ልጥፎች

ከፌብሩዋሪ, 2021 ልጥፎች በማሳየት ላይ

Quufa harcaatoota juuntaa

ምስል
Harcaatoonni Juuntaa wayyaaneen deebitee dhufti jettee abdatti.Kanaaf ibsaa ummanni bal'aan itti fayyadamu barbadeessite.Wayyaaneen waayyuu yaaduu hin dandeessu,harcaatonni isaaniis sammuu ittiin yaadan waan hin qabneef Naannoon Tigraay guutummaatti tajaajila ibsaa akka hin arganneef sarara ibsaa irratti tarkaanfii fudhachuudhaan badii ol'aanaa geessisan. Amma yeroon kan biyya keessa taa'uudhaan juuntaan akka deebitee dhuftoof haala mijaassaa jirtu adamsuudhaan barbadeessuu ykn. seeratti dhiyeessuuti.Harcaatootaafi abdattoota Juuntaatiif yeroo kennuun hin barbaachisu!

Dhaamsa Saboota,sab-lammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa-Saba Oromootiif

ምስል
Ummanni Oromoo deeggarsa muummicha ministiraa Dr.Abiyyi Ahmadiifi jijjiiramaaf qabu torban tokkoon dura jechuunis Amajjii 25-26/2013 akka adeemsise ni beekama.Hiriirri deeggarsaa godinaaleefi magaalota gara garaa keessatti adeemsifame kun ajaa’ibsiisaa ture.Dhaadannoowwan ergaa adda addaa qaban hiriirota deeggarsaa kanneen irratti dhaga’amaniiru. Gareewwan xixiqqoon tokkummaa saba Oromoo sodaatan hiriira deeggarsaa Ummanni miliyoonaan lakkaa’amu irratti argame kana kan ummanni dirqamsiifamee akka ba’u taasifamedha jechuun gadi qicuuf yaalaniiru.Kana jechuusaaniitiinis taajjabbiidhaaf of saaxilaniiru. Oromoon dirqamaan erga ba’ee saboonni,sab-lammoonniifi Ummattoonni Itiyoophiyaa kanneen biroos dirqamaan hiriira deeggarsaa taasisanii?Deebiin gaaffii kanaa hamtuufi shirtuu bira jira. Dhimma hamtuufi shirtuu iddoo adda addaa biyya keessaafi biyyaalee alaa teessee wacaa jirtu barreeffama birootinin itti deebi’a.Amma gara mata duree dhimma dhaamsa saboota,sab-lammootaafi Ummattoota It

Salphina ABO’n haguuggateefi haala har’aa

ምስል
  Finfinnee,Guraandhala 05/2013(TW)Addi Bilisummaa Oromoo(ABO’n) dhaaba maqaa saba bal’aa Oromoo qabatee qabsaa’aa turedha.Dhaabbanni kun qabsoo keessatti umurii hedduu akka lakkoofsiise ni beekama.Maqaa Oromoo qabatee Saba Oromootiif qabsaa’aa turuudhaan kaayyoowwan qabsaa’aa tureefis hanga tokko galma ga’aniiru jechuun ni danda’ama. Fakkeenyaaf Oromoon aadaafi seenaasaa gabroonfattootaan jalaa dhokfamee ture bakka kufee kaasee akka dagaagfatuuf qabsoo taasifame keessaa ABO’n qooda guddaa qaba,shoora inni gumaaches haaluun hin danda’amu.Sabni Oromoo afaansaa akka dagaagfatuufi Afaan Oromoo Afaan hojiifi barnootaa akka ta’uuf carraaqqii taasifame keessattis dhaabbanni kun ga’ee hin tuffatamne gumaacheera. Amma dhaabbanni qabsoo keessatti waggoota lakkoofsise kun dulloomee,jaaree jira.Waan dulloomee jaareefis gocha badii adda addaa isa irraa hin eegamne keessa galeera.Kan umurii lakkoofsise bilchina horata malee deebi’ee xobbee hin ta’u.Kan umurii dheeraa argate dhalootaaf abdii ta’

Dr. Alii Birraa Irraa Maal Baranna?

ምስል
Finfinnee,Guraandhala 04/2013(TW) Dheengadda Jila guddaa oolle! Jila kabaja Dr Alii Birraa! Qalbi qabeessi waan baayyee jila sana irraa hubata! Jireenyi kabajamoo Dr Alii mataa isaattuu barnoota. 1. Qajeeltoo fi kutannoo qabaannaan gufuu hunda ceetee tulluu taata! Nama 1950-oota keessa Alii xiqqaa turetu hardha akka bakkalcha barii ifee addunya torban irraa muldhata! 2. Yaada moo'ataa qabaannaan adiif gurraachatu si jaalata! Kabajamoo Dr Aliin bareedina, jaalala, araara, dhiifama, tokkummaa, seenaa, aadaa, barnoota, bilisummaa, obbolommaa fi wal-qixxummaa waan leelliseef addunyaa hundi dinqisiifata! 3. Yoo sabaaf of kennite ashaaraa waaru dhalootaaf teechifta! Walleelee Dr Alii kanneen akka Asaabala hoo, Rabbi moo Namumaa, Barnoota..ammas barnoota, Afaan Oromoo, Bareeda addunyaa, Ispoortii ..Ispoortii, A.B jennee kaanaa fi kkf dhaloota dhufaa darbaatu ittiin jiraata! 4. Yoo ogummaa keetti fuulleffatte sabaaf mallattoo taata! Wallee Dr Alii keessaan urgaa, duudhaa fi safuu Oromoo qu

የአማራ ብሄራዊ ንቅናቄ(አብን) ፅንፈኝነት

ምስል
  የአማራን ህዝብ  እወክላ ለ ሁ ብሎ በአማራ ጭቁን ሕዝብ ስም በመነገድ ላይ የሚገኘው የአማራ ብሄራዊ ንቅናቄ(አብን) ፅንፈኛ ስለመሆኑ በርካታ ማሳያዎችን ማቅረብ ይቻላል ⵆ አብን  በህጋዊ ፓርቲነት ስም ቢንቀሳቀስም ሁለት ቦታ ቆሞ በመንፈራገጥ ላይ የሚገኝ እጅግ ፅንፈኛ ፓርቲ ነው፤እንዲያውም  አብን የኦነግ ሸኔን ፅንፈኝነት የጨመረና ኦነግ ሸኔን በማገዝ ዜጎች ለሞትና የእንግልት ኑሮ እንዲጋለጡ ያደረገ የውሸት ፓርቲ ነው ⵆ በመተከል ዞን ለደረሰው ከፍተኛ ጉዳት ከአብንና ኦነግ ሸኔ ሌላ የትኛው አካል ተጠያቂ ሊሆን ይችላል?የጁንታው ተላላኪ ሆነው አልተንቀሳቀሱም ወይ?በለውጡ ማግስት በቡራዩ ከተማና አካባቢዋ ለደረሰው እልቂት ከአብን ሌላ የትኛው አካል ነው ተጠያቂ? አብን ከወያኔና ኦነግ ሸኔ ጋር በማበር ያላደረሰው ጉዳት የለም ማለት ይቻላል ⵆ ኦሮሞን ተረኛ እያለ በመስደብ ላይ ያለው ማነው?ፀያፍ ስድቦችን በኦሮሞ ላይ ያዘነበው ማነው?አብን አይደለም እንዴ?የፊወዳሉን ስርዓት ለመመለስ በመፍጨርጨር ላይ ያለው ማነው?ዘረኝነትን በማንቆለጳጰስ ላይ ያለው ማነው?የአማራን ጭቁን ህዝብ ከወገኑ ኦሮሞ ጋር በማጋጨት ላይ ያለው ማነው?አብን አይደልም አንዴ? አብን ይህን ልምድ ያገኘው ከጁንታው ወያኔ ነው ⵆ ወያኔ ዕድሜዋን ለማራዘም ስትል ህዝቦችን ስታባላ ኖራ አሁን ዶጋመድ ሆናለች ⵆ የአብን ሰዎች የጁንታ ወያኔን ልምድ ለመቅስም የተገደዱበት ምክንያት አላቸው ⵆ ህዝብን ለማገልገል የሚያስችሉ ምንም አይነት ፖሊሲና ፕሮግራም የሌላቸው በመሆኑ የቀድሞ ቁስሎችን በማከክና የመንግስትና ገዢውን ፓርቲ የአፈፃፀም ክፍተቶች   እየፈለጉ በማላዘን እድሜያቸውን ለማራዘም ይሻሉ ⵆ ልብ ያለው ልብ ይላል!የአብን ፓርቲ አባላት፤አመራሮችና ደጋፊዎች ፅፈኝነትን በማራመድ ላይ የ