Murteen paartichaan darbu abdii ol'aanaadhaan eegama

Murteen koreen hojii raawwachiisaan paartii Badhaadhinaa Itiyoophiyaadhaaf murteessaadha.Waalgayiin koree hojii raawwachiisaa paartichaa yeroo kanatti adeemsifamuun isaa wanti murteessaan dhufuuf akka jiru mul'isa.Gama tokkoon hojiiwwan Mootummaafi Paartii badhaadhinaa kurmaana 1ffaa bara 2015 qorachuudhaan kallattii kaa'uun akkuma jirutti ta'ee weerarri wayyaanaan marsaa 3ffaaf bante xumura akka argatuuf walgayii koree hojii raawwachiisaa paartii badhaadhinaa Naannoo Soomaalee Magaalaa Jigjigaatti adeemsifamaa jiru kanaan kutannoodhaan kallattiin ni kaa'ama jedhamee eegama.



አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Eessa turre,Maalirra Geenyeerra? Kutaa 4ffaa