ልጥፎች

ከኖቬምበር, 2016 ልጥፎች በማሳየት ላይ

Jette jettee diinaatiin hi-gowwoominaa!

ምስል
Jette jettee diinaatiin of gowwoomsuun miidhamaaf Nama saaxila.Humnoonni farra Nagaafi misoomaa ta’an yoomillee ta’u gocha diigumsaa raawwachuu irraa of hinqusatan.Kanaan duras ta’e wayita ammaa itti qophaa’anii karoorfachuudhaan ajandaawwan adda addaa qopheeffachuun socho’an. Tibbanas barattoota Yuuniivarstii burjaajessuufi miidhamaaf saaxiluuf kutannoodhaan socho’aa akka jiran gochuma qabatamaan raawwachaa jiran irraa hubachuun rakkisaa miti. Humnoonni kun ammas akkuma kanaan duraa olola adda addaa afarsuudhaan barattoota dhaabbilee baruumsa ol’aanaa burjaajessuudhaan rakkoodhaaf saaxiluuf carraaqaa jiru. Ministeerri barnootaa torban darbe keessa ibsa baaseen akka mul’isetti tibbana sagantaalee baruumsaa irratti waggaan akka dabalame odeeffamaa jira.Oduu jette jettee kana itti qophaa’uudhaan afarsaa kan jiru humnoota farra Nagaafi caasaa isaanii akka ta’e shakkamuu hin qabu. Humnoonni kun waan harkaa baate deebisanii harkatti galfachuuf wixiffachaa jiru.Asirratti labsii ...

መካከለኛ አመራሩ ለህዝብ ጥቅም በፅናት መቆም አለበት

ምስል
በኦሮሚያ ክልል በየደረጃው የሚገኙ አስፈጻሚ አካላት የግል ጥቅማቸውን ከማስቀደም ተቆጥበው የህዝቡን ተጠቃሚነት ለማረጋገጥ እንዲረባረቡ የኦሮሞ ህዝብ ዴሞክራሲያዊ ድርጅት/ኦህዴድ / ምክትል ሊቀመንበር ዶክተር ወርቅነህ አሳሰቡ። ላለፉት ስምንት ቀናት በአዳማ ከተማ ሲካሄድ የቆየው የመካከለኛ አመራሮች ጥልቅ የተሃድሶ መድረክ ትናንት ተጠናቋል። በመድረኩ ማጠቃለያ ላይ የተገኙት የኦህዴድ ምክትል ሊቀመንበሩ ልማታዊ ዴሞክራሲያዊ ሥርዓቱን ከሚፈታተኑት ችግሮች መካከል አንዱ የመንግሥት ሥልጣንን የሕዝቡን ኑሮ ለማሻሻልና ለውጡን ለማስቀጠል እንዲሆን ከማድረግ ይልቅ የግል ኑሮን መሠረት አድርጎ የመመልከትና የግል ጥቅም ከማስቀደም ጋር የተያያዘ መሆኑን አመልክተዋል። በተለይ በየጊዜው ከሰፊው ህዝብ ጋር በቀጥታ የሚገናኙ መካከለኛ አመራሮች ችግሩ የሚያስከትለውን አደገኛ ውጤት በውል ተገንዝበው ከማናቸውም የግል ጥቅም በጸዳ አግባብ የህዝብን ጥቅም ማዕከል አድርገው በመስራት የድርጅቱን ተልእኮ በአግባቡ እንዲወጡም አሳስበዋል። "ይህንን ለማስፈን ጠንካራ ትግል ይጠይቃል " ያሉት ምክትል ሊቀመንበሩ ከዚህ ችግር ለመላቀቅ ሁሉም ከአሁኑ መዘጋጀትና መወሰን እንዳለበት ነው የተናገሩት። "በአሁኑ ወቅት ህዝቡ ከእኛ የሚፈልገው የበደልነውን ለመካስ በቁርጠኝነት ተነሳስተን የሚታይ ተጨባጭ ስራ መስራት ብቻ ነው" ብለዋል። ከህዝብ የቀረቡ የልማት ጥያቄዎች በአግባቡ ምላሽ ማግኘታቸው በተጨባጭ ለማረጋገጥ አመራሩና አስፈጻሚው አካል ህዝቡን ቀርቦ የተከናወኑ ስራዎችንና የመጡ ለውጦችን ማሳየትና መተማመንን መፍጠር ህዝቡ ከምንም በላይ የሚፈልገው ጉዳይ መሆኑን ጠቁመዋል። ዶክተር ወርቅነህ ከዚህ ውጪ ማንም አካል በቅንነትና በታማኝነት ሳይሰራና...

11,607 ግለሰቦች በስድስት ማዕከላት

ምስል
በቅርቡ ተከስቶ በነበረው ሁከትና ብጥብጥ የተጠረጠሩ 11,607 ግለሰቦች በስድስት ማዕከላት በቁጥጥር ስር መዋላቸውን የአስቸኳይ ጊዜ አዋጅ አፈጻጸም መርማሪ ቦርድ ገለጸ። ተጠርጣሪዎቹ በአዋሽ ማዕከል፣ በጦላይ፣ በዝዋይ አላጌ ማእከል፣ በዲላና ይርጋለም፣ እንዲሁም በባህርዳርና በአዲስ አበባ በሚገኙ ማእከላት እንደሚገኙም ቦርዱ አመልክቷል። ቦርዱ የተጠርጣሪዎቹ ስም በየክልሉ አማካኝነት በአካባቢያቸው ለሚገኙ ለዞንና ወረዳዎች ተልኮ የሚለጠፍ መሆኑን ገልጾ ቤተሰቦች የተጠርጣሪዎቹ ስም ከተገለጸ ጀምሮ ባሉበት ቦታ በመገኘት መጠየቅ የሚችሉ መሆኑን ገልጿል። ግለሰቦቹ ተጠርጥረው የታሰሩበት ዋና ዋና ምክንያቶች ሁከት በመፍጠር፣ ሁከት ማስነሳት ሽብር በመንዛትና አለመረጋጋት በመፍጠር የግለሰቦችን ቤት፣ ህዝባዊና መንግስታዊ   አገልግሎት ሰጪ ተቋማትን ማቃጠል፣ ኢንቨስትመንትን ማውደም፣ ማሕበራዊ አገልግሎቶች እንዲቋረጡ ማድረግ፣ ግብይት፣   መንገድ በመዝጋትና ተሽከርካሪዎች በማውደም፣ በቦምብና በጦር መሳሪያዎች በጸጥታ ሀይሎች ላይ ጥቃት ማድረስና መግደል፣ መሆናቸውን አመልክቷል። ተጠርጣሪዎቹ   በአዋሽ ማዕከል፣ በጦላይ፣ በዝዋይ አላጌ ማእከል፣ በዲላና ይርጋለም፣ እንዲሁም በባህርዳርና በአዲስ አበባ በሚገኙ ማእከላት እንደሚገኙም ቦርዱ አመልክቷል። የተጠርጣሪዎቹ ስም በየክልሉ አማካኝነት በአካባቢያቸው ለሚገኙ ለዞንና ወረዳዎች ተልኮ የሚለጠፍ መሆኑን ገልጾ   ቤተሰቦች የተጠርጣሪዎቹ ስም ከተገለጸ ጀምሮ ባሉበት ቦታ በመገኘት መጠየቅ የሚችሉ መሆኑን ቦርዱ ገልጿል።

Namoota kuma 11fi 607tu too'annoo jala oolfame

ምስል
Namoonni kuma 11fi 607 jeeqamsa dhiyeenya kana mudateen too’annoo jala oolfaman jiddugalawwan gara garaa keessatti akka argaman boordiin qorataan raawwii labsii yeroo hatattamaa himeera.Namoonni too’annoo jala oolfaman Jiddugalawwan: 1.Awaash 2.Xoollaay 3.Baatuu(Ziwaay)Allaagee 4.Diillaa 5.Yirgaalam 6.Baahirdaariifi 7.Finfinneetti akka argaman boordichi beeksiseera. Boordichi maqaan shakkamtootaa karaa naannoleetiin godinaaleefi aanaalee keessa jiranitti kan maxxanfamu akka ta’e himuudhaan maatiin isaanii maqaan shakkamtootaa erga ibsamee booda iddoo itti argaman dhaquudhaan gaafachuu akka danda’an beeksiseera.

Dhiifama gibiraafi hojii investimantii

ምስል
Warshaaleefi pirojaktoonni Investimantii gara garaa sababa jeeqamsaatiin miidhaman waggaa tokkoof gibira kaffaluu irraa bilisa akka ta’aniif kan murteeffame ta’uu komishiiniin investimantii Itiyoophiyaa himeera. Komishinarri komishinichaa obbo Fitsum Araggaa akka beeksisanitti sababa jeeqamsa yeroo darbe mudateetiin qonna Abaaboo,kuduraafi muduraa 24 miidhame keessaa 23 guutummaafi walakkeessaan gara hojii omishaatti deebi’aniiru. Akkasumas warshaalee 23 sababa jeeqamsaatiin miidhaman keessaa warshaaleen 21 guutummaafi walakkeessaan hojiitti deebi’aniiru. Hanga ammaatti qonna Abaaboo,Kuduraafi muduraa irra miidhaa ga’e beekuuf qorannoon taasifamaa ture kan xumurame yammuu ta’u dhaabbileen investimatii humna guutuun akka hojjetaniif deeggarsi mootummaan taasisu akka adda ba’e obbo Fitsum himaniiru. Akkaatuma kanaan haaragalfii gibiraa waggaa tokkoof kenuu,maashinoota biyya alaa irraa ashuuraan ala galchuu akka danda’an taasisuufi meeshaa omishaa miidhame bakka buusuun deegg...

Dhaamsa pireezidaant Lammaa Magarsaa Ummataafi qaama dhimmi ilaallatu hundaaf dabarsan

ምስል
Hundaa ol Nagaan barbaachisaa qofa utuu hin taane jiruufi jireenyaaf murteessaadha.Addunyaa irratti yoo agarre Namni biyyasaa dhiisee kan baqatu,biyya ormaatti kan baqatu saba Afaansaa hinbeeknetti kan baqatu Nagaa waan dhabuufi,waan biraa barbaachaaf jedhee miti.Nagaa dhabuun qayee ofirraa Nama buqqisa.Biyya jaallataniifi keessatti dhalatanii guddatan akka dhiisanii baqatan Nama taasisa.Jiruufi jireenyi yaahafuutii yoo Nagaan jiraatee teenyee ilaallu waan salphaa nutti fakkaachuu danda’a.Garuu Nagaan yoo dhabamu gatiin inni nama kaffalchiisu hammam guddaa,ulfaataa akka inni ta’e hundi keenya kan agarre. Guyyaa tokko guyyaa lama torban tokko Nagaan dhabamuusaatiin gatiin nuti kaffallu baay’ee guddaadha.Nagaaf hojjechuun kan hunda keenyaati,kan Nagaa namaa fidu nama biraa miti qaama biraa miti.Nagaa dhabuun Bakakkaa waaqa irraa gadi namatti bu’u miti.Nagaan harka keenyarra kan jiru.Nuharka jira nukeessa jira nunagaan hojjennaan hundi keenya nuti waliigallee nagaaf yoo hojjenne ye...

Ummannis nidogongora!

ምስል
Akkuma Namoonni dhuunfaan dogongoran Ummannis nidogongora.Garaa garummaan jiru ummanni bal’aan garuu muuxannoo argatu irraa ni barata.Akka ilaalchakootti Ummanni Ameerikaa Nama Doonaald Tiraamp jedhmu filachuudhaan dogongoreera. Akka har’a qabatamaan mirkanaa’etti Doonaald Tiraamp pireezidaantii Ameerikaa 45ffaa ta'uun caalmaa sagaleetiin filatamaniiru. Walfalmiin cimaan kaadhimamtoota lameenii kan Hiilaarii Kiliintaniifi Doonaald Tiraamp kanumaan xumura argateera. Bakka bu'aan paartii Riippaabliikaan Doonaald Tiraamp kan moo'atan sagalee 270 caalu waan argataniif akka ta'e beekameera. Bakka buutuun paartii Demookraasummaa Hiilaarii kiliintan sagalee 218 qofa akka argatan sab-quunnamtiilee idila Addunyaatiin gabaafamaa jira. Doonaal Tiraamp duula nafiladhaa taasisaa turaniin nama naamusa gaarii qaban akka hintaane haalawwan adda addaafi dhaamsawwan dabarsaa turaniin ibsaa turaniiru.Marree Ummanni Ameerikaa irra jiraan medaallii akkamiitiin Nama ...

Gammachuun ummataa haadaddabalamu!

ምስል
Dandeettii,ga’uumsaafi bu’a qabeessummaan medaallii muudamtoota tibbanaa akka ta’e ni beekama.Kanumaan duraa medaalliin kun akkaataa barbaadamuun hojiirra utuu oolee jeeqamsaafi badiin ol’aanaan biyya keenya mudate hin mudatu ture. Haata’u kan darbe darbeera,hojmaanni haarawaan eegalame garuu utu hin shaarafamin utu irraa hinqunxuramni itti fufiinsaan hojiirra ooluu qaba. Hawaasni keenya sababa rakkoolee bulchiinsa gaariifi fayyadamtummaa dhabuutiin dararamaa ture tarkaanfiin sadarkaa hooggansa ol’aanaatiin fudhatame hooggansa sadarkaa gara gadiirrattis hojiirra akka ooluuf yaada kennuun gaafachaa jira.Dhuguma kan gara olii gara gadiittis hojiirra ooluu qaba,cinaan filatanii cinaan haaddachuun hinjiru. Waajjirri Dhimmoota Koomuniikeeshinii Mootummaa Federaalaa haaromsi lammaffaan gadi fageenyaan taasifamu caasaa olaa’aanaa irratti kan eegalame mootummaan Itiyoophiyaa maxxantummaarraa bilisa ta’uun caasaa cimaa uumuuf kan kutatee ka’e ta’uusaa qabatamaan kan mul’ise akk...

EPRDF's Blog: የካቢኔ አባላት ፕሮፋይል

EPRDF's Blog: የካቢኔ አባላት ፕሮፋይል : የኢፌዴሪ ጠቅላይ ሚኒስትርና የኢሕአዴግ ሊቀመንበር ኃይለማርያም ደሳለኝ ጥቅምት 22/2009 ለህዝብ ተወካዮች ምከር ቤት ያቀረቧቸው የካቢኔ አባላት በምክር ቤቱ ሙሉ ድምፅ ሹመታቸው ፀድቆላቸ...

አዲስ የተሾሙት የካቢኔ አባላት እነማን ናቸው?

ምስል
የኢፌዴሪ ጠቅላይ ሚኒስትር ሀይለማርያም ደሳለኝ በአዲስ መልክ ያደራጁት ካቢኔ አዳዲስ አባላት ሹመትን ዛሬ ለህዝብ ተወካዮች ምክር ቤት አቅርበው አስፀድቀዋል። አዲስ የተሾሙት 21 ሚኒስትሮች የትምህርት እና የስራ ዳራ እንደሚከተለው ቀርቧል። 1. የኢፌዴሪ ውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ዶ/ር ወርቅነህ ገበየሁ ብሔር፦   ኦሮሞ የትምህርት ዝግጅት - የመጀመሪያ ዲግሪ (BA) ከአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ በፖለቲካል ሳይንስና አለም አቀፍ ግንኙነት፣ - ማስተርስ ዲግሪ (MA) ከአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ በአለም አቀፍ ግንኙነት፣ - ፒ.ኤች.ዲ (PHD) University of South Africa (UNISA) በፖሊሲ ሳይንስ አግኝተዋል፡፡ ዋና ዋና የስራ ልምዶች - ከ1985-1991 ዓ.ም በብሄራዊ የመረጃና ደህንነት አገልግሎት በተለያዩ የኃላፊነት ደረጃዎች፣ - ከ1992-1993 ዓ.ም በኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት የፍትህ ቢሮ ኃላፊ፣ - ከ1994-2005 ዓ.ም መጨረሻ ድረስ የፌዴራል ፖሊስ ኮሚሽነር፣ - ከ2005 ሃምሌ እስከ አሁን የትራንስፖርት ሚኒስትር በመሆን፣ ከላይ በተዘረዘሩት ቦታዎች ባገለገሉባቸው ዘመናት የህዝቡንና የሀገሪቱን ሰላም የሚያስጠብቁ ስኬታማ ተግባራት በማከናወናቸው ዘመናዊና የፖሊስ ሰራዊት ግንባታ ሂደት ጠንካራ አመራር የሰጡ፤ በትራንስፖርት ሚኒስትርነታቸው ዘመን የመንገድ መሰረት ልማት ስራዎች እንዲፋጠኑ የከተማና ሀገር አቀፍ የባቡር መሰረተ ልማት የመንግስት በሰጠው አቅጣጫ መሰረት በተቀመጠላቸው ጊዜ እንዲሳኩ የበኩላቸውን ጉልህ የአመራር ድርሻ አበርክተዋል፡፡ 2. የኢፌዴሪ ፐብሊክ ሰርቪስና የሰው ሀብት ልማት ሚኒስትር አቶ ታገሰ ጫፎ ብሔር፦  ...