Obbo Ahimad Shidee dura taa'aa PDUSI ta'uun filataman

Obbo Ahimad Shidee dura taa'aa Paartii Demokiraatawa Ummata Somaalee Ityoophiyaa ta'anii filataman
Paartiin Demokiraatawa Ummata Somaalee Ityoophiyaa obbo Ahimad Shidee dura taa’aa paartichaa taasisuun filateera
Koreen giddu galeessa PDUSI guyyoota sadan darbanitti rakkoo naannichatti muudate irratti gamaaggama bal'aa gaggeessun dura taa’aa paartichaa haarawa filateera.
Paartichi naannicha tasgabeessuf cimee hojjeta jedhameera.
Ministira dhimmoota komonikeeshinii Mootummaa Federaalaa ta'uun tajaajilaa kan jiran Ob.Ahmad Shidee akkaataa filannoo ammaatiin pireezidaantii Naannoo Sumaalee Itiyoophiyaa ta'u jedhamee eegama.
Obbo Ahmad pireezidaantii Naannoo Sumaalee Itiyoophiyaa ta'uun ammoo rakkoo hedduu mudataa turee fala waaraa akka ta'u abdatama

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ