Oromiyaatti duulli misooma sululaa fi kunuunsa Ashaaraa Magarisaa jalaqabameera

 


Naannoo Oromiyaatti duulli kunuunsa Ashaaraa Magarsiisa eegalameera.

Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa tureen akka biyyaatti biqiltuuwwan biiliyoona 25 dhaabbate keessaa biqiltuuwwan biiliyoonni 13. 6 naannoo Oromiyaa keessatti kan dhaabbate ta’uu eerameera.

Naannichatti hojiin kun ummata hirmaachisuun  hojjetamaa turuu fi ammas itti fufu isaa himameera.

Haaluma kanaan Godina Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiiritti sagantaan duula misooma sululaa fi kunuunsa Ashaaraa Magarisaa eegalamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame mul'iseera

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.

Ibsa Ijjannoo Yaa’ii dhaabbatummaa ODP

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)