Muudama Ob.Girmaa Waaqee

Obbo Girmaa Waaqee walitti qabaa boordii hooggansa hojii daandii qilleensaa Itiyoophiyaa ta'uudhaan muudamaniiru.
Obbo Girmaan kanaan dura Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa waggoota torbaaf kan hoogganan yoo ta'u muuxannoo bara dheeraa akka qaban ni beekama
Hojii raawwachiisaan Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa obbo Tawalda Gabramaariyaam tibbana fedhiisaaniitiin hojiisaanii akka gadi lakkisan miidiyaawwan adda addaatiin gabaafamaa jira,Hojii raawwachiisaan muumeen dhaabbatichaa haarawaan hanga ammaatti hin beekamne.Dhaabbatichi ammaan tana itti aanaa ob.Tawaldatiin hoogganamaa akka jiru odeeffamaa jira.
Haa ta'uutii Gaazexaan Kaappitaal jedhamuufi Riippoortar akka gabaasanitti akkaataa muudama ammaatiin Obbo Girmaan hojii raawwachiisaafi walitti qabaa boordii dhaabbatichaa ta'uudhaan tajaajilu

 


አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.

Akkuma Kaleessaa Har’as Qormaatota Injifinnoon Ceenee, Harka Keenya Galataaf ni Bal’ifna

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)