ልጥፎች

ከጁላይ, 2022 ልጥፎች በማሳየት ላይ

Hoggansi Oromiyaa dhugaa qabu maalif himachuu dadhabe?

  Hoggansi ol'aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa deebii kennuu qaba!Ta'uu baannaan waatu jira.Ilaalchaafi gochi shanee caasaa mootummaa keessa akka jiru kanumaan durayyuu himamaa ture.Garuu hanga sadarkaa Taayyee Danda'aa dubbatu kanaan yaaddessaa hin fakkaatuuyyu,qabsoodhaan dhawaataan sirraa'aa deema jedhamee waan yaadamu natti fakkaataayyu.Amma Miidiyaafillee deebii kennuun erga didamee waan dhoksuun barbabadametu jira jechuudha.Kanaaf Hooggansi Oromiyaa dhimmi ilaallatuun utuu oolee hin bulin deebii kennuu qaba.Yoo diddan Ummanni Oromoo akka isin liqimsu baraa! Waan Taayyee Danda'aa BBC Afaan Oromootti hime dubbisaa  https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/czkl1pyk5xxo

EMS Wektawi ከአቶ ታዬ ደንደአ የሰላም ሚኒስቴር ዴኤታ ጋር የተደርገ ቆይታ Wed 26 July 2022

ምስል

ዛሬም እንደ ትናንቱ ፈተናዎችን በድል ተሻግረን፣ እጃችንን ለምስጋና እንዘረጋለን!

ምስል
የተከበራችሁ የሀገራችን ሕዝቦች፣ ኢትዮጵያውያንና ኢትዮጵያውያት፣ ኢትዮጵያ የሚለው ስም ለችግሮች ያለመንበርከክ፣ በፈተና ሳይበገሩ የማለፍና እንቅፋቶችን ተሻግሮ ድል የማድረግ የክብር ስም ነው፡፡ ሀገራችን በታሪኳ ያለ ፈተና ያሳለፈቻቸው ዘመናት እጅግ ጥቂቶች ናቸው፡፡ በብርቱ ልጆችዋ ጥረትና በፈጣሪ ቸርነት የሚገጥማትን የችግር ውርጅብኝ እየተቋቋማች እዚህ ደርሳለች፡፡ ዛሬም የሀገራችንን ብርቱ አቅም ሊገዳደር የመከራ ዶፍ በዙሪያችን ቢያስገመግም፤ እንደ ሐምሌ ክረምት በችግር ደመናቸው ሕይወታችንን ሊያጨልሙ የሚቋምጡ ኃይሎች ቢሰበሰቡም መጓዛችንን አናቆምም፡፡ በጽኑ ማንነታችንና በፈጣሪ እገዛ ለምንታመነው እኛ ሁሌም ከክረምቱ ባሻገር የሚመጣው ብሩህ ጸደይ ጎልቶ ይታየናል፤ ከጨለማው ማዶ ደማቅ ብርሃን እንዳለ እናውቃለን፡፡ የትናንቱን ጨለማ እንዳለፍነው ሁሉ÷ የዛሬውን ጽልመት የማንሻገርበት ምክንያት እንደሌለ እያመንን፣ ብርታትና ጥንካሬውን ለሚቸረን ፈጣሪ ዛሬም ምስጋና ከማቅረብ አንቦዝንም፡፡ አመስጋኝነት ያለፈውን ዘመን በአሸናፊነት፣ ያለንበትን ወቅት በዕድለኝነት፣ መጪውን ጊዜ ደግሞ በብሩህ ተስፋ እንድንመለከተው የሚያድርግ ታላቅ ኃይል አለው። በአንጻሩ አማራሪነትና ምስጋና ቢስነት የተሸናፊነትና የዕድለ ቢስነት ሥነ ልቡናን ይፈጥራል፡፡ ራሳችንንና ሌሎችን በአዎንታዊነትና በፍቅር መመልከት እንዳንችልም ያደርገናል። በምሬትና በምስጋና ቢስነት የተጠመደ ግለሰብም ሆነ ሕዝብ የጎደለው እንጂ በእጁ ያለው ጸጋ አይታየውም፡፡ የደረሰበት በደል እንጂ የተሰጠው ዕድል አይጎላለትም፡፡ የሚመጣው መከራ እንጂ ከፊቱ ያለው ደስታ በኅሊናው አይሳልም። አመስጋኝ ሰው በመከራውና በጭንቁ ውስጥ ድሉንና ዕድሉን ማየት የሚችል ነው፡፡ ከወጀቡና ከማዕበሉ ይልቅ የመርከቧን ጥንካሬ ያያል፡፡ ከፈተና

Akkuma Kaleessaa Har’as Qormaatota Injifinnoon Ceenee, Harka Keenya Galataaf ni Bal’ifna

ምስል
Kabajamtoota Ummattoota Biyya Keenyaa Hundaaf Maqaan Itoophiyaa jedhu maqaa kabajaa rakkoodhaaf harka osoo hin kennin, qormaataaf osoo hin jilbiiffannee fi gufuuwwan cehuudhaan injifannoo ittii gonfatanidha. Seenaa ishee keessatti biyyi keenya yeroon isheen qormaata malee dabarsite muraasa. Tattaaffii cimina ijoollee isheetiifi gargaarsa waaqayyootiin, rakkoowwan mudatan heddu damdamattee as geessee jirti. Har’as cimina biyya keenyaa qoruuf rakkoo baay’een yoo nu marsanis, qaamoleen adda addaa halkaniifi guyyaa lubbuu keenya rakkoo keessa galchuuf walitti yoo dhufanis, gara fuulduratti deemuu keenya hin dhaabnu. Nuti yoomiyyuu, warri cimina eenyummmaa keenyaatiifi gargaarsa Waaqayyootti amannu, bacaqii gannaa keessa darbinee, ifa birraa abdachiisutu nutti mul’ata, dukkanaan gamatti ifa boonsaan akka jiru ni beekna. Dukkana kaleessaa akkuma darbine, rakkoo har’a nu quunname sababni cehuu dadhabnuuf akka hin jiraanne amanaa, har’as ciminaa fi jabina uumaaan nuu keenneef galata galchuuf

‘Ashaaraa dhugaa’ Obbo Taayyee Danda’aa

Miseensa Caffee Oromiyaa 6ffaafi deetaa ministeera Nagaa Itiyoophiyaa kan ta’an Ob.Taayyee Danda’aa yaa’ii caffee Oromiyaa 3ffaa tibbana adeemsifame wajjin wal qabatee komii qaban ifa godhaniiru. Godina Shawaa Kaabaa naannoo filannoo Kuyyuutti ummata kuma dhibba tokko bakka bu’uudhaan miseensa caffee kan ta’an obbo Taayyee Danda’aa mata duree’Ashaaraa dhugaa' jedhuun barreeffama bal’aa dhiyeessaniiru.Barreeffama kana keessatti: Marii caffee duraa, Ajandaa yaa’ii caffee irratti dhiyaate, Mormii gabaasa irratti qaban, Bajata dabalataafi qoodumsa bajata bara 2015 Muuxannoo Shiraafi Sirnaaf quuqamuu ilaalchisuudhaan fuula facebook isaanii irratti tarreessuudhaan barreessaniiru. Odeefannoo bal’aa barreeffamaan har’a baasan kana garagalchisaa Waajjira Caffee Oromiyaafi Miidiyaaleef akka ta’es xumura irratti eeraniiru.Dhaamsa guutuu argachuuf dubbisaa Oolmaa Caffee Irratti Yaada Koo Ashaaraa Dhugaa! Seensa Filannoo marsaa 6ffaanin mis

Injifannoo guddaa dinqisiifatamuu qabu!

ምስል
Biyyi Ollaa Itiyoophiyaa taate Suudaan waan tibbana jette dhageenyee jirra.Kan odeeffannoo kana hin dhageenye ykn.hin dubbifne Suudaan maal jettee?jechuudhan gaafachuun isaa hin oolu. Eyyeen Suudaan waan Itiyoophiyaan barbaaddu goote.Kun waliigaleefi inijifannoo guddaadha!.Suudaan himni hidhate kamiyyuu daangaa Itiyoophiyaafi Suudaan qaban irra akka socho’uuf gonkumaa hin hayyamu jechuudhaan mirkaneessitee jirti. Ministeerri ittisaa Suudaan humni hidhate kamiyyuu daangaa biyyaalee lamaanii jidduu akka hin sochoone ittisuuf Itiyoophiyaa waliin tumsa cimaa taasisuudhaan kan hojjetu akka ta’e mirkaneesseera. Dubbii Himaan Ministeera Ittisa Biyyaa Sudaan Birgaadeer Janaraal Nabiil Abdullaah ibsa tibbana kennaniin,rakkoo daangaa Suudaanii fi Ityoophiyaa jidduu jiru hiikuu fi furmaata hatattamaa argamsiisuuf hoggantoota biyyoota lamaanii waliin mariin taasiifamaa akka jiru mirkaneessaniiru. Bu’uura marii qondaaltoota biyyaalee lamaanii kanaan koreen teeknikaa mana maree nageenyaa f

የመርህ ኣልባ ፓለቲካ መዘዝ | Live Streaming TIGRAI TELEVISION |

ምስል

Hattoota admsuun seeratti dhiyeessuun itti fufuu qaba!

Hattoota adamsuudhaan  balleessssuun itti fufu qaba!Namoonni gocha malaammaltummaa hin raawwatan, biyyaaf yaadu kutannoo cimaa qabu jedhaamuun amanaman gochoota malaammaltummaa qaanessaa ta'an keessa wayita seenan qabatamaan mul'achaa jira.Maaltu beeka kan kana caalutu jira ta'a.Hattoota akkanaa kana adamsuudhaan too'annoo seeraa jala oolchuun daran cimuudhaan itti fufuu qaba!Manneen kondominiyamii wajjin wal qabatee kan tibbana Magaalaa Finfinneetti dhaga'ame saamicha garee neetwoorkiin ijaarameen raawwatamedha.Kan obbo Mitikkuu Kaasaa raawwatanis waan hin eegamnedha,ajaa'ibsiisaadha.Rakkoolee saamichaa suukaneessaa kanneen fakkaatan kana qolachuun kan danda'amu seerotaafi hojmaata cimsuudhaan waan ta'eef seerota ittisa yakkoota malaammaltummaaf shoora gumaachan sakatta'uun fooyeessuun dirqama mootummaa jijjiiramaati.Silaa Mootummaa jijjiiramaa kanatti qormaanni baay'ateera.Ta'us rakkoolee itti fufiinsaan mudachaa jiran moo'achuudhaan bi

Maqaan Hattoota shakkamanii ifoomsameera

ምስል
Carraa manneen waliinii marsaa 14ffaa 20/80fi 40/60 wajjin wal qabatee biiroo saayinsiifi teeknooloojiifi biiroo manneeniitiin hooggantootaafi ogeeyyoota tarkaanfiin irratti fuadhatame maqaan isaanii ifoomsameera Akkaatuma kanaan፦ 1ffaa.Dr.Muluuqan Haabtuu hoogganaa biiroo(Itti gaafatamaa irraa kan ka'e) too'annoo jala kan oolfame. 2ffaa.Abrhaam Sarmolloo itti aanaa hoogganaa biiroo 3ffaa.Mabraatuu Waldajidaan-Daayireektara 4ffaa.Haabtaamuu Kabbada-Ogeessa Mosaajii 5ffaa.Yooseef Mulaat-Ogeessa Mosaajii 6ffaa.Getaachaw Barihuun-Ogeessa Mosaajii 7ffaa.Qaasiim Kadir-Ogeessa Mosaajii 8ffaa.Sixootaaw Geizaachaw-Mosaajii kan misoomse 9ffaa.Baayyaliny Rattaa-too'ataa Moosaajii 10ffaa.Miikiyaas Toleeraa-ogeessa infoormeeshin teeklnooloojii manneenii 11ffaa.Kumsaa Tolaa-Daayireektara infoormeeshin teeklnooloojii manneenii (Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee)

ʺየሞቱት ያስለቅሳሉ፣ የተረፉት ያስጨንቃሉ"

ምስል
የሞቱት ያስለቅሳሉ፣ የቀሩት እጣ ፈንታ ያሳስባል፣ ምን ይገጥማቸው? ማን ይመጣባቸው? ማንስ ይነሳባቸው? በማለት፡፡ እንኳን በግፍ ያለፈ፣ በእድሜው ያረፈ እንኳን ያስለቅሳል፡፡ የሞት ጥላ ከባድ ነው፣ ጨለማ ጥሎ ብርሃን ያስናፍቃል፣ ሳቅን አስረስቶ በእንባ ማዕበል ያጥለቀልቃል፡፡ ሞት አዲስ ነው አይለመድም፣ ባይተዋር ያደርጋል፣ ተስፋ ያሳጣል፣ በጨለማ ይከባል፤ በግፍ ሲሆን ደግሞ ሞት ብቻ ሳይሆን የሞት ሞት ይሆናል፡፡ ብልኾች ሲጸልዩ ʺአሟሟቴን አሳምረው" ይላሉ፡፡ ሞታቸው በግፍ እንዳይሆን፣ ሰው በሌለበት፣ አፈር አልባሽ ቀባሪ በማይገኝበት፣ ታሞ ፈጣሪ ይማርህ በማይበላበት እንዳይሆን ሲመኙ፡፡ አለፍ ሲልም ሞቴን በክረምት አታድርግብኝ ይላሉ፡፡ ለምን ካሉ ለቀብር የሚመጣው እርሻ ማረሱን፣ አረም ማረሙን፣ ከብቶች ማሰማራቱን ይተዋል፣ ፍየሎቹን ነብር ይበላበታል፣ ልጆቹን ጎርፍ ይወስደባታል ብለው ሲለሚያስቡና ስለሚጨነቁ ነው፡፡ ሞትም ክብር አለው፣ ቀብርም ጌጥ አለው፤ ሠውን ፈጣሪ እስትንፋስ እንደ ሰጠው ሁሉ እስትንፋሱን ነጥቆ ቢወስደው ሁሉም በእርሱ ነውና አንተ ታውቃለህ፣ አንተ ሰጠህ አንተው ነሳህ፣ ተመስገን ተብሎ ይታላፋል፡፡ የፈጣሪን ሥራ ሰው ሲያፈርሰው፣ የንጹሐንን ደም በግፍ ሲያፈስሰው ግን አብዝቶ ያስቀልሳል፡፡ ለወትሮው ፍትሕና ርትዕ በሰፈነባት፣ ሰው በሰውነቱ በሚከበርባት፣ ሰላምና ፍቅር በነገሠባት፣ አንድነት በጠነከረባት፣ የሀገር ፍቅር ኃያል በሆነባት፣ ከራስ በፊት ሀገርና ሕዝብ በሚቀድምባት፣ ለክብሯ ደምና አጥንት በሚገበርባት፣ ሕዝብን ለማስከበር፣ ሠንደቅ ዓላማን ለማክበር ሕይወት በሚሰጥባት በታላቋ ኢትዮጵያ ፍቅር ተረስቶ፣ ጥላቻና እኔ ልቅደም ተስፋፍቶ ንጹሐን በግፍ ይሞታሉ፣ ልጆች አሳዳጊ አልባ ይቀራሉ፣ አዛውንቶች ጧሪ አልባ ይሆናሉ፡፡ ʺዓለ

የብልጽግና ፓርቲ ሴቶች ሊግ 1ኛ መደበኛ ጉባኤ የአቋም መግለጫ

ምስል
የብልጽግና ፓርቲ ሴቶች ሊግ የብልጽግና ፓርቲ አባል ሴቶችን በአደረጃጀት አቅፎ የሚመራ ለሴቶች ሁለንተናዊ ተሳትፎና ተጠቃሚነት የሚታገልና የሚያታግል የፓርቲ ክንፍ ነው፡፡ ለዚሁ አላማው መሳካት የራሱ የሆነ ፕሮግራም እና መተዳደሪያ ደንብ ኖሮት በጉባኤ በሚወከሉ ማእከላዊ ኮሚቴ አባላት የሚመራና በየሁለት አመት ተኩል ጉባኤ የሚያካሄድ መሆኑ ይታወቃል። ይህ በአይነቱና በሂደቱ ታሪካዊና ከውህደት በኃላ እና ከፓርቲያችን አንደኛ ጉባኤ ማግስት የተካሄደው ጉባኤ በሀዋሳ ከተማ በደመቀ እና በወሳኝ የአገሪቱ ጉዳዮች ላይ የመከረ ነው። በቀጣይም የሊጉን አደረጃጀት ማጠናከር በሚቻልባቸው እና በሰላም ጉዳዮች ላይ የጉባኤው ተሳታፊዎች ጥልቅ ውይይትን አድርገዋል። የሴቶች ተሳትፎና ተጠቃሚነት ለሁለንተኛዊ ብልጽግና በሚል መሪ ቃል በእህትማማችነት መንፈስ ጎልብቶ ሊጋችን የመጀመሪያውን ታሪካዊ ጉባኤ አካሂዶ ለቀጣይ ሊጉን ሊመሩ እና ሊያሻግሩ የሚችሉ አመራሮችን በመምረጥ በስኬት ተጠናቋል፡፡ መድረኩ ላይ ይንጸባረቁ የነበሩ ጥልቅ የፍቅርና የአንድነት መንፈሶች፤ የህብረ ብሄራዊ አንድነት ገጽታ ደምቆ የታየበት ይህ ታሪካዊ ጉባኤ፤ የመላውን ብሔር ብሔረሰቦችና ህዝቦች ባህል፣ ቋንቋ፣ አለባበስ እና የተለያዩ ባህላዊ ምግቦችን ጨምሮ የነበሩት የእህትማማችነት መስተጋብሮች ተደማምረው ለጉባኤው ታላቅ ድምቀት ነበሩ፡፡ ሃገራችን ባለፉት ጥቂት አመታት ያለፈችባቸውና ሁለንተናዊ ለውጥን ባመጡ ታሪካዊ ክስተቶች ውስጥ ሁሉ ሴቶች ግንባር ቀደም ተዋናይ ሆነው በጠንካራ ህብረብሄራዊት ኢትዮጵያን ለመገንባት ብዙ ሰርተዋል። ሴቶች ለብልጽግና ፓርቲ እውን መሆንና ለለውጡ መሳካት፣ ለሃገራዊ ምርጫ ስኬት፣ በህልውና ዘመቻው በግምባር ከመሰለፍ አልፎ የሰራዊቱ ደጀን በመሆን፤ ከውጭም ከውስጥም በሰው ሰራሽ እና በተ