Finfinneetti kan shakkame hin oolle!

 

Wayyaaneen shira shiraa turte karaa mindeeffamtootaafi ergmatoota ishiitiin Finfinneetti hojiirra oolchuuf yaaltee jirti.Garuu waan milkaa'eef miti.Sirni Solaataa guddichi gara xumuraa irra wayita ga'u sagaleen dhukaasaa muraasni tamsaasa kallattiitiin dhaga'ameera.Waan itti qophaa'an yaaluun isaanii hin oolu jedhee shakkeen ture.

Wanti mudate maal akka ta'e odeeffannoo qaamni mootummaa dhimmi ilaallatuun kennuun kan mirkanaa'u ta'a jedhamee eegama.Amma hawaasni sirna Solaataa guddicha Istaadiyamii Finfinneefi naananwasaa ture xumuruudhaan gara manaatti deebi'uu eegaleera Rifaatuufi biriifachuun nama irratti mul'ate garuu waan nama gaddisiisudha.Shororkeessituun biyya keenyaaTPLF baddu malee ergamtoonnishii mindaan kaffalamuuf adabatanii waan taa'an hin fakkaatu.#Ethiopia

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.

Ibsa Ijjannoo Yaa’ii dhaabbatummaa ODP

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)