ልጥፎች

ከሶማሊ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት የተሰጠ ወቅታዊ የአቋም መግለጫ!

ምስል
  በህጋዊ ፖለቲካ ፓርቲ ሽፋን ለውጭ አካላት የሚላላኩ ሃይሎችን ጭምር ለይቶ በማውጣት አስፈላጊውን ጥብቅ እርምጃ እንደሚወስድ ለማሳሰብ ይወዳል። *** የሶማሊ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት በሀገራችን እና በክልላችን ሰላምና መረጋጋት እንዳይኖር ከቅርብ ግዜ ወዲህ እየታዩ እና እያቆጠቆጡ ያሉ አካሄዶችን በአፅንኦት ሲመለከት ቆይቷል። በተለይም ፅንፈኛ በሆኑ አካላት በሃይማኖት ሽፋን ከውጭ ሃይሎች ጋር በመስራት አብሮ ተዋልዶና ተጋብቶ በኖረ ህዝብ መካከል መከፋፈልን እና ብጥብጥን ለመፍጠር እየተሰሩ ያሉ እኩይ ተግባራትን የክልላችን መንግስት እና ህዝብ አጥብቆ የሚኮንነው እና የሚያወግዘው ተግባር ነው። የክልላችን መንግስት በተለይም ብሄር እና ሃይማኖትን ሽፋን በማድረግ ክልላችንን የሁከትና ብጥብጥ መናኸሪያ ለማድረግ የሚሞክሩና በህጋዊ ፖለቲካ ፓርቲ ሽፋን ለውጭ አካላት የሚላላኩ ሃይሎችን ጭምር ለይቶ በማውጣት አስፈላጊውን ጥብቅ እርምጃ እንደሚወስድ ለማሳሰብ ይወዳል። በመሆኑም ሁሉም ኢትዮጵያዊና የክልላችን ነዋሪ ከውጭ አካላት በሚወረወር ፍርፋሪ ሀገር ለማፍረስ የሚንቀሳቀሱ ተደርጎ ተቀባዮቻቸውን ነጥሎ በማውጣት ለህግ በማቅረብ እንዲሁም ኢትዮጵያን ለመበታተን እያሳዩ ያሉትን ጥረት በንቃት በመከላከል ከመንግስት ጎን በመቆም በሃይማኖትም ሆነ በብሄር ሽፋን የሚፈፀም ሽብርተኝነትንና ፅንፈኝንትን በጋራ እንዲመክትና አምርሮ እንዲታገል ልናሳስብ እንወዳለን። የሶማሊ ብሄራዊ ክልላዊ መንግሥት ሚያዚያ 24/2014 ጅግጅጋ

በታሪካዊ ጠላቶችን ሴራና በዉስጣዊ ባንዳዎች ተባባሪነት ኢትዮጵያን የማተራመስ እኩይ ዉጥን በፍፁም አይሳካም!

ምስል
  በአብዛኞቹ የሀገሪቱ አካባቢዎች የ1443ኛው ኢድ አልፈጥር በዓል ሶላት በደማቅ ሁኔታ በመካሄድ በሰላም ተጠናቋል፡፡ አብዛኛዉ ሰላም ወዳድ የእምነቱ ተከታዮች በዓሉ በተረጋጋና በሰከነ ሁኔታ እንዲካሄድ ያደረጉት ተሳትፎና ከፀጥታ አካላት ጋር አብሮ ለመስራት ያሳዩት ተነሳሽነት በእጅጉ የሚደነቅና የሚበረታታ ነዉ፡፡ ታሪካዊ ጠላቶቻችን ኢትዮጵያን ለማተራማስና ለማፍረስ እንደ መሳሪያ ከሚጠቀሙባቸዉ ጉዳዮች ዉስጥ የለዉጥ ሂደቱ ፈተና ሆነዉ የቀጠሉት የሃይማኖት ፅንፈኝነት፣ አክራሪነትና መንደርተኝነት ዋነኞቹ ናቸው፡፡ የዉስጥ ባንዳዎች በሃይማኖት ሽፋን ከውጭ ኃይሎችና ከታሪካዊ ጠላቶች ጋር ተቀናጅተዉ ማህበራዊ ትስስሮቻችንን ለመበጣጠስ፤ በሀገራችን ውስጥ አስተማማኝ ሰላምና መረጋጋት እንዳይሰፍን ለማድረግ እንዲሁም ከአንድነት ይልቅ መበታተንና መከፋፈል እንዳፈጠር አልመው እየሰሩ ይገኛሉ፡፡ በተለይም በአማራ ክልል ጎንደር ከተማ ካጋጠመዉ ረብሻ ጋር ተያይዞ ግጭቱን ወደ ደቡብ ክልል ወራቤ ከተማና ወደ ሌሎች አካበቢዎች በማስፋፋት ሁከትና ብጥብጥ እንዲፈጠር ሙከራ ማድረጋቸዉ የሚታወስ ነዉ፡፡ በማህበራዊ ሚዲያዎች ሰሞኑን የፀረ-ኢትዮጵያ አቋሞቻቸዉን በመግለፅ ቀጣይ ሊፈጥሩት ስላሰቡት ሁከት በአደባባይ ሲገልፁ ሰንብተዋል፡፡ ይህንኑ እኩይ ዓለማቸዉን በዛሬም በአዲስ አበባ የታላቁ ዒድ ሶላት ላይ ለመተግበር ሙከራ አድርገዋል፡፡ በሰማዕታት ሃዉልትና በመስቀል አደባባይ በንብረት እና በፀጥታ ሃይሎች ላይ ከደረሰዉ መለስተኛ ጉዳት ዉጭ ምንም አይነት ጉዳት ሳይደርስ በሰላም ወዳድ አማኞችና በፀጥታ ሃይሎች ቅንጅት የትርምስ ፍላጎቱና ዕቅዱ ከሽፏል፡፡ በቀሪዎቹ የሀገሪቱ አካባቢዎች የ1443ኛው የታላቁ የኢድ አልፈጥር በዓል ሶላት በደማቅ ሁኔታ ተካሂዶ በሰላም ተጠናቋል፡፡ መላው ህዝባ...

Ibsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname!

ምስል
    Shira diinota keenyaa fashalsaa badhaadhina biyya keenyaa dhugoomsina. Biyyi keenya baroota hedduuf duudhaa waliin jireenyaa seenaa keessatti gabbifatteen shira diinota keessaafi alaa xaxamuun osoo hin jilbeeffatiin sabaafi sablammoota gidduutti kabaja, jaalalaafi obbolummaa dagaagsaa dhalootaa dhalootatti darbaa as geessee jirti. Ummata nagaan wal danda'ee jiraatu kana gidduutti barootaaf shirri adda addaa xaxamus ummanni Itoophiyaa diinota tokkummaasaa laaffisan bilisummaa isaa irraa mulquuf tirtiraaniif osoo harka hin kenniin ilaafi ilaameen aadaa, seenaa, duudhaa, afaaniifi amantiisaa kunuunfachuu irratti argama. Humnoonni qabsoon ummataa aangoo irraa darbaman aangootti deebi'anii ummata qorquuf gaarri isaan hin yaabneefi sulula isaan hin qaxxaamurre hin jiru. Bifuma walfakkaatuun Humnoonni finxaaleyyii amantaafi saba dawoo godhatan ummata nagaan waliin jiraatu gidduutti summii faacaasuun ergama diinota keenyaa galmaan gahuuf yeroo isaan wixxirfatan ni mul...

Ibsa poolisii Magaalaa Finfinnee

ምስል
    Ayyaana Iid Al-Fixiir waggaa 1443ffaa guyyaa har’aa Finfinneetti kabajame irratti jeequmsa namoonni muraasni uumaniin, qabeenyaa irra miidhaan gahuu, Poolisiin Maggaalaa Finfinnee beeksiseera Yeroo ammaas hordoftoonni amantichaa tasgabbiin gara mana isaaniitti deebi’aa waan jiraniif, hawaasni tasgabbaa’ee ofii fi naannoo isaa eegachuu akka qabu, poolisiin magaalaa Finfinnee dhaameera. Yeroo itti aanu dhimma kanaafi kanneen biroo irratti ummataaf odeeffannoo kan kennuu ta’uus dabalataan beeksiseera. Ayyaanichi jeequmsa muraasa Magaalaa Finfinneetti mudateen ala guutuu biyyaatti karaa nagaatiin kabajamaa akka jiru ni beekama. Hawaasni Musliimaa ganama solaataafi ba’e sirnichi erga xumuramee booda gara mana isaatti deebi’uudhaan haala barameen ayyaanasaa kabajachaa jira.

Finfinneetti kan shakkame hin oolle!

  Wayyaaneen shira shiraa turte karaa mindeeffamtootaafi ergmatoota ishiitiin Finfinneetti hojiirra oolchuuf yaaltee jirti.Garuu waan milkaa'eef miti.Sirni Solaataa guddichi gara xumuraa irra wayita ga'u sagaleen dhukaasaa muraasni tamsaasa kallattiitiin dhaga'ameera.Waan itti qophaa'an yaaluun isaanii hin oolu jedhee shakkeen ture. Wanti mudate maal akka ta'e odeeffannoo qaamni mootummaa dhimmi ilaallatuun kennuun kan mirkanaa'u ta'a jedhamee eegama.Amma hawaasni sirna Solaataa guddicha Istaadiyamii Finfinneefi naananwasaa ture xumuruudhaan gara manaatti deebi'uu eegaleera Rifaatuufi biriifachuun nama irratti mul'ate garuu waan nama gaddisiisudha.Shororkeessituun biyya keenyaaTPLF baddu malee ergamtoonnishii mindaan kaffalamuuf adabatanii waan taa'an hin fakkaatu. #Ethiopia

Muummichi ministiraa Dr. Abiy Ahmad hordoftoota amantaa Islaamaaf ergaa baga geesanii dabarsan

ምስል
  Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Islaamaaf ergaa baga geesanii dabarsaniiru. Ayyaana Iid Uumaan gammachuu dhala namaaf kenne hawaasni muusiliimaa gammachuun kan kabaju ta’uu ibsaniiru. Maddi gammachuu kanaa nyaachuu fi dhuguu, uffachuu fi faayamuu osoo hin taane ofirra darbanii warreen kaan waliin ayyaanicha dabarsuu ta’uu eeraniiru. Uummanni muusiliimaa wantoota gaarii qabu qabate walgaafachaa, waliin jiraachuu fi tokkummaa isaa kan itti agarsiisu, kan qabu isa hin qabne kan itti gargaaru, kan argate isa hin arganne nyaataa fi jaalala qooddachuun kan itti dabarsu ta’uu himaniiru. Duudhaaleen ayyaanichaa kunneen hordoftoota amantichaarra darbee warreen biroof kan hafan ta’uu kaasaniiru. Uummanni muusiliimaa Iid dura baatii tokko guutuuf jal’inarraa fagaatee gaarummaa kan baratu, hojii biyya lafaarraa fagaatee ergamoota kan fakkaatu ta’uu eeraniiru. Ergamoonni kan hin nyaanne, hin dhunnee fi lapheesaanii guutuu ajaja uumaa kan raawwatan ta’uu addeessaniiru. Uumm...

Daandiiwwan cufaman ifoomaniiru

ምስል
  Magaalaa Fiinfinneetti Salaatni Iid Al Faxir jalqabee hanga xumuramutti daandiiwwan cufaman ifoomaniiru. Ayyaanni Iid Al-Faxir 1443ffaan nagaan kabajamee akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa qophii barbaachisaa ta’e xumuruu ibseera. Ayyaanichi nagaan kabajamee akka xumuramuuf humni walichaa qophii ga’aa taasisuun gara hojiitti galuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiseera. Oduu walfakkaatuun Salaatni Iid Al-Faxir guyyaa boruu kabajamu jalqabee hanga xumuramutti daandiiwwan magaalaa Finfinnee konkolaattotaaf cufaman ifoomeera. Muddamni tiraafikaa akka hin uumamneef daandiiwwan armaan gadiitti eeraman guyyaa boruu konkolaattotaaf cufaa ta’uu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee yaadachiiseera. 1. Buufata Xiyyaaraa Booleerraa gama Galma Barkumeen gara Istaadiyeemii kan geessu Addabaabaayii Olompiyaarratti 2. Magganaanyaarraa gama Haayaahulettiin gara Addabaabaayii Masqalaa kan geessuu fi Boolee Madaanaalamiirraa gama Hoteela Atilaas gara Addabaabaayii Masqalaa kan g...