EPRDF's Blog: የካቢኔ አባላት ፕሮፋይል አገናኝ አግኝ ፌስቡክ X Pinterest ኢሜይል ሌሎች መተግበሪያዎች - ኖቬምበር 03, 2016 EPRDF's Blog: የካቢኔ አባላት ፕሮፋይል: የኢፌዴሪ ጠቅላይ ሚኒስትርና የኢሕአዴግ ሊቀመንበር ኃይለማርያም ደሳለኝ ጥቅምት 22/2009 ለህዝብ ተወካዮች ምከር ቤት ያቀረቧቸው የካቢኔ አባላት በምክር ቤቱ ሙሉ ድምፅ ሹመታቸው ፀድቆላቸ... አገናኝ አግኝ ፌስቡክ X Pinterest ኢሜይል ሌሎች መተግበሪያዎች አስተያየቶች
Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman - ኦክቶበር 06, 2015 Ministiroota muudamaaf ministira muummichaan har’a eeramaniifi muudamnisaanii ragga'eef:- 1.Obbo Dammaqa Makonnin- itti aanaa ministira muummichaafi qindeessaa kilaastara damee hawaasummaa 2.Dr.Dabratsiyoon Gabramikaa’eel -sadarkaa itti aanaa ministira muummichaatiin qindeessaa dame diingdeefi ministira quunnmatii infoormeeshin koomunikeeshinii 3.Adde Asteer Maammoo sadarkaa itti aantuu ministira muummichaatiin qindeessituu damee pabliik sarvisiifi ministira bulchiinsa gaariif misooma qabeenya humna namaa 4.Obbo Siraaj Fageessaa- ministira ittisaa 5.Dr.Teediroos Adhaanoom -Ministira dhimma alaa 6.obbo Kaasaa Taklabirhaan -Ministira dhimmoolee Federaalaafi qindeessaa naannolee horsiisee bulaa 7.Obbo Getaachaw Ambaayee -Ministira haqaa 8.obbo Abdulaziiz Mahaammad -ministira mallaqaafi wal ta'uumsa diinagdee 9.obbo Tafarraa Daribaw -ministira qonnaafi qabeenya uumamaa 10.Obbo Silashii Geetaahuun -ministira misooma qabeenya b... ተጨማሪ ያንብቡ
Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O - ማርች 30, 2016 Ibsa Dhaabbatummaa Ayyaana Hundeeffama Waggaa 26 ffaa Dhaabbata Dimokraatwaa Ummata Oromoo Ilaalchisuudhaan Koreen Giddu Galeessaa DhDUO Baase Koreen Giddu Galeessa Dh.D.U.O. Miseensotaa fi Deeggartootaa Dhaaba keenyaa fi ummata Oromoo hundaan baga Waggaa 26 ffaa hundeeffama dhaaba keenyaatiin isin gahe, baga wajjiniin nu gahe jedha. Ayyaanni hundeeffama DhDUO Bitooteessa 17 waggaa waggaan kabajamu Ayyaana seenaa qabsoo ummata Oromoo keessatti hiikkaa guddaa qabuudha. Ayyaana miseensotaafi deeggartoonni qabsoo keenyaa marti kaayyoo eebbifamaa dhabni keenya qabsaa’uuf ciminaan itti fufsiifnee galmaan ga’uuf waadaa keenya itti haaromsinuudha. Keessattuu waggaa 26 ffaa n hundeeffama DhDUO kan kabajamu yeroo addaa keessatti waan ta’eef haala addaatiin kan ilaalamuudha. Ayyanni hundeeffama dhaaba keenyaa woggaa 26 ffa yeroo kabajnu ayyaanota baroota darbanii irraa haalawwan adda isa ... ተጨማሪ ያንብቡ
Eessa turre,Maalirra Geenyeerra? Kutaa 4ffaa - ማርች 08, 2016 Barreeffama haala yeroo Oromiyaa irratti kutaadhaan qooduun isiniif dhiyeessaa jiruun kunoo har’a kutaa 4ffaa irra ga’eera.Akkuman waadaa gale kutaa kana keessatti ajajaa hawaasa raayyaa feesbuukii ta’uun socho’aa kan jiru Jawaar Mahaammad haala akkamiitiin fincilli akka babal’atu taasisaa jira?humnoonni dhiphoonniifi of tuultoonni akkasumas mankaraarsitoonni carraa fincila babal’isuu argannee jirra jechuun malaafi tooftaa akkamiitti fayyadamuudhaan socho’aa jiru?Dargaggoonni Oromoos ta’an sabaafi sab-lammoota kanneen biroo balaa humnoonni badii babal’isuuf yaalaa jiran irraa akkamitti of eeguu qaban? Kutaa kana keessatti gaaffilee kanaafi kanneen birootiif deebiin kan kennamu ta’a. Jawaar Mahaammad ergamaa kasaartoota siyaasaa bara kanaati.Namni kun ergamaa humnoota kanaa ta’uusaa ammoo dhiigni Dargagggoota Oromoo marartuu akka dhangala’u taasisuudhaan ba’aa jira. Weeb saayitiin hawaasummaa feesbuukiifi twwiter ammoo Jawaar Mahaammad ergama isaa kana akka milkeeffach... ተጨማሪ ያንብቡ
አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ