Salphatanii waallee hin himatanii

Waayyaannee salphina Naannoo Affaaritti hagguuggatte himachuu hin dandeessu.ololaan humna shoroorkeessaa Getaachoo Raddaa hidhattoonni isaanii Naannoo Affaar keessaa guutummaatti akka ba’an dirqamuudhaan mirkaneesseera.

Dhugaan kun dura irratti qaamolee raayyaa ittisa biyyaafi itti gaaftamtoota humna tasgabbii Naannoo Affaariin himameera.Getaachoon bubbuluudhaan dhugaa jiru hime.’Naannoo Affaar keessaa guutummaatti kan bane ergamtoonni mootummaa federaalaa gufuu waan nutti ta’aniifi’ jechuudhaan ijasaa ashaboodhaan dhiqachuun dubbate.

Silaas moo’amuudhaan naannicha keessaa baane jechuun dubbachuu akka hin dandeenye nibeekama.Namtichi kun maalif akkanatti watwaataa?Salphina hagguuggatanii waallaa hin himatanii bar!


አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.

Ibsa Konfaransii Dhaabbattummaa 8ffaa Dh.D.U.O

Akkuma Kaleessaa Har’as Qormaatota Injifinnoon Ceenee, Harka Keenya Galataaf ni Bal’ifna