Hayyoonni har'a Magaalaa Dirree-Dhawaatti mari'atu

Finfinnee Adoolessa 15/2011(Tolawaaq waarii) Waltajjiin marii dhimmoolee biyyaa irratti xiyyeeffatuufi hayyoota gara garaa hirmaachisu har'a Dirree-Dhawaatti adeemsifamaa oola
Ministirri itti gaafatamaan pirees seektiriyaatii waajjira muummicha ministiraa Ob.Nugusuu Xilaahuun kaleessa galgala akka himanitti waltajjii marii moggaasa አዲስ ወግ jedhamuun kanaan dura eegalame har'a Dirree-Dhawaatti itti fufee oola.
Hayyoonni biyyaa dhimma misoomaafi guddina biyyaafi yaadawwan haarawa qabatanii gara fuulduraatti akka dhufan taasisuun kaayyoo marichaa akka ta'edha Obbo Nugusuun kan himan.
Waltajjichi dhimmoolee bu'uraa biyya keenyaa irratti waliigaltee biyyaalessaa uumuufi jijjiirama cimsuuf kan gargaaru akka ta'e himameera.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

Nuu jiraadhu Oromiyaa!!

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......