Miidiyaa Ijaafi gurra Ummataa ta'e qabaachuuf!

Iddoon Magaalaa Finfinnee kutaa Magaalaa Qiirqoos naannawa Waddeessa jedhamuudhaan beekama.Kibxata darbe Ebla 03/2009 pireezidaantii bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Ob.Lammaa Magarsaatiin dhakaan bu'uraa kaa'ame.Dhaabbanni Raadiyoofi Televizyinii Oromiyaa waggaa kudhaniin dura mootummaa Naannoo Oromiyaatiin hundeeffame.Hanga ammaatti teessoosaa muummee Magaalaa Adaamaa taasifachuudhaan ummata bal'aa Oromoo tajaajilaa kan jiru dhaabbanni seena qabeessi kun waggoota lama booda teessoonsaa muummeen handhuura Oromiyaa Boolee akka ta'u garanumaa mirkanaa'eera.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman