Sosochiin sirna Buusaa Gonofaa Oromiyaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.


Sagantaa kanarratti loogoo ykn Asxaan Tajaajila Lamummaa,Mana Murtii Aadaa,Buusaa Gonofaa fi Gaachana Sirnaa pireezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa,Pireezdaantii itti aanaa Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdii,Kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee fi Ministira Magaalaa fi Bu'uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saaniin ifatti dhihaateera. 
OBN akka gabaasetti Loogoon kunis hooggantoota seekteraalee kanneenitti kennameera. 






አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ