Qophii Ashaara magariisaa marsaa 4ffaa

 
Naannoo Amaaraatti duula Ashaaraa Magariisaa ganna baranaatiif biqiltuun biliyoonni 1fi miliyoonni 500 akka qophaa'e himameera.Oromiyaa dabalatee Naannolee biroo keessattis hojiin qophii biqiltuu akka taasifame beekameera.Duulli Ashaaraa magariisaa baranaa kan marsaa 4ffaa akka ta'e ni beekaama.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)

Lafa Keenya Nujalaa Gurgurachuufi?

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.