Qormaatni nuti ida'amnee hin ceene, gidiraan waltaanee hin dabarre hin jiru-Muummicha ministiraa Dr.Abiyyi Ahmad
Bitootessa 11/2012 Qormaatni nuti ida'amnee hin ceene, gidiraan waltaanee hin dabarre hin jiru.
Gootonni ogeeyyii fayyaa keenya uummata gidiraa irraa baraaruuf aarsaa hedduu kanfalaniiru. Addoota waraanaa hundattis Raayyaa Ittisaa keenya cina hiriiranii daangaa keenya eegsisuufi birmadummaa keenya mirkaneessuuf lubbuu isaanii kennaniiru. Qajeeltoo "nuti fayyaa akka taanu hundi fayyaa haa ta'u" jedhuun wayita weerara Iboolaa, biyyaafi uummata bakka bu'uun ogeeyyiin fayyaa 150 ol gara Diimokraatik Koongootti imaluudhaan obbolaa keenya Afrikaa tajaajilanii injifannoodhaan deeb'uun isaanii yaadannoo keenya yeroo dhihooti. Qormaatni nuti ida'amnee hin ceene, gidiraan waltaanee hin dabarre hin jiru.
Duula ittisa Koronaavaayirasii akka biyyaatti jalqabameen ogeeyyiin fayyaa keenya adda durummaadhaan hiriiranii hojii boonsaa hammaa ammaatti raawwataniif maqaakoofi maqaa Mootummaa Federaalaatiin galata guddaan dhiyeessa. Hamma qorumsicha injifannoodhaan bahuun danda'amutti Mootummaan humnoota hunda qindeessuudhaan isiniifi maatii keessan cina hamma dhumaatti kan hiriiru ta'uun isiniif mirkaneessa. Mootummaan gaaga'ama weerarichi sochii dinagdee keenya irratti qabatamaan geessisuu danda'u dafee addaan baasuudhaan waan danda'amu hunda gochuuf sochii kan jalqabe ta'uu asumaan hubachiisuun barbaada."
መጋቢት 11/2012
የጠቅላይ ሚኒስትር ዶር. አብይ አህመድ መልዕክት
"ጀግኖቹ የጤና ባለሞያዎቻችን ሕዝብን ከስቃይ ለመታደግ አያሌ መሥዋዕትነት ከፍለዋል። በሁሉም የጦር ግንባሮች ከመከላከያ ሠራዊታችን ጎን ተሰልፈው ለድንበራችን መከበርና ለሉዓላዊነታችን መረጋገጥ ሕይወታቸውን ሰጥተዋል። ''እኛ ጤና እንድንሆን ሁሉም ጤና ይሁን'' በሚለው መርሕ መሠረት፣ ሀገርን እና ሕዝብን ወክለው በኢቦላ ወረርሽኝ ወቅት፣ ከ150 በላይ የሚሆኑ የጤና ባለሞያዎቻችን ወደ ዴሞክራቲክ ኮንጎ በመጓዝ አፍሪካውያን ወንድሞቻችንን አገልግለው በድል መመለሳቸው የቅርብ ጊዜ ትውስታ ነው፡፡
ተደምረን የማንሻገረው ፈተና፣ ተባብረን
የማናልፈው መከራ አይኖርም፡፡ በሀገር አቀፍ ደረጃ የተጀመረውን የኮሮና ቫይረስ ወረርሽኝን የመከላከል ዘመቻ፣ የጤና ባለሞያዎቻችን ግምባር ቀደም ተሰላፊ በመሆን እስከ አሁን ላከናወኑት አኩሪ ገድል በኢፊዴሪ መንግሥትና በራሴ ስም የላቀ ምስጋና አቀርባለሁ ፡፡ ፈተናውን በድል መወጣት እስኪቻል ድረስ መንግሥት ሁሉንም ኃይሎች አስተባብሮ ከእናንተና ከቤተሰቦቻችሁ ጎን እስከ መጨረሻው የሚሰለፍ መሆኑን አረጋግጥላችኋለሁ፡፡
ወረርሽኙ በሀገራችን ኢኮኖሚያዊ እንቅስቃሴ ላይ ሊያስከትል የሚችለውን ተጨባጭ ጉዳት ፈጥኖ በመለየት፣ የሚቻለውን ሁሉ ለማድረግ መንግሥት እንቅስቃሴ የጀመረ መሆኑንም በዚሁ አጋጣሚ ለማስገንዘብ እፈልጋለሁ፡፡
አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ