaneessaniiru. Haaluma walfakkaatuun gareen kun adeemsa ijaarsa" Net Workii" bishaan Booranaa daawwateera.Ijaarsa pirojaktii bishaanii hatattamaan xumuramuun rakkoon bishaan dhuga