Namoonni 9 shakkaman to'annoo jala oolfan

Namoonni to'attoota tiraafika qilleensaa Itoophiyaa hojii akka dhaabaniif gorsuufi balaliinsa idil- addunyaa gufachiisuuf yaalaniiru jedhaman sagal to'annaa jala oolfamaniiru.
Namoonni Sivil Aviyeeshinii Itoophiyaa balaliinsa idil-addunyaa akka gufatu yaalanii fi oggeessoonni to'attoonni tiraafika qilleensaa hojii akka dhaabaniif gorsaa fi ogganaa turan jechuun shakkaman sagal to'annoo jala olfamaniiru.
Ittaanaan Komishinara Poolisii Federaalaa Janaraalaa Takollaa Ayikokiru akka ibsaniitti, namoonni kunneen balaliinsa keessattu xiyyaaroonni biyya alaatii dhufan akka hin qubannee yaalii taasisaa turan jedhaniiru.
Namoonni too'annoo jal oolfaman kun fincila hojii dhaabuu tarkaanfii kana dura hojjettoonni damee kanaa taasisaa turan qindeessaafi wal taasisaa akka turan himamuun ni yaadaatama.

Maddi:FBC

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman