Hoggansi Oromiyaa dhugaa qabu maalif himachuu dadhabe?

 Hoggansi ol'aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa deebii kennuu qaba!Ta'uu baannaan waatu jira.Ilaalchaafi gochi shanee caasaa mootummaa keessa akka jiru kanumaan durayyuu himamaa ture.Garuu hanga sadarkaa Taayyee Danda'aa dubbatu kanaan yaaddessaa hin fakkaatuuyyu,qabsoodhaan dhawaataan sirraa'aa deema jedhamee waan yaadamu natti fakkaataayyu.Amma Miidiyaafillee deebii kennuun erga didamee waan dhoksuun barbabadametu jira jechuudha.Kanaaf Hooggansi Oromiyaa dhimmi ilaallatuun utuu oolee hin bulin deebii kennuu qaba.Yoo diddan Ummanni Oromoo akka isin liqimsu baraa! Waan Taayyee Danda'aa BBC Afaan Oromootti hime dubbisaa https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/czkl1pyk5xxo

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ