ልጥፎች

የኦሮሞ ሕዝብ ዴሞክራሲያዊ ድርጅት(ኦህዴድ) የዳግም ጥልቅ ተሃድሶ

ምስል
  የኦሮሞ ሕዝብ ዴሞክራሲያዊ ድርጅት(ኦህዴድ) የዳግም ጥልቅ ተሃድሶውን የሊቀመናብርት ለውጥ በማድረግ ጀመረ በዚሁ መሰረት የድርጅቱ ሊቀመንብር አቶ ሙክታር ከድርና ምክትል ሊቀመንበሯ ወይዘሮ አስቴር ማሞ ለዳግም ተሃድሶ ስኬት በፈቃዳቸው እንደለቀቁ የድርጅቱ ማዕከላዊ ኮሚቴ ፅህፈት ቤት ኃላፊ አቶ በከር ሻሌ ማምሻውን በሰጡት መግለጫ ተናግረዋል ሰሞኑን የኦሮሞ ሕዝብ ዴሞክራሲያዊ ድርጅት(ኦህዴድ) ማዕከላዊ ኮሚቴ የ15 ዓመታትን የተሃድሶ እንቅስቃሴ ሲገመግም የቆየ ሲሆን በተነሱት ሊቀመናብርት ምትክ አቶ ለማ መገርሳ የኦህዴድ ሊቀመንበር፤ዶክተር ወርቅነህ ገበየሁ ደግሞ ምክትል ሊቀመንበር ሆነው በድርጅቱ ማዕከላዊ ኮሚቴ እንደተመረጡ አቶ በከር ሻሌ ማምሻውን ለኦሮሚያ ቴሌቪዥን በሰጡት መግለጫ አረጋግጠዋል በከፍተኛ አመራር ደረጃ የተጀመረው ጥልቅ ተሃድሶ ተቀጣጥሎ እስከ ታችኛው መዋቅር ድረስ በመጠናከር የሚቀጥል በመሆኑ የኦሮሞ ሕዝብ እንደከዚህ በፊቱ ከኦህዴድ ጎን በመሰለፍ ትግሉን እንዲያጠናክር የድርጅቱ ማዕከላዊ ኮሚቴ ጥሪውን አቅርቧል

Murtee seena qabeessa koree jiddu galeessa Dh.D.U.O

ምስል
Koreen jiddu galeessa Dhaabbata Demookraatawa Ummata Oromoo raawwii sochii haaromsaa waggoota 15'n darbanii tibbana qorachaa ture xumureera. Koreen jiddu galeessa dhaabbatichaa walga'iisaatiin murteewwan adda addaa kan dabarse yammuu ta'u murteewwan darban keessaa jijjiiramuun dura taa'oota dhaabbatichaa isa tokkodha. Akkaatuma kanaan dura taa'aan Dh.D.U.O obbo Muktaar Kadiriifi itti aantuun dura teessuu dhaabbatichaa adde Asteer Maammoo iddoo dura taa'ummaa irraa ka'aniiru.Gaaffiin obbo Muktaariifi adde Asteer hooggansa dhaabaa irraa ka'uuf koree jiddu galeessaaf dhiyeeffatan fudhatama kan argate yoo ta'ellee hojii raawwachiiftummaadhaan kan itti fufan ta'a jedhameera.Akkaataa kanaan obbo Muktaariifi adde Asteer sadarkaa tokko gadi bu’uun hojii raawwachiiftummaadhaan kan itti fufan ta’a jedhameera. Rakkoolee Oromiyaa keessatti mudataniif hanqinni ga'uumsa hooggansaa sababa akka ta'e kan himame yammuu ta'u tarkaanfiin...

በማንነት ጥያቄ ዙሪያ ከምሁራን ጋር የተደረገ የፓናል ውይይት…ነሐሴ 17 2008 ዓ ም

ምስል

Ayyaana Irreechaa bara 2009

ምስል
Ayyaana Irreechaa bara 2009 Magaalaa Bishooftuu Hora Arsadeetti kabajamu karaa nagaa fi tasgabbii qabuun kabajuun ayyaanicha ayyaana aadaan keenya sadarkaa ol’aanaatti irratti miidhageefi hawwatee mul’atuufi kabajamu taasisuuf qophiin gahaan akka taasifame Hoogganaan biiroo Aadaa fi Turiizimii Oromiyaa obboo Geetuu Wayyeessaa himaniiru. Obbo Geetuun akka jedhaniitti ayyaana irreechaa baranaa kan adda taasisuu jala bultii aayyaanichaatti yeroo jalqabaatiif fiigichi guddaan dargaggoonni hedduufi atiileettoonni beekamoon irratti hirmaatan kan gaggeeffamuu ta`uusaati Sirna Gadaa Oromoo UNSCOtti galmaa’uuf deemuuf haala mijaawaa uumuuf keessummoonni idil-addunyaaraa fi biyyaa keessaa dhufan bal`inaan kan irratti hirmaataan ta`uunsaas ayyaana baranaa kana adda taasisa jedhaniiru. Ayyaanni Irreechaa aadaawwan sirna Gadaa waliin walqabatanii raawwataman keessaa tokkoofi Aadaa eenyummaa Saba Oromoo callaqisuudha kan eeran obboo Geetuun,Iddoo ayyaanni irreechaa itti kabajamu hun...

Wanti guddaan ilaalcha sirreessuudha!

ምስል
Tibbana leenjiin barsiiftoot`a hirmaachise iddoowwan adda addaatti kennamaa jira.Akkuma barsiiftoota Naannolee biroo Barsiiftoonni Naannoo Oromiyaas hojii baruufi barsiisuu irratti leenji’aa jiru.Akkuma beekamu wanti guddaan hanqina gama ilaalchaatiin jiru sirreessuudha. Hanqinni ilaalcha namaa bira jiru ammoo leenjii hubannoo Namaa gabbisuu danda’uun sirraa’aa deema.Leenjii wayita tokko qofatti kennamuun ilaalchi Namaa sirraa’uu danda’a jechuun yaaduun kan hin danda’amne ta’us leenjiin kennamaa jiru barsiiftoota hanqina hubannoo qaban sirreessuufi dhaloota ga’uumsa qabu akka horataniif haala kan mijeessu akka ta’e hinshakkamu. Leenjichi kan xiyyeeffate adeemsa baruufi barsiisuu irrattidha.Kana malees waa’een hanqinoota adeemsa baruufi barsiisuu keessatti mudatan ka’uun hin oolu.Kun ammoo hojii baruufi barsiisuu keessatti ammaan booda akka hindabalamneef ittisuuf gargaara. Qaamoleen tokko tokko leenjichi siyaasa Wayyaanee barsiisuu irratti xiyyeeffata jechuun ololanis ...

“ጅብ በማይታወቅበት አገር ሄዶ ቁርበት አንጥፉልኝ ይላል”

ምስል
አይ ጁኔዲ ሳዶ? “ጅብ በማይታወቅበት አገር ሄዶ ቁርበት አንጥፉልኝ ይላል” አቶ ጁኔዲ ሳዶ ከየት ብቅ አለ? በአንድ ወቅት የኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት ርዕሰ መስተዳድር በመሆን የኦሮሚያን ሕዝብ አገልግሏል፤በኢትዮጵያ ፌዴራል መንግስት መዋቅር ውስጥም የሳይንስና ቴክኖሎጂ፤የሲቪል ሰርቪስ እንዲሁም የመገናኛና ትራንስፖርት ሚኒስትር ሆኖ ሰርቷል በኦሮሚያ ክልል በቢሮ ደረጃ የኦሮሚያ ውሃ ማዕድንና ኢነርጂ ቢሮ ኃላፊ ሆኖም አገልግሏል በወቅቱ በቅንነት ለሰጠው አገልግሎት ክብር ይገባዋል አክባሪው ነኝ ከአራት አመታት በፊት ስልጣኑን ተጠቅሞ በኢትዮጵያ የእስልምና አክራሪነት እንዲስፋፋ በሕቡዕ ባደረገው እንቅስቃሴ(ባለቤቱ ሃቢባ ከሰኡዲ አረቢያ ኤምባሲ በሺህ የሚቆጠር ቁርአን መፅሃፍ ስታወጣ ተይዛ መታሰሯ ትዝ ይሏል) ምክንያት ተጋልጦና ተገምግሞ ከስልጣን ከተባረረ በኋላ ደግሞ እምጥ ይግባ ስምጥ ሳይታወቅ ቆይቶ የሰኡዲ አረቢያ ወይም የአሜሪካ መንግስት ጥገኝት እንዳገኘ በወቅቱ ከመገናኛ ብዙሃን  ተነግሯል።ጥያቄው ጁኔዲ ሳዶ አሁን ከየት ብቅ አለ? አቶ ጁኔዲ ፈረንጆች እንዲረዱት ይመስላል በኢትዮጵያ ወቅታዊ ሁኔታ ላይ አትኩሮ የኋላ ሁኔታዎችን በማስታወስ በኢንግሊዝኛ ቋንቋ እይታውን ይፋ አድርጓል “The current turmoil has come as no surprise”ይለናል አቶ ጁንዲ ሳዶ በአሁኑ ወቅት በኢትዮጵያ የሚታየው ግጭት ብርቅ አይደለም አያስደንቀውም እንደ አዲስም አይመለከተውም። ይሁንና አሁን አንዳንድ ችግሮች የተከሰቱት በተለይም በኦሮሚያ የታዩት ችግሮች ምንጭ አቶ ጁንዲ ኦሮሚያን ሲያስተዳድር በነበረበት ወቅት መሰረት ይዘው የቆዩ መሆናቸው ሊታወቅ ይገባል ኪራይ ሰብሳቢነት፤የሃይማኖት አክራሪነት፤አስመሳይነት፤ከባቢያዊነት...

Garee waggoota lakkaa'auufi gadaantummaa himaa jiraatu-ABO

ምስል
ABOn dhaaba umuriisaa guutuu gadi aantummaa uummata Oromootti himuu malee bu’aa buusee hin beeku. Ilaalchi Sabboonummaa dhiphummaan ilaalcha buu’ura ummattummaa hin qabneedha!!! Ilaalchi dhiphummaa ABOn baatee deemuu uummanni Oromoo saba guddaa ta’ee osoo jiruu ati saba ebaluutiin miidhamtee jirta jechuun gadi aantummaa faarsaa, firaa fi diina gargar baasee hin beeku ,badii sirna tokkoo badii saba tokkoo godhee akka hubatamu taasisa, yeroo hundaa saba ebaluutu uummata Oromoo miidhe jedhee ummanni akka wal jibbuu fi wal fanfanu gochuun gocha gooli uumtummaa raawwata, sabaa fi sab-lammoota gidduutti walitti bu’iinsa uumuun tokkummaa uummattootaa diiguuf jecha yeroo tokko saba Amaaraatu si miidhe, amma immoo saba Tigiree fi walaayittaatu si miidhaa jira jedha. Haala mijaa’aa eeggatee sabaan, gosaan, daangaadhaa fi amantaan walitti buusuun baddaa fi gammoojjitti gocha sabaafi sab-lammoota uummata Oromootiin walitti diinomsuu raawwata. Ilaalchi dhiphummaa ilaalcha duudhaa ummat...