ልጥፎች

Lafa Keenya Nujalaa Gurgurachuufi?

  Wayyaaneen bara taayitaa isheetti Ummata Oromoo irratti shira lakkaa’amee hindhumne akka raawwatte nibeekama.Keessumattuu ummanni naannawa jiraaturra akka hinturre taasifamaa ture.Kunis maqaa hojii Investimantiitiin raawwatamaa ture.Lafa qonnaan bultootaa kaaree meetira tokko birrii saditti gurguranii maallaqa beenyaa muraasa qonnaan bulaaf kennaniin iddoo jireenyaa irraa akka buqqa’u taasisuun hawasni jireenya hiyyummaatiif akka saaxilamuuf shirri lakkaa’amee hindhume raawwatamaa tureera. Shirri caasaan bulchiinsa Wayyaanee ummata Oromoo irratti raawwachaa ture kun itti fufuu hinqabu!amantaa jedhu irraa ka’uudhaan qabsoon ummata bal’aafi caasaa ADWUI keessatti jalqabame finiinuudhaan sirni ADWUI/ABUT taayitaa irraa akka fonqolfamu taasifame. Mootummaan jijjiiramaa muummicha ministiraa Dr.Abiy Ahamdiin hoogganamu taayitaa biyya bulchuu fudhachuudhaan hooggansi jijjiiramaa biyya gudditti Itiyoophiyaa bulchuu jalqabe.Battala kanatti Oromoon abbaa biyyaa ta’e,mirga abbaa biyyu...

Leenjii Muummichaan kenname…..

ምስል
  Muummichi Miistiraa Dr.Abiy Ahmad miseensoota koree jiddu galeessa paartii Badhaadhinaatiif leenjii haala siyaasaa irratti xiyyeeffate kennaniiru.Leenjichi haala siyaasaa biyyaalessaafi idil addunyaa bal’inaan kan balballoomseefi akkaataa hundumtuu hubachuu danda’uun kan kennamedha.Demokraasiin mirgaafi dirqama kan kennu akka ta’e leenjiin kun mul’iseera.Garuu haala mul’achaa jiruun demookraasii qofatti dhimma ba’uudhaan dirqama dagachuun rakkoo uumaa jira. Gama kanaan hanqinni jiru maal akka ta’e kan iftoomaan ittiin himamedha.Waggoota jijjiiramaa darban keessatti hojiiwwan gurguddoon hooggansa Badhaadhinaatiin hojjetaman kan tarreeffamanii ittiin dhiyaatanidha. Keessumattuu Boodrdii filannoo biyyaalessaa lammata caasessuu irraa eegalee ijaarsa dhaabbilee irratti milkaa’ina argameefi bu’aa qabatamaa galmeessisuun kan danda’ame bu’aa ba’ii hedduu keessa darbuudhaan akka ta’e muummichi Ministiraa Dr.Abiy Ahmad leenjii miseensoota koree jiddu galeessa paartichaatiif kennan ka...

Yaadi Media Network:Waa'ee Finfinneefi Oromoo haqa Dr.Diimaa Nagawoo mam...

ምስል

Yaadi Media Network:Dhugaa qabatamaa Finfinneen qabdu

ምስል

Itiyoophiyaa keenyatu moo’ate!

  Sadarkaa har’a irra jirru kana irra ga’uun danda’ameera.Kun Injifannoo yoomillee dagatamuu hindandeenyedha.Injifannoon biyyaafi lammii biyyaaf quuqamu hunda boonseefi gammachiise kun bu’aa ba’ii hedduu lakkaa’amee dhumuu hindandeenye booda galmeeffame.Inijfannoon biyya diigumsa irraa hambise kun akka galmeeffamuuf kumaatamootatu miidhame.Dhiiga lammiitu dhangala’e,lafee lammiitu caccabe,qabeenya dilbiitu barbadaa’e.Waan ta’ee darbe hunda dhalootaaf olkaa’uun barbaachisaadha. Amma wanti duubatti deebi’u akka hinjirre mirkanaa’eera.Injifannoo galmeeffame eeggachaafi kunuunfachaa injifannoo biyya misoomsuu,ijaaruufi badhaadhomsuu itti aanu galmeessisuuf dirqamni kan lammii biyyasaa jaalatu hundaati.Abalutu kana hojjeta jechuun dhimma biyyaa irraa qoollifachuun qaama biroo eeguun hinbarbaachisu.Dhimmi biyyaa kan hundumaati.Kan dirqamni itti kennamee itti gaafatmaan hojjetu yoo jiraates hundumtuu waa’ee biyyaa keessaa harka qaba. Injifannoon cululuqaan sadarkaa guutuu biyyaatiin...

Jajjabee Loomii Badhoo waan jedhan….

ምስል
  Adda Loomii Badhoo sadarkaa hooggansaa gara garaa irratti Mootummaa Naannoo Oromiyaa tajaajilaniiru.Hooggansa waajjiraalee gara garaa irraa eegalee Af-yaa’ii Caffee Oromiyaa ta’uudhaan tajaajilaa turan.Wayita ammaa itti aantuu af-yaa’ii mana marii bakka bu’oota ummataa ta’uudhaan biyya isaanii Itiyoophiyaa tajaajilaa jiru. Jajjabeen tun haala yeroo Naannoo Oromiyaafi biyyaa irratti xiyyeeffachuudhaan OBN wajjin turtii taasisaniiru.Dhimmoonni isaan kaasan Oromiyaafis ta’e biyyaaf kan tolu waan ta’eef dhimmoota gurguddoo tokko tokko irratti iftooma uumuuf waan itti aantuun af-yaa’ii mana marii bakka ba’uuta ummataa kabajamtuu addee Loomii Badhoo OBN’itti himan isin hordoftoonnikoo barreeffamaan hanga tokko odeeffannoo akka qabaattaniifin isiniif dhiyeesse,dubbisaa! Miseensoota mana marii bakka bu’oota ummataa 547 keessaa bakka bu’oonni Naannoo Oromiyaa lakkoofsaan 179 haala yeroo irratti mari’achuudhaan   dhimma nagaa Oromiyaafi Finfinnee irratti ejjennoo akka qabataniif...

Waan Gaarii Keenya Dhaga’uu Hinfedhan!

ምስል
    Ormi/alagaan akka walnyaannu barbaada.Yeroo nuti walnyaannu isaan waan fayyadamantu jira waan ta’eef akka nuti walnyaannu barbaadu.Amma Nagaan haabu’u jennee Nagaan amansiisaan akka jiraatuuf yoo sochoonu miidiyaawwan isaanii maalif nuuf gabaasuu didan?BBC CNN Reutersfi miidiyaawwan idil addunyaa kanneen biroos carraaqqii mootummaan Itiyoophiyaa nagaan waaraa akka bu’uuf taasisaa jiru hingabaasine.Akka waan hinagarreefi hidhageenyee fakkaatanii callisan.Maalif?jennee gaafachuun barbaachisaadha. Kanaan dura wayyaaneen deeggarsuma isaaniitiin onnattee gara jiddu gala biyyaatti dhuftuuf yoo wixxifattu jajjabeessaa turan.Lammiiwwan biyyaalee alaa Finfinnee keessaa hatattamaan akka ba’aniif irra deddeebi’uudhaan waamicha dhiyeessaa turan.Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii dhimma Itiyoophiyaa irratti al-kudhan caalaa walga’uudhaan yoo mari’atu miidiyaawwan idil Addunyaa beekaman gaggabanii itti cichuudhaan gabaasaa turan.Gamaa gamanaa dhimmicha afarsuudhaan waa’ee Itiyooph...

የሰላም ስምምነቱ ተግባራዊነት አበረታች ደረጃ ላይ መሆን

ምስል
(Muddee 18,2015 Finfinnee)  የፌዴራል መንግስት ከፍተኛ የልዑካን ቡድን ከሁለት ዓመት በኋላ ወደ መቀሌ ማቅናት የሰላም ስምምነቱ ተግባራዊነት አበረታች ደረጃ ላይ መሆኑንና መንግስት ለሰላም ቁርጠኛ አቋም መያዙን ያመላክታል ሲሉ የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት አባል ኡስታዝ ካሚል ሸምሱ ገለጹ፡፡  ኡስታዝ ካሚል  እንደተናገሩት፣ ከሁለት ዓመታት በኋላ በሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት አፈ-ጉባኤ በአቶ ታገሰ ጫፎ የሚመራ ከፍተኛ የመንግሥት የሥራ ኃላፊዎች የልዑካን ቡድን ወደ መቀሌ መሄዱ ልዩ ደስታን ፈጥሮላቸዋል፡፡ የልዑካን ቡድኑ ወደ መቀሌ ማቅናት ሰላምን ከማብሰር በዘለለ በወረቀት ላይ የሰፈረው የሰላም ስምምነት ተግባራዊነቱ ወደ መሬት መውረዱን፣ ለትግራይ ሕዝብ የሚደረገው ሰብዓዊ እርዳታ ከሪፖርት ባሻገር በተጨባጭ ምን እንደሚመስል እና የመሰረተ ልማቶችን ግንባታ መገምገም እንደሚጨምር የገለጹት ኡስታዝ ካሚል፤  በተጨማሪ የሕዝቡን ፍላጎት ለማወቅ እና ጥያቄውን ለማዳመጥ እድል እንደሚፈጥርም አመልክተዋል፡፡ ልኡካን ቡድኑ የሰላም ስምምነቱ ወረቀት ላይ በሰፈረው መሰረት በክልሉ ተግባራዊ ለማድረግ ያለው እንቅስቃሴ የማየትና የተፈጠሩ ክፍተቶችን ለማወቅና ለማስተካከል እንደሚረዳ ጠቁመዋል፡፡ በሰሜኑ የሀገሪቱ ክፍል የነበረው አለመግባባት በስምምነት እልባት ማግኘቱ ከዚህ በኋላ በኢትዮጵያ ውስጥ የትኛውም ኃይል በንግግር ካልሆነ በቀር በጦርነት ማሸነፍ እንደማይችል እንዲሁም ሌሎችም ወደ ሰላም እንዲመጡ መንገድ ያሳየ ክስተት ነው ያሉት ኡስታዝ ካሚል፤ በደቡብ አፍሪካ የተደረገው የሰላም ስምምነት በር ከፋችና መላውን ሰላም ወዳድ የኢትዮጵያን ሕዝብ ያስደሰተ እንደመሆኑ የአሁኑ የልዑካን ቡድኑ ወደ መቀሌ ጉዞ ለመላ ኢትዮጵያውያንና ለውጭ ኃይ...

Jaalalaan haa tokkoomnu; dhiifamaan haa ceenu

ምስል
(Muddee 18,2015 Finfinnee) Biyyi keenya Itoophiyaan biyya birmadummaafi tokkummaa ishee kabachiiftee turte akkasumas biyya guddinaaf carraa bal'aa qabdu taatus sababa rakkoowwan keessoofi dhiibbaa alaan carraa qabdutti osoo hin fayyadamiin turtee jirti. Itoophiyaan yeroo dheeraaf walwaraansa keessoofi qoqqoodaminsa siyaasaan miidhamaa kan turte yoo ta'u kunis gama tokkoon fuula ishee gara misoomaatti akka hin deebifanne gama biraan ammoo giddu seentummaa humnoota alaaf saaxilaa tureera. Itoophiyaanonni humna alaa isaan weeraruu dhufu tokkummaan qolachuun kan beekaman yoo ta'u aadaan rakkoo keessoo isaanii karaa nagaa, ilaaf-ilaameefi mariin furachuu, dhiifamaan bira walii darbuu laafaa dha. Aadaan dhiifamaa, mariifi ilaaf-ilaameen dubbii fixuu dadhabaa ta'uun rakkoon sirnoonniifi humnoonni alaa carraa argatanitti fayyadamuun kaleessa uuman har'a madda walitti bu'insaa akka ta'u, hiyyummaan mallattoo biyyatti akka ta'uuf, uummanni Itoophiyaa gadadoofi jir...

ABO Shaneen Awwaanisa firii qabsoo ummata Oromoo nyaatuudha!

~ Kaayyoon qabsoo Oromoo nageenyaa fi tasgabbii, jaalalaa fi tokkummaa sabaa fi sab lammootaa mirkaneessuun biyya dinagdeen badhaate uumuudha. Qabsoo isaa kanaaniis injifannoo gonfatee fuula isaa gara misoomaatti deeffatee dinagdeen of utubuun biyyaaf bu’aa buusuufis hojjechaa jira. ' ~ Injifannoo Oromootti kan mufatte murni maqaa Oromoon daldaltu shaneen aarsaa Oromoon kaffalee injifannoo galmeessetti cilee dibuuf tattaaffatti. Ta’us ummanni Oromoo qaama injifannoo isaa xuquun dantaa isaa miidhu kamiifuu obsa akka hin qabne qabatamaan shaneetti mul’isaa jira. ' ~ Saba guddaa kana xinneessanii ibsuu malee seenaa guddummaa isaa himuu hin barbaadan. Gabroomtee malee, bilisoomte jedhanii hin beekan.Warra gabrummaa malee bilisummaa dhagahuu hin feene Shanee agarre,Kanaaf Waayyaaneef gabroomu filatte. ' ~ Humni kun kaleessaa hanga har’aatti kaansarii qabsoo ummata Oromooti. Murna badii gaafa xiiqii rafee; gaafa milkii qabaa nagadhiisaa jedhu. Humna harka guddisaa deebi’ee nyaatu...

Waan muummichi jedhan

ምስል
Falli rakkoo keenyaa Badhaadhina akka ta'e himan,muummichi ministiraa Dr.Abiy Ahmad dhaamsa har'a dabarsaniin.Kana ammoo abdii guutuudhaan hojjechuun akka barbaachisu,saffisaan gara fuulduraatti fiiguun akka barbaachisu himan. 'Badhaadhina Itiyoophiyaa nufuuldura jiru ilaaluudhaan tokkummaadhaan moo'achuuf fuulduratti haafiignu'jedhan Muummichi ministiraa Dr.Abiy Ahmad dhaamasa dabarsan kanaan. badhaadhinni akka dhufu amantaa guutuu akka qabanis eeraniiru'Shakkii malee Itiyoophiyaan badhaadhina nigoonfatti,biyya lammiiwwan qananiidhaan keessa jiraatan akka taatu hinshakku!Fedhiin keenya nidhugooma' jechuudhaanis dhaaman, Ministiraa Dr.Abiy Ahmad. Odeeffannoo dabalataa iddoo jirtanitti kanneen irraa dubbisaa: https://www.instagram.com/tolawaaq.waarii/ https://www.linkedin.com/in/ https://www.pinterest.com/Yaadimedia/ https://www.youtube.com/channel/UCFslwPKDM0QxVrt75_p_kuw https://tolawaaqwaarii.blogspot.com/ https://twitter.com/Qaroomina https://t.me/ThinkOr...

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Gara Maqaleetti balali'uufi

ምስል
(Muddee 18,2015 Finfinnee) Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa guyyaa Borruu irraa eegalee gara Maqaleetti balalii idilee kan jalqabu ta’uu beeksiiseera. Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Balalii Finfinnee gara Maqalee adda citee ture Boru akka jalqabu Hojii raawwachiisaa muummeen dhaabbatichaa Obbo Masfin Xaasaw ibsaniiru. Waliigaltee nageenyaa Mootummaa fi ABUT gidduutti taasiifame hordofee hojjettoonni Ayiveeshinii gara Maqalee imaluun Buufanni xiyyaaraa Maqalee balaliif mijataa ta’uu mirkaneessuu isaanii Obbo Masfin ibsa kennaniin mirkaneessaniiru. Akkaataa kanaan guyyaatti balalii idilee tokko kan taasiisu ta’uu obbo Masfin himaniiru. Fedhii maamiltootaa bu’uura taasifachuun lakkoofsi balalii kan dabalu ta’uus himaniiru Odeeffannoo dabalataa iddoo jirtanitti kanneen irraa dubbisaa: https://www.instagram.com/tolawaaq.waarii/ https://www.linkedin.com/in/ https://www.pinterest.com/Yaadimedia/ https://www.youtube.com/channel/UCFslwPKDM0QxVrt75_p_kuw https://tolawaaqwaarii.blogspot.com/ htt...

Waan Mootummaan Itiyoophiyaa ganamaan hime

ምስል
Tajaajilli komunikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaa akkana jechuudhaan miidiyaawwan adda addaa irratti himeera,ganamaan. ‘Waggoota lamaa sitti gareen ergamaan af yaa'ii mana marii bakka bu'oota ummataa Ob.Taaggasa Caafootiin hoogganame gara Magaalaa Maqaleetti imalaa jira’ Garee ergamaa Obbo Taaggasan hoogganan keessa qondaaltoonni mootummaa ol'aanaan jiru. Gareen ergamaan kun gara Maqaleetti kan imale adeemsa hojiirra oolma waliigaltee nagaa ilaaluufi raawwiin ijoon waliigaltichaa akkaataa karoorfameeni,moo miti waan jedhu adda baafachuufi jedhameera. Imalli gara Maqalee kun waggoota lamaa asitti kan jalqabaa yoo ta'u kunis waliigalteen nagaa taasifame haala gaarii irratti akka argamu mul'isa jedha odeeffannoon tajaajilli komunikeeshinii ganaamaan kenne kun. Miseensonni komishiinii marii biyyaalessaas garee ergamaa Obbo Taaggasa Caafootiin hoogganame kana wajjin gara Magaalaa Maqalee akka deeman beekameera. Wanti nama ajaa'ibu odeeffannoon kun Oduu simbirtuu ta...