Guyyaa tajaajiltummaa

 

(Qammee 02/13/2013-Finfinnee) Kaleessa guyyaan Itiyoophiyaawummaa sirnoota adda addaatiin kabajamee ooleera.Waltajjiiwwan marii guyyaa kana sababeeffachuudhaan bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti adeemsifaman irratti yaadawwan bilchina qaban hedduun ka’aniiru.

Yaadawwan namoota beekamoo gara garaatiin waltajjii marii irratti dhiyaatan nama itti xiyyeeffatee hordofeef iccitii Itiyoophiyaafi Itiyoophiyaawummaa hubachuun rakkisaa hinta’u.Waltajjii marii Hoteela Sharaatan Addisitti adeemsifame irratti maalummaan Itiyoophiyaafi Itiyoophiyaawummaa fakkeenyawwan adda addaatiin ka’uun irratti mari’atameera.

Guyyoota Qaammee shanan mata dureewwan adda addaatiin kabajuuf akkaataa karoorfameen har’i ammoo guyyaa tajaajiltummaa ta’uun qophiiwwan adda addaatiin kabajamaa jira.


አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ