Waan muummichi jedhan



Falli rakkoo keenyaa Badhaadhina akka ta'e himan,muummichi ministiraa Dr.Abiy Ahmad dhaamsa har'a dabarsaniin.Kana ammoo abdii guutuudhaan hojjechuun akka barbaachisu,saffisaan gara fuulduraatti fiiguun akka barbaachisu himan.
'Badhaadhina Itiyoophiyaa nufuuldura jiru ilaaluudhaan tokkummaadhaan moo'achuuf fuulduratti haafiignu'jedhan Muummichi ministiraa Dr.Abiy Ahmad dhaamasa dabarsan kanaan. badhaadhinni akka dhufu amantaa guutuu akka qabanis eeraniiru'Shakkii malee Itiyoophiyaan badhaadhina nigoonfatti,biyya lammiiwwan qananiidhaan keessa jiraatan akka taatu hinshakku!Fedhiin keenya nidhugooma' jechuudhaanis dhaaman, Ministiraa Dr.Abiy Ahmad.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ