Ramaddiin Barattoota Yuuniivarstii galanii har’a ifoomsameera.

Ramaddiin Barattoota Yuuniivarstii galanii har’a ifoomsameera.

Ejensiin medaallii ga’uumsaafi qorumsawwan biyyaalessaa har’a akka beeksisetti barattoonni Yuuniivarstii itti ramadamaniifi damee baruumsa isaanii har’a irraa eegalee beekuu danda’u.

Daayireektarri ejensichaa obbo Ar’aayaa Gabraigzaabeer akka himanitti barattoonni weebsaayitii ejensichaa www.neaea.gov.et seenuudhaan lakkoofsa qoruumsa ittiin fudhatan iddoo barbaachisaatti barreessuun odeeffannoo barbaachisuun hunda argachuu danda’u.



አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

Nuu jiraadhu Oromiyaa!!

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......