ልጥፎች

ከሴፕቴምበር, 2016 ልጥፎች በማሳየት ላይ

የኢፌዴሪ ፕሬዚዳንት ሙላቱ ተሾመ ለተለያዩ ከፍተኛ ወታደራዊ መኰንኖች የማእረግ እድገት ሰጡ

ምስል
የኢፌዴሪ ፕሬዚዳንት ሙላቱ ተሾመ ለተለያዩ ከፍተኛ ወታደራዊ መኰንኖች የማእረግ እድገት ሰጡ። የፕሬዚዳንት ፅህፈት ቤት ለፋና ብሮድካስቲንግ ኮርፖሬት በላከው መግለጫ በአገሪቱ ህገ መንግስት መሰረት በፕሬዚዳንቱ ዛሬ የማእረግ እድገት ከዚህ በታች ስማቸው ለተዘረዘረ 38 ከፍተኛ ወታደራዊ መኰንኖች መሰጠቱን አስታውቋል። ሌተናል ጄኔራልነት የተሰጣቸው፦ 1. ሜ/ጄኔራል ገብራት አየለ ቢጫ ሜጀር ጀነራልነት የተሰጣቸው፦ 1. ብ/ጄኔራል መሀመድዒሻ ዘይኑ ትኩዕ 2. ብ/ጄኔራል ሓለፎም እጅጉ ሞገስ 3. ብ/ጄኔራል ማሾ በየነ ደስታ 4. ብ/ጄኔራል ጥጋቡ ይልማ ወንድምሁነኝ 5. ብ/ጄኔራል ጌታቸው ጉዲና ሰልባና 6. ብ/ጄኔራል ድሪባ መኮነን ሀተኡ 7. ብ/ጄኔራል ገብረሚካኤል በየነ ተድላ 8. ብ/ጄኔራል ደስታ አብቼ አገኖ 9. ብ/ጄኔራል ደግፌ በዲ ዱጋዬ 10. ብ/ጄኔራል ይመር መኮንን ዓሊ 11. ብ/ጄኔራል አጫሉ ሸለመ መርጋ 12. ብ/ጄኔራል አቤል አየለ አልቶ ብርጋዴር ጀነራልነት የተሰጣቸው፦ 1. ኮሎኔል አዲሱ ገብረየሱስ ገብረዮሃንስ 2. ኮሎኔል ኪዱ ዓለሙ አሰጉ 3. ኮሎኔል ብርሃኑ ጥላሁን በርሄ 4. ኮሎኔል ግርማ ከበበው ቱፋ 5. ኮሎኔል አድማሱ ዓለሙ ወልደሰንበት 6. ኮሎኔል ተክላይ ኪዳነ ተድላ 7. ኮሎኔል ሲሳይ ውብለኔ መኮንን 8. ኮሎኔል ጀማል መሀመድ ይማም 9. ኮሎኔል አበበ በየነ ዓለሙ 10. ኮሎኔል ተገኝ ለታ ሽኔ 11. ኮሎኔል ታደሰ መኩሪያ ዘሪሁን 12. ኮሎኔል መብርህቱ ወ/አረጋይ አሱ 13. ኮሎኔል ለታይ መስፍን ትኩዕ 14. ኮሎኔል ክንዱ ገዙ ተገኝ 15. ኮሎኔል ደምሰው አመኑ ፋፋ 16. ኮሎኔል ሰመረ ገብረእግዚአብሄር ክፍሎም 17. ኮሎኔል መልአኩ ሽፈራው ጥሩነህ 18. ኮሎኔል ቡልቲ ...

Waa lama dhabuu Juneeddii Saaddoo

ምስል
Obbo Juneeddii Sadadoo iddoowwan Taayitaa Naannoo Oromiyaafi Federaalaa hedduu irratti hojjeteera.Walumaagalatti waggoota 27’f   sadarkaa itti gaafatamaatiin akka hojjete dubbata. Waggoota shaniin dura fedhumasaatiin akka biyyaa baqateefi sagalee dhokfachuun erga turee booda wayita ammaa humni dhiphaaniifi of tuulaan ol’aantummaa waan argate itti fakkaannaan iddoo itti dhokate irraa sagaleesaa hammeenyaa dhageessiseera. Itiyoophiyaa keessatti danbaliin mormii ummataa akka ka’eefi Mootummaa wayyaanee tajaajiluun isaa akka gaabbisiiseen dubbateera.Namni kun taayitaa hammaaramee itti kenname da’oo godhachuudhaan murteewwan adda addaa dabarseen Oromoonni hedduun miidhamaniiru,dararama ol’aanaadhaaf saaxilamniiru.Murteewwan Namni sobaan kun yeroo tayaitaa irra turetti dabarseen: 1.Barattoonni Yuuniivarstii lakkoofsaan 300 caalan baruumsa isaanii irraa ari’amuudhaan du’aniiru,bu’aa malee hafaniiru. 2.Magaalaan guddoon Oromiyaa Adaamaa akka taatu murteessuudhaan hojje...

Ibsa Ejjannoo Hirmaattota Haaromssaa Gaggeesitoota Ol’aanaa Dh.D.U.O.

ምስል
Dhabbanni keenya Dh.D.U.On sadarkaa har’a irra jiru irra kan gahe, toorasaa ummatummaatiin hogganamee,qabsoo walirraa hin cinneen ofhaaromsaati. Gaaffileen hundeefamasaatirraa kaasee qabsaa’aa fi qabseessisaa tureef ammas ittifufanii jiran bu’uura ummattummaa bal’aa kan qabanidha.Sababni dhaabni keenya qabsoo keessatti dhalateefis kanumma.Gaaffileen mirga sabummaa fi cunqursaa gitaa qabsoo wareegama lubbuu gaafatuun ofirraa fonqolchuun hundeefama dhaaba keenyaan duras ka’aa turan dhaabbilleen maqaa qabsoo ummata Oromootiin hundoofnee jirra jedhanii of himan tokkoon isaaniyyuu deebisuu kan danda’an hinturre,sababni isaa inni guddaanis fedhii ofiitiin dura fedhii ummata bal’aatiif abboomanii qabsicha karaa gurmaa’eef ummata hirmaachiseen hogganuu dhabuusaati.Ergamoota ummattuumma kana kallattii sirrii ta’een hogganee injifannoodhaan xumureef boqonnaa qabsoo ammaatiin murannoodhaan qabsaa’aa kan jiru dhaaba keenya Dh.D.U.O dha. Qabsoon hidhannoo sirna dargii kuffisuudhaan injiffano...

ፕሬዚዳንት ኦባማ ኢትዮጵያ በሰብአዊ ድጋፍ ያላትን ሚና አደነቁ

ምስል
የአሜሪካው ፕሬዚዳንት ባራክ ኦባማ ኢትዮጵያ ስደተኞችን ተቀብላ በማስተናገድ እያደረገች ያለውን ሰብአዊ ድጋፍ አደነቁ። በኒውዮርክ እየተካሄደ ባለው 71ኛው የመንግስታቱ ድርጅት ጠቅላላ ጉባኤ በተጓዳኝ ፕሬዚዳንት ኦባማ በዋነኝነትና ስድስት አገሮች በትብብር ያዘጋጁት የውይይት መድረክ ተካሂዷል። ኢትዮጵያን ጨምሮ ካናዳ፣ ጀርመን፣ ጆርዳን፣ ሜክሲኮና ስዊድን መድረኩን በተባባሪነት ያዘጋጁና በውይይቱ ላይ የተሳተፉ አገሮች ናቸው። ፕሬዝዳንት ኦባማ በዚሁ ወቅት እንዳሉት ኢትዮጵያ የተለያዩ አገሮችን ስደተኞች ተቀብላ ሰብአዊ ድጋፍ በማድረግ አርአያነት ያለው ተግባር እየፈፀመች ነው። ጀርመን፣ ቱርክ፣ ፓኪስታን፣ ካናዳና ስዊድንም አስተዋጾአቸው የጎላ መሆኑን ያወሱት ፕሬዚዳንቱ፥ ሌሎች አገሮችም ይህንኑ ተመክሮ ቢጋሩ በስደተኞች ላይ እየደረሰ ያለውን   ውስብስብ ችግር መፍታት እንደሚቻል ነው ያመለከቱት። በአሁኑ ወቅት የዓለማችን አንድ በመቶ ወይም ከ65 ሚሊየን ህዝብ በላይ በተለያዩ አስገዳጅ ምክንያቶች ተሰደው ይገኛሉ። ከእነዚህ ስደተኞች መካከል አብዛኛዎቹን አስጠግተዋቸው የሚገኙት ከ10 የማይበልጡ አገሮች ሲሆኑ፥ ኢትዮጵያም 800 ሺህ ስደተኞችን በማስጠጋት ከአፍሪካ ቀዳሚውን ስፍራ ይዛለች። ፕሬዚዳንት ኦባማ በተለያዩ የዓለም አገሮች በስደት ላይ የሚገኙ ሰዎች የትምህርት፣ ፍትህና እኩልነት ጉዳይ ትኩረት መሰጠት ያለበት መሆኑን ነው በአጽንኦት የገለጹት። ጠቅላይ ሚኒስትር ኃይለማሪያም ደሳለኝ በበኩላቸው፥ ኢትዮጵያ ባላት አቅም ሁሉ ስደተኞችን በመቀበል ድጋፏን ታጠናክራለች ብለዋል። አሁን በአገሪቷ የሚኖሩ ስደተኞች ያለምንም መገለል የትምህርት እድል እንዲያገኙ፣ በግብርና እና በሌሎች የስራ መስኮች እንዲሳተ...

ከኦህዴድ ማዕከላዊ ኮሚቴ የተሰጠ መግለጫ

ምስል
የኦህዴድ መኃከላዊ ኮሚቴ በካሄደው ጥልቅ ግምገማ የድርጅቱ ታህድሶ በፅኑ መሠረት ላይ ማኖር እና ድርጅቱን በጥልቅ በማደስ ወደ አዲስ ምዕራፍ ማሸጋገር ውቅታዊ ጉዳይ በመሆኑ መሠረታዊ ለውጥ ለማምጣት ከምንጊዜም በበለጠ አካሄድ አዲስ ድል ለማስመዝገብ ቁርጠኛና ዝግጁ መሆኑን በመገለፅ በተለየ መንፈስ ውይይት በማድረጉ የግምገማ መድረኩን ወቅታዊ ወሳኝ የት ግ ል  መድረክ ብሎ በመሰየም በካሄድወ ውይይት ታሪካዊ ስምምነት ላይ መድረሱን ይፋ አድርጓል፡፡ ... በዚሁ መሠርት የኦህዴድ ማዕከላዊ ኮሚቴ ከመስከረም 4-10/2009 ዓ.ም በአዳማ ባካሄድው ጥልቅ የታሃድሶ ግምገማ የድርጅቱን የ15 ዓመታት የስኬት ጉዞ እና ያጋጠሙ ተግዳሮት አብይ ምክንያቶችበመገመገም የወደፊት አቅጣጫዎችን አስቀምጧል፡፡ ... ባለፉት 15 ዓመታት ከሁሉም በላይ ከድርጅቱ ስኬቶች መካከል በኋላ ቀረነት እና በድህነት ላይ በተካሄደው ዘመቻ የኦሮሚያ ክልል የገጠሩና የከተማ አከባቢ ብሩህ ተስፋ እንዲለመልም ማድረግ ተችሏል፡፡ በግብርናና በገጠር ልማት እስትራቴጂ ምርት ምርታማነትን በማሳደግ፣ የግብርና ኤክስቴንሽን በማስፋፋት፣ የቴክኖሎጂ አጠቃቀም በማሻሻል፣ የሀገሪቱ እና የህዝቡ ጠላት የሆነ ድህነትን በመቀነስ አርሶአደሩ ኑሮውን እንዲያሻሽል የተኬደው ርቀትም አብይ ማሳያ ነው፡፡ ለዚህ ደሞ ዋና ምስክር ተጠቃሚ መሆን የቻለው የኦሮሞ ህዝብ ነው፡፡ ... በዚህ አጋጣሚ ድርጅቱ ለተገኘው ስኬት ለአርሶ እና አርብቶ አደሩ እንዲሁም ለግብርና ባለሙያዎች ትልቅ አድናቆት እና ምስጋና እንዳለው ያረጋግጣል፡፡ የአርብቶ አደሩን አካባቢ ልማት በተመለከተ የአርብቶ አደሩን ሕይዎት ለማሻሻል ከፍተኛ ትኩረት በመስጠት አርብቶ አደሩ የመሠረት ልማት አውታሮች፣ የትምህርት፣ የጤና፣...

Ramaddiin Barattoota Yuuniivarstii galanii har’a ifoomsameera.

ምስል
Ramaddiin Barattoota Yuuniivarstii galanii har’a ifoomsameera. Ejensiin medaallii ga’uumsaafi qorumsawwan biyyaalessaa har’a akka beeksisetti barattoonni Yuuniivarstii itti ramadamaniifi damee baruumsa isaanii har’a irraa eegalee beekuu danda’u. Daayireektarri ejensichaa obbo Ar’aayaa Gabraigzaabeer akka himanitti barattoonni weebsaayitii ejensichaa www.neaea.gov.et seenuudhaan lakkoofsa qoruumsa ittiin fudhatan iddoo barbaachisaatti barreessuun odeeffannoo barbaachisuun hunda argachuu danda’u.

#EBCአማርኛ የቀን 7 ሰዓት ዜና...መስከረም 12/2009 ዓ.ም

ምስል

IBSA KOREE GIDDU GALEESSA DH D U O haaromsa 2ffaa irratti xiyyeeffate

ምስል
Koreen Giddu Galeessa DH.D.U.O waltajjii haaromsa dhaabatummaa hundeedhaan lafa qabsiisuufi gadi fageegnaan dhaabbaticha haaromsuun dhimma murteessaa boqonnaa qabsoo yeroon barbaaduufi gaafatee akka ta’eefi waltajjii jijjiirama bu’uuraa,injifannoo boqonnaa haarawaa itti galmeessuudhaaf yeroo kamiyyuu caalaa kutannoodhaan qabsaa’uudhaaf qophaa’ummaa qabu kan itti ibseefi miira addaatiin kan mari’ate ta’uu isaa addeessuudhaan,waltajjicha waltajjii qabsoo yeroo murteessaa jechuudhaan kan moggaase yoo ta’u mareewwaniifi waliigaltee seena qabeessarra akka ga’e ifa godheera. Haaluma kanaan KGG DH.D.U.O maree haaromsa gadi fageenyaa,Fulbaana 4-10/2009 Magaala Adaamaa’tti gaggeesseen milkaa’ina imala haaromsaa waggoota kudha shanii , qormaatilee nu qunnamaniifi ka’uumsa ijoo isaanii akka kanatti aanee jirutti xiinxallee,kallattii fuulduraa kaayee jira. Woggoota kudha shanan darban keessatti hundaa olitti imala milkaa’e jennee kan fudhannu keessaa ol’aanaan qabsoo duula hiyyummaa fi do...