Namoota kuma 11fi 607tu too'annoo jala oolfame

Namoonni kuma 11fi 607 jeeqamsa dhiyeenya kana mudateen too’annoo jala oolfaman jiddugalawwan gara garaa keessatti akka argaman boordiin qorataan raawwii labsii yeroo hatattamaa himeera.Namoonni too’annoo jala oolfaman Jiddugalawwan:

1.Awaash
2.Xoollaay
3.Baatuu(Ziwaay)Allaagee
4.Diillaa
5.Yirgaalam
6.Baahirdaariifi
7.Finfinneetti akka argaman boordichi beeksiseera.
Boordichi maqaan shakkamtootaa karaa naannoleetiin godinaaleefi aanaalee keessa jiranitti kan maxxanfamu akka ta’e himuudhaan maatiin isaanii maqaan shakkamtootaa erga ibsamee booda iddoo itti argaman dhaquudhaan gaafachuu akka danda’an beeksiseera.





አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

Nuu jiraadhu Oromiyaa!!

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......