Quufa harcaatoota juuntaa


Harcaatoonni Juuntaa wayyaaneen deebitee dhufti jettee abdatti.Kanaaf ibsaa ummanni bal'aan itti fayyadamu barbadeessite.Wayyaaneen waayyuu yaaduu hin dandeessu,harcaatonni isaaniis sammuu ittiin yaadan waan hin qabneef Naannoon Tigraay guutummaatti tajaajila ibsaa akka hin arganneef sarara ibsaa irratti tarkaanfii fudhachuudhaan badii ol'aanaa geessisan.
Amma yeroon kan biyya keessa taa'uudhaan juuntaan akka deebitee dhuftoof haala mijaassaa jirtu adamsuudhaan barbadeessuu ykn. seeratti dhiyeessuuti.Harcaatootaafi abdattoota Juuntaatiif yeroo kennuun hin barbaachisu!


አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ