ልጥፎች

Paartiiwwan ummataaf hojjenna jedhan waa’ee Nagaa irratti maalif callisan?

ምስል
(Tolawaaq Waarii-Finfinnee Muddee 11/2011)- Biyya keenya keessatti Nagaan bu’uu qaba.Yoo Nagaan bu’e hundatu fayyadama.Nagaan hin jiru taanaan manaa ba’anii galuun hojjetanii buufachuun,waa’ee gara fuulduraa yaaduufi karoorfachuun akkasumas jireenya gaarii jiraachuun gonkumaa hin danda’amu. Paartiin ummatan bakka bu’ee hojjechaa jira jedhee socho’u hundumtuu dhimma Ummata bakkan bu’a jedhu sanaaf halkanii guyyaa socho’uu qaba.Dhimma ummataa hordofee bakka rakkoon jirutti falli akka argamuuf hin socho’u taanaan paartiin kamiyyuu ummatan bakka bu’ee qabsaa’aa jira jechuun dubbachuun soba. Haalli mijaawaan yoo jiraatu qofa bookisuun,yoo rakkoon jiru dhokachuun,riphuun maalif? jennee gaafachuu qabna.Maddi riphanii ilaaluufi yeroo haalli mijaawaan jiru qofa miidiyaatti ba’anii dubbachuun ibsa kennuun ummata miidhamaa jiruuf bu’aan argamsiisuu danda’u tokkollee hin jiru. Mee haala qabatamaa Oromiyaa keessa jiru haa ilaallu.Dhiyeenya kana akka ibsamaa turetti paartiiwwan maqaa Saba Oro...

Waltajjii tibbana Maqaleetti adeemsifameefi hiikasaa

ምስል
(Tolawaaq Waarii-Finfinnee Muddee 09/2011)-Yuuniivarsitiin Maqalee tibbana waltajjii marii tokko haala yeroo irratti qopheessuudhaan akka mari’atamu taasiseera.Waltajjii marii kana irratti bakka bu’oota paartiiwwan gara garaa dabalatee qaamolee hawaasaa adda addaatu irratti hirmaate.Waltajjii kana irratti qondaalli waahiyyaadnee kanaan duraa Obbo Barakat Simoon maqaa waraqaa qorannoo jedhuun waanuma barame dhiyeessaniiru.Kana booda maaltu ta’e? Hirmaattoonni waltajjii marii kanaa kan gorsa fudhatanii seenan waan jedhaa jedhaman sirrumatti jedhaniiru,Ergama itti kenname ba’aniiru.Kaayyoon ol’aanaan waltajjii kanaa Mootummaan humna qabu hin jiru,kanaaf waan barbaaddan gochuu dandeessu dhaamsa jedhu dabarsuudha.Obbo Barakat dabalatee hirmaattonni waltajjii kanaa dhaamsa Ummata Itiyoophiyaatiif dabarfachuu barbaadan Televizyinii waahin yaadneetiiniifi miidiyaawwan kanneen birootiin dabarfachuu danda’aniiru. Mootummaan Dr.Abiy Ahmadiin hoogganamaa jiru waan feetanillee gootan homa...

መርማሪ ፖሊስ በሜጀር ጄኔራል ክንፈ ዳኘው ላይ የተገኙ አዳዲስ ተሳትፎዎችን ይፋ አደረገ

ምስል
(ቶለዋቅ ዋሪ-ፊንፊኔ   ታህሳስ 9 ፣ 2011)- መርማሪ ፖሊስ በሜጀር ጄኔራል ክንፈ ዳኘው ላይ የተገኙ አዳዲስ ተሳትፎዎችን ይፋ አደረገ። በዛሬው የችሎት ውሎ መርማሪ ፖሊስ በቀድሞው የብረታ ብረትና ኢንጂነሪንግ ኮርፖሬሽን ዋና ዳይሬክተር ሜጀር ጄኔራል ክንፈ ዳኘው ላይ በምርመራ ወቅት ያገኛቸውን አዲስ የወንጀል ተሳትፎዎችን ለችሎቱ በማመልከቻው አስገብቶ ችሎቱም ለተጠርጣሪውና ለችሎቱ ታዳሚዎች በንባብ አሰምቷል። ከተጠቀሰባቸው አዳዲስ የወንጀል ግኝቶች መካከልም የሚከተሉት ይገኙበታል። የብረታ ብረትና ኢንጂነሪንግ ኮርፖሬሽን ሃይ - ቴክ ኢንዱስትሪ ሲ ኢ አይ ኢ ሲ ከተባለ የቻይና ኩባንያ ያለጨረታ፣ ያለዕቅድና የግዥ ፍላጎት፥ በቁጥር 100 የሆኑ የእግረኛ ራዳሮች በ 8 ሚሊየን 581 ሺህ 92 የአሜሪካ ዶላር የግዥ ውል ስምምነት እንዲፈጸም በማድረግና ውሉን በማፅደቅ መጠርጠራቸውን፣ ሜቴክ ከሃይ ቴክ ኢንጅነሪንግ ኢንዱስትሪ ኤል አይ ቲ ከተባለ የቻይና ኩባንያ ያለጨረታ፣ ያለ እቅድና የግዥ ፍላጎት በቁጥር 100 የሆኑ የእግረኛ ራዳሮችን በ 10 ሚሊየን 236 ሺህ 700 የአሜሪካ ዶላር በፈረንጆቹ 2010/11 የግዥ ውል ስምምነት እንዲፈጸም በማድረግና ውሉን በማፅደቅ የተጠረጠሩ፣ 10 የእግረኛ ራዳሮችን ብቻ የተረከቡ መሆኑና የቀሩት 90 የእግረኛ ራዳሮች የት እንዳሉ የማይታወቅ መሆኑን ጠቅሷል፤ በዚህም ከ 18 ሚሊየን 817 ሺህ የአሜሪካ ዶላር በላይ የመንግስትና የህዝብ ሃብት ያለአግባብ አባክነዋል በሚል መጠርጠሩን አስረ...