Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Gara Maqaleetti balali'uufi




(Muddee 18,2015 Finfinnee) Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa guyyaa Borruu irraa eegalee gara Maqaleetti balalii idilee kan jalqabu ta’uu beeksiiseera.

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Balalii Finfinnee gara Maqalee adda citee ture Boru akka jalqabu Hojii raawwachiisaa muummeen dhaabbatichaa Obbo Masfin Xaasaw ibsaniiru.
Waliigaltee nageenyaa Mootummaa fi ABUT gidduutti taasiifame hordofee hojjettoonni Ayiveeshinii gara Maqalee imaluun Buufanni xiyyaaraa Maqalee balaliif mijataa ta’uu mirkaneessuu isaanii Obbo Masfin ibsa kennaniin mirkaneessaniiru.
Akkaataa kanaan guyyaatti balalii idilee tokko kan taasiisu ta’uu obbo Masfin himaniiru.
Fedhii maamiltootaa bu’uura taasifachuun lakkoofsi balalii kan dabalu ta’uus himaniiru


አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman