ልጥፎች
ከሴፕቴምበር, 2022 ልጥፎች በማሳየት ላይ
Muummichi ministiraa Abiy Ahmad ergaa baga Ayyaana Masqalaan isin gahee dabarsan
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahmad Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaasaaniin, Ayyaanni Masqalaa qormaata darbe kan itti dhabamsiisnuufi abdii egeree kan itti galaa taasifannudha jedhan. Ityoophiyaan bara kana rakkooleeshee bubbulan akka furtuufi maaddii ishee nyaata isaan barbaachisuun akka guuttuuf Iyoophiyaa kan jaallatu hundi kutatee haa ka’u jechuun waamicha dhiyeessan. Waqtiin gannaa rakkisaan bahee jalqaba waqtii ifaafi gammachiisaarratti argamna jedhan. Lagni guute ni hir’ata, dhoqqee rakkisaan ni goga, dukkanni ni ifa, qorri ni hir’ata, dirreefi gaarreen abaaboon faayamu jechuun ibsaniiru. Waqtii masqalli itti dhokatee ture argame kana keessa ayyaana masqalaa kabajna jedhan. Waqtiilee haadni ittiin Ityoophiyaanonni walitti hidhaman kan adda hin cinne ta’uu agarsiisan keessaa waqtiin Fulbaanaa tokko akka ta’e ibsaniiru. Saboonni biyyattii hedduun ayyaana jijjiirraa bara haaraa isaanii yookaan ammoo a...
Yaadi Media:Waa'ee Abiy gaaffii shiraa dhiyaateef deebii sirrii Wiiliyaa...
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
Yaadi Media:Odeeffannoowwan gurguddoo har'aa #ethiopia #oromo
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
አልሞትኩም አለሁ ለማለት?
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
የአሸባሪው ሕወሃት ቡድን መሪ ደብረፅዮን ገብረ ሚካኤል "ፈታኝ ሁኔታ ውስጥ ነን"በማለት ለደጋፊዎቹ መልዕክት እንዳስተላለፈ እየተነገረ ነው ለመሆኑ የአሸባሪው ቡድን መሪ አስቸጋሪ ሁኔታ ውስጥ መግባታቸውን የተረዳው አሁን ነው እንዴ? ሰዎቹ(ሰው እንኳ ሊባሉ አይችሉም) አስቸጋሪ ሁኔታ ውስጥ የገቡት አገራዊ የይቅርታ የሰላምና የመደመር ሃሳብን በማን አለብኝነት ንቀው በትዕቢት ተወጥረው ወደ መቀሌ በመሄድ በትግራይ ህዝብ ውስጥ ለመደበቅ በወሰኑ ጊዜ ነው ከዚያን ጊዜ ጀምሮ ፈታኝ ሁኔታ ውስጥ መሆናቸውን ለዘመናት በለመዱትና በሚታወቁበት አሻጥራቸው የፈፀሙትና ያስፈፀሙት እኩይ ድርጊት ሁሉ ተጨባጭ ምስክር ነው አሁን እንኳ ደብረፅዮን ከድሮኗ ጥቃት አምልጫለሁ ለማለት በውስጥም በውጭም የሚገኙ የአሸባሪው ቡድን ደጋፊዎች ተስፋ እንዳይቆርጡ ያስተላለፋት መልዕክት መሆኗን እኛ እናውቃለን፤ እነርሱ በባንዳነት ተልዕኮ ከውጭ ሃይል ጋር በማበር ኢትዮጵያን መንካት ትልቅ ዋጋ እንደሚያስከፍል በተግባር እያዩት መሆናቸውን እኛ ምስክር ነን #Ethiopia #TPLFisTheCause #TPLFisaTerroristGroup
Ameerikaan ejjennoo Itiyoophiyaa akka deeggartu mirkaneessite
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
Ejjennoon Ameerikaan qabatte ejjennoo Itiyoophiyaa wajjin kan walsimu akka ta'e Ameerikaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dr.Injinar Silashii Baqqala himaniiru. Amabaasaaddarichi kana kan himan pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan yaa'ii waliigalaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii irratti haasawa dhageessisaniin rakkoon Nagaa Itiyoophiyaa karaa Gamtaa Afrikaatiin akka fala argatuuf Ameerikaan kan barbaaddu ta'uu erga dubbatanii boodadha. Ambaasaaddar Silashiin haasawa Pireezidaant Baayidan kana irratti deebii kan kennan ergaa karaa Twtter isaanii dabarsaniin akka ta'e beekameera. Mootummaan Itiyoophiyaa rakkoon ardii Afrikaa kamiyyuu karaa Gamtaa Afrikaatiin furmaata argachuu qaba jechuun ejjennoo cimaa kan qabate akka ta’eefi garee shororkeessituu wayyaanee wajjinis mariin nagaa kan adeemsifamu yoo ta’es karaa Gamtaa Afrikaa qofa ta’uu qaba jechuun ejjennoo cimaa akka qabate ni beekama.
Raashiyaan waraana eeggataa ishee kuma dhibba 3f waamicha taasiisuufi
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (TW) Raashiyaan waraana eeggataa ishee kuma dhibba 3f waamicha taasiisuuf ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Sargee Shooyguun ibsan. Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Putiin, Raashiyaatti ‘kakaasiin waraanaa gartokkeen’ akka gaggeeffamu ajaja laataniiru. Putiin ibsa har’a laataniin kakaasiin waraanaa kun kanneen muuxannoo loltummaa qabanii fi humnoonni eeggataan waraana Raashiyaatti akka makaman ta’uu himaniiru. Raashiyaan waraana Yuukreen biyyoonni lixaa hundi deeggaran keessa jirti jedhan. Biyyattiin waraana Yuukreen dheerataa jiruuf humnoonni eeggataan Ajaja waraanaa biyyattiitti akka makaman murtoo Ministeerri Raayyaa Ittisaa Biyyattii dabarse hordofee ta’uu himaniiru. Haala qabatamaa jiruun murtoon darbe murtoo sirrii ta’uu Pireezidaanti Putiin ibsaniiru. Kakaasichi saffisaan akka eegalu ajaja dabarsaniiru. Biyyoonni Lixaa haala kanaan itti fufnaan Raashiyaan Niiwuklera dabalatee filannoo kamittuu ni fayyadamti jedhan. Ministirri Ministee...
Shakkamaan meeshaalee waraanaa daldalaa ture to’atameera
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
Hojii Daldalaa da’eeffachuun shakkamaan meeshaalee waraanaa daldalaa ture to’atameera Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (TW) Hojii daldala dhugaatii da'eeffachuun shakkamaan meeshaalee waraanaa daldalaa ture to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Mana shakkamtichaattis sakatta’aa taasifameen meeshaalee waranaan garaagaraa, rasaasa kuma 80 fi maallaqni sobaa qabamuun eerameera. Shakkamaan kunis kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii Aanaa 12tti to’atamuun himameera. Namni dhuunfaa kun farsoo kan gurguru fakkaatee meeshaalee waraanaa garaagaraa dhoksaan akka gurguru qo’annoo poolisiin gaggeessee fi eeruu hawaasa irraa argameen mirkanaa’uu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Bu'uurri Badhaadhina hundaa, akeekni misooma hawaasummaa, barnootaan dhugooma-Pir. Shimallis Abdiisaa
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (TW) Bu'uurri Badhaadhina hundaa fi akeekni misooma hawaasummaa, barnootaan dhugooma jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa. Pireezidaanti Shimmalis Barnootni furtuu rakkoo hundaa, iccitii milkaa’inaa fi qaroominaatis jedhaniiru. Obbo Shimallis Abdiisaa jalqabuu bara barnootaa 2015 ilaalchisuun ibsa kennaniiru. Guutuun ibsichaa haala armaan gadiin dhiyaateera. Dhalootni barate biyya jijjiira. Hiyyummaatti fala falee guddina biyyaa dhugoomsa. Biyya keenyatti barnootni ammayyaa sadarkaa barbaadamuun babal'achuu dhabuu isaa irraa kan ka'e barootaaf dhiibbaawwan garaagaraa jalatti akka kufnuuf sababa ta'ee ture. Maddi hiyyummaa fi booddeetti hafummaa keenyaas kanuma. Madda hiyyummaafi booddeetti hafummaa keenyaa maqsuuf ummatni Oromoo afaan isaatiin akka baratu, carraa barnootaa akka argatu hayyootni Oromoo hedduun aarsaa baay'ee kaffalaniiru. Qabsoo dhaloonni darbaa dhufaa taasisaniin jijjiirama...
የተጋዳላይ ቄሶች ነገር
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
“አንድ የትግራይ አባት በውጭ የምትገኙ የትግራይ ዳያስፖራዎች የአለም አቀፉ ህብረተሰብ በፋሽስቱ የአብይ አህመድ አስተዳደር ላይ ጫና እንዲፈጥር ጠንክራችሁ መስራት ይጠበቅባችኋል”በማለት መልዕክት ሲያስተላልፉ ስታዩ ወይም ስትሰሙ ምን ይሰማችኋል? ከአፍ አውጥታችሁ ምንም ባትገሩም ቄሱ ባስተላለፉት መልዕክት ላይ ትንሽ ማሰባችሁ የሚቀር አይመስለኝም፤ማሰብ ብቻ ሳይሆን የተለያዩ ጥያቄዎችን መጠየቃችሁም አይቀርም ⵆ የሃይማኖት አባት እንዴት እንዲህ ይናገራል?የአንድ አገር ልጆች በአንደኛው ወገን የማን አለብኝነት ችግር ምክንያት ወደ ጦርነት ሲገቡ የሃይማኖት አባት ሚና ምንድነው?የሚሉና በርካታ ጥየቄዎች እየተግተለተሉ በአዕምሮአችን መመላለሳቸው የሚቀር አይሆንም ⵆ አሁን የመጨረሻው ሰዓት ሲደርስ ቄሱ እንዲህ ማለታቸውን ሰማን እንጂ በአሸባሪው የህወሃት ቡድን የጦርነት ዝግጅት ወቅትም ተጋዳላይ ቄሶች ከፍተኛ ድጋፍ ሲያደርጉ በተግባር አይተናል ⵆ ተጋዳላዮቹ ቄሶች አሸባሪውን ቡድን በመደገፍ የትግራይን ክልል ሃገረ ስብከት ከኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ለመገንጠል መወሰናቸውን ይህንንም በተግባር መፈፀማቸውን ቀደም ሲል በሰጧቸው መግለጫዎች አሳውቀዋል ⵆ ተጋዳላዮቹ ቄሶች ይህን ሲያደርጉ ትክክል አይደለም ያላቸው አካልም ያለ አይመስለኝም ⵆ ተጋዳላይ ቄሶች አሁን ደግሞ በውጭ አገራት የሚገኙ የትግራይ ተወላጆች ትግላቸውን አጠናክረው እንዲቀጥሉ ጥሪ በማስተላለፍ ላይ ናቸው ⵆ ቄሶቹ በዚህ ዓይነት ክላሽ ታጥቀው ከመዋጋትም ወደኋላ እንደማይሉ አኳሃናቸው ያሳብቃል ከእንግዲህ ታላቋ ትግራይ አገር ሆና የምትመሰረትበት ሁኔታ የለም፤እርማችሁን አውጡ ይህን የሚያስብሉ ሁኔታዎች ተፈጥረዋል ⵆ ትግራይ አገራችን ኢትዮጵያ ካሏት ክልሎች ውስጥ አንዷ ናት...
Qondaaltoota wayyaanee lamaaniifi ibsa isaan kennan
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
Janaraalli wayyaanee Taaddasa Warrada ibsa dheengadda kenneen waan baay’ee hime.Iccitiisaanii gadi baasuu bira darbuudhaanis mootummaa Itiyoophiyaatiifis oduu himaa ta’e.Waraanni wayyaaneen marsaa sadaffaadhaan Hagayya 18 bara 2014 jalqabde deebi’uudhaan ishuma guggube.Magaalaan Shiraaroofi naannawaan ishii qabamuu kan nutti hime mootummaa Itiyoophiyaa utuu hin taane janaraal Taaddasa Warradaati.Janaraalichi dhugaa dubbate.Haqa jiru hime.Keessa olola hojjechuuf carraaqqii taasisus wantonni miliqanii ba’an baay’eedha. Fakkeenyaaf weerara marsaa sadaffaa wayyaaneen akka jalqabde janaraal Taaddasa Warradaatu nutti himuudhaan wayyaanee waakkannaadhaan beekamtu saaxile.Cinqama cimaa keessa akka seenan namtichi mamii malee dubbate. Guyyaa itti aanu ammoo Getaachoo Raddaa ibsa kenneen wantoota Taaddasa Warradaa jedhe hunda qabxii tokkollee utuu hin kaasin dhoksuudhaan bira darbe.Ol’aantummaa ololaa argachuu qofa irratti xiyyeeffachuudhaan dhugaa qabatamaan jiru humuu dadhabe.Gocha raaww...
Hiriirri balaaleffannaa shororkeessaa ABUT fi Ameerikaan tarkaanfii akka fudhattu gaafatu gaggeeffamuufi
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
Shororkeessaan ABUT waraana bane kan balaaleffatuu fi Ameerikaan garecharratti tarkaanfii akka fudhattu kan gaafatu hiriirri nagaa Dilbata dhufu Waashingitan DC’tti kan gaggeeffamu ta’uun eerame. Hiriirichi “White House” duratti kan gaggeeffamu ta’uu Walitti Qabaan Koree Waldaa Nageenyaa fi Tokkummaa Ityoophiyaaf DC Xaasawu Malaakahiiwot ibsaniiru. Hiriirtonni waraana shororkeessaan ABUT Ityoophiyaarratti bane kan balaaleffatu ta’uu himaniiru. “Ameerikaan waraaana garechi eegale ifatti akka balaaleffattuu fi gochaa digumsa isaaf itti gaafatamaa taasisuu qabdi; nageenya waaraa fiduuf mootummaa Ityoophiyaa cina dhaabbachuu qabdi” dhaadannoowwan jdhan akka dhageessifaman eeraniiru. Ergaawwaan Ameerikaan imaammataa alaa dogoggoraa Ityoophiyaa fi Eertiraarratti hordoftu irra deebiin ilaaluu akka qabdu hiriiricharratti kan ibsamu ta’as jedhan. Kan cinaattis duulli Tiwiitaraa Ityoophiyaa deeggaruu gaggeeffamaa jiraachuu Obbo Xaasawu ibsaniiru. Dabalataan, Ityoophiyaanotaa fi Eertiraanota Amee...
Humnoonni Tigraay lafa to'atan dhabaa jiru - Janaraala Taaddasa Warraaddaa
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
Ajajaan humnota Tigraay Jenaraal Taaddasa Warrada loltoonni Itoophiyaa fi Ertiraa waraana tibbana bananiin Shiraaroo dabalatee iddoowwan hedduu qabachuu ibsan. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c2xde22pn7no?at_medium=custom7&at_custom3=BBC+News+Afaan+Oromoo&at_custom4=9907D626-343A-11ED-A3EB-6358FC756850&at_campaign=64&at_custom1=%5Bpost+type%5D&at_custom2=facebook_page&fbclid=IwAR3GCBqbPEhXkzTmU2SxtFiAUDaVxMhnrj9S2_-q4ZzWwqOz1lQN482jl8k
የዓባይ ወንዝ ድልድይ የግንባታ ሂደቱ በመፍጠን ላይ ነው
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
በባሕር ዳር ከተማ እየተገነባ የሚገኘው አዲሱ የዓባይ ወንዝ ድልድይ የግንባታ ሂደቱ በመፍጠን ላይ እንደሚገኝ የኢትዮጵያ መንገዶች ባለስልጣን ገለጸ። በቀጣይ 3 ወራት ውስጥ የድልድዩ ዋነኛ አካል የሆነውን ጊርደር ሙሉ ለሙሉ ለመግጠም በትኩረት እየተሠራ መሆኑን የኢትዮጵያ መንገዶች ባለስልጣን ገልጿል። ባለስልጣኑ በማህበራዊ ትስስር ገጹ ባወጣው መረጃ፡የድልድዩን ዋና ዋና ሥራዎች በእቅዱ መሰረት ለማከናወን አጠቃላይ የግንባታ ሂደቱ በመፍጠን ላይ ይገኛል። አጠቃላይ የግንባታ አፈፃፀሙ 76 በመቶ ደርሷል። ከ760 ሜትር ጊርደር ርዝማኔ ውስጥ በሁለትም መስመር 511 ሚትር የድልድይ ጊርደር ሙሉ በሙሉ ተጠናቋል። በግንባታው ፕሮጀክት ላይ በዋነኛነት የድልድይ ተሸካሚ ምሰሶዎች ሙሉ በሙሉ ተጠናቋል ። ከመሬት በታች የድልድዩ የቋሚ ተሸካሚ መሰረቶች ሙሉ በሙሉ ተጠናቋል ። ለድልድዩ የሚያስፈልጉ 8 ቋሚ ተሸካሚ መሶሶዎች ግንባታ ሙሉ ለሙሉ ተጠናቋል። ድልድዩን ወጥሮ ለመያዝ ከሚያግዙ 72 ስቴይ ኬብልስ 50ዎቹ የተጠናቀቀ ሲሆን የተቀሩትን በቅርብ ለመጨረስ እየተሠራ ነው። በኢትዮጵያ መንግስት በተመደበ 1 ነጥብ 4 ቢሊዮን ብር ግንባታውን እያከናወነ የሚገኘው ቻይና ኮሙኒኬሽን ኮንስትራክሽን ካምፓኒ በተባለው ተቋራጭ ነው። የማማከር እና ቁጥጥር ስራውን ደግሞ ቦቴክ ቦስፈረስ ኮንሰልቲንግ ከስታዲያ ኢንጅነሪንግ ጋራ በጣምራ እየሠሩት ይገኛሉ። አዲሱ የአባይ ወንዝ ድልዲይ በባሕር ዳር ከተማ ከሚገኘው ነባሩ የአባይ ወንዝ ድልድይ 2 ኪሎ ሜትር ርቀት ላይ ነው እየተገነባ ያለው። ይህ ዘመናዊ ድልድይ ተሰርቶ ሲጠናቀቅ ከሚያበረክተው ኢኮኖሚያዊና ማህበራዊ ጠቀሜታ ጎን ለጎን ምቹ የሆነ የትራፊክ ፍሰት እንዲኖር ያደርጋል። በተጨማሪም ባሕር ዳር ከተማ ተጨማሪ ውበት...
Ergamtuun diina alaa wayyaaneen gatii ishii argachaa jirti
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
Fulbaana 05,2015 Finfinnee,(TW)Humnoonni alaa keessumattuu kanneen Itiyoophiyaan misooma diinagdeetiin akka hin guddanneefi akka quucartee haftu barbaadan yoomillee ta’u Itiyoophiyaan tasgabbiidhaan akka jiraattuuf gonkumaa hin barbaadan.Fedhiin isaan Itiyoophiyaa jeequuf qaban akka galma ga’uuf tooftaa kamittiyyuu fayyadamuudhaan Nagaan Itiyoophiyaa akka boora’u ummanni Itiyoophiyaa Nagaadhaan jiraatee hojii misoomaafi guddinaa irratti akka hin xiyyeeffanne taasisu. Biyyi Misir ykn.Gibtsi jedhamtu Itiyoophiyaan guddina diinagdee akka hin galmeessifneef shiroota hedduu shiruudhaan hojiirra oolfachuu dandeessee jirti.Adda durummaadhaan kan ka’uu danda’us kallattiidhaan dhufuu utuu hin taane egamtoota baandaa ta’uudhaan biyya gananitti fayyadamuun badii lakkaa’amee dhuma hin qabne geessiftee jirti. Itiyoophiyaan guddina diinagdee galmeessuu yoo dandeesse qabeenya uumamaa Lageen qabdu hidhuudhaan Bishaan Laga Abbayyaa gara ishiitti akka hin yaane taasisuudhaan numiidhu dandees...
«የፀጥታው ምክር ቤት በኢትዮጵያ የውስጥ ጉዳይ ላይ የመሰብሰብ ስልጣን የለውም» አምባሳደር ታዬ አጽቀሥላሴ
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
የተባበሩት መንግሥታት ድርጅት የጸጥታው ምክር ቤት በኢትዮጵያ የውስጥ ጉዳይ ላይ ስብሰባ የመጥራት ህጋዊ ስልጣን የለውም ሲሉ በድርጅቱ የኢትዮጵያ ቋሚ መልእክተኛ አምባሳደር ታዬ አጽቀሥላሴ ተናገሩ። አምባሳደር ታዬ አጽቀሥላሴ ለአንድ የአገር ውስጥ ሚድያ እንደተናገሩት፣ አሁን ላይ በኢትዮጵያ የተፈጠረው ችግር የውስጥ ጉዳይ ነው፡፡ አገራት ደግሞ ውስጥ ጉዳዮቻቸውን በራሳቸው የመፍታት ሉኣላዊነት አላቸው፡፡ ሆኖም ጉዳዩ ዓለም አቀፍ የጸጥታና ደኅንነት ስጋት እስካልሆነ ድረስ የመንግሥታቱ ድርጅት የጸጥታው ምክር ቤት ጉዳዩን አጀንዳ አድርጎ ስብሰባ የመጥራት ህጋዊ ስልጣን የለውም። የኢትዮጵያን ጉዳይ ዓለም አቀፍ የጸጥታና ደኅንነት ስጋት ይሆናል በሚል አንዳንድ አገራት ጉዳዩን ከራሳቸው ፍላጎት አንጻር በማየት የሽብርተኛው የሕወሓት ቡድንን ጉዳይ ይዘው ወደ ጸጥታው ምክር ቤት መሄድ ሥራቸው አድርገውታል ያሉት አምባሳደር ታዬ፤ የታላቁ የሕዳሴ ግድብ ጉዳይን ሳይጨምር በኢትዮጵያ ካለው ወቅታዊ ሁኔታ ጋር በተያያዘ ብቻ ባለፉት ሁለት ዓመታት ምክር ቤቱ ለ12ኛ ጊዜ ስብሰባ መጥራቱን አስረድተዋል። እንደ ቋሚ መልዕክተኛው ገለጻ፣ ምክር ቤቱ በሰሜኑ አገራችን ከተከሰተው ጦርነት ጋር በተያያዘ ሁለት ጊዜም መግለጫ ሰጥቷል፤ ጉዳዩ ዓለም አቀፍ የጸጥታ አንድምታ በሌለበት ሁኔታ ምክር ቤቱ የአገራትን ጉዳይ የሚመለከትበት አንዳችም ምክንያት የለውም። በአንድ አፍሪካዊ አገር ውስጥ ችግር አለ ተብሎ ከታሰበም ጉዳዩ መታየት ያለበት በአፍሪካ ኅብረት በኩል መሆኑን ጠቁመው፤ በአፍሪካ ኅብረት የሰላምና ጸጥታ ምክር ቤትና በመንግሥታቱ ድርጅት የጸጥታው ምክር ቤት በኩል ያለው ግንኙነት የሚወሰነውም በዚሁ መርህ መሆኑን ገልጸዋል። አንዳንድ አባል አገራት ካላቸው ፍላጎት አንጻር በኢትዮጵያ ጉዳይ ላይ...
አቶ ፈቃዱ ተሰማ አዲስ ዓመትን ምክንያት በማድረግ ያስተላለፉት የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክት
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
እኛ ኢትዮጵያዊያን ከተቀረዉ ክፍለ ዓለም ህዞቦች ለየት ያለ የባህል የፍልስፍ እና የታሪክ አሻራ እና ገጽታ አለን። ለየት ከሚያደርጉን ገጽታዎች አንዱና ዋነኛዉ የዘመን አቆጣጠር ቀመራችን ነዉ። ይህንን ከቀደምት አባቶቻችን ያገኘነዉን አኩሪ ታሪካችን እሰከ ዛሬ ድረስ ሳይበረዝ እና ይዘቱን ጠብቆ ከማይዳሰስ እና ከሚዳሰሱ ወረቶቻችን እና ቅርሶቻችን ዝርዝር ዉስጥ ጎልቶ ይታያል። በኢትዮጵያ የዘመን አቆጣጣር እና ዕይታ ወርሃ መስከረም የዘመን መለወጫ ብቻ ሳይሆን በአዲስ ተስፋ አዲስ ራዕይ የሚሰንቅበት ወር ነዉ። አርሶ አደሩ ከአድካሚዉ እና ዉጣ ዉረድ ከበዛበት የክረምት ጭጋጋማዉ ወራት በኋላ በአዝመራዉ ማበብና ማዘርዘር ሃሴት አድርጎ በተስፋ ቀጣዩን የህይወት ዕጣ ፈንታዉን የሚያይበት፣ ተማሪዉ ካለፈዉ ዓመት የትምህርት ተሞክሮዉ ተነስቶ ለሚቀጥለው የትምህርት እርከን ራሱን የሚያዘጋጅበት፣ መምህራን ለተሻለ የትዉልድ ቀረፃ አዲስ ግብና ራዕይ ሰንቀዉ የሚዘጋጁበት፣ በአጠቃላይ መላዉ ኢትዮጵያውያን ካለፈዉ ዓመት ህይወት ተሞክሮአቸዉ በመነሳት አዲስ ትልም፣ በአዲስ የአኗኗር ቅኝትና በተስፋ ለመንደርደር በጉጉት የሚጠብቁት የዘመን መለወጫ ወር ነዉ።ወርሃ መስከረም የተስፋ ተምሳሌት በሆነዉ አደይ አበባ ደምቆ ወደ አዲስ ህይወት የሚያሸጋግረን የዘመን አቆጣጣር መባቻችን እና ሕዝባችን ደግሞ የአዲስ ዓመት መጀመሪያ ምዕራፉን በአብሮነት እና በፍቅር ዓመቱን ትርጉም ሰጥቶት የሚጀምርበት አዉድ ነው። ስለሆነም መላዉ የኦሮሚያ ክልል ህዝብ፣ በሀገር ውስጥ እና በተለያዩ ክፍለ ዓለማት የምትኖሩ ኢትዮጵያዊያን እና ትዉልደ ኢትዮጵያዊያን እንኳን ለ2015 አዲስ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ ለማለት እወዳለሁ። 2014 ዓ.ም በበርካታ ተግዳሮቶች፣ድሎች እና ዕድሎች ታጀቦ ያለፈ ዓመት መሆኑ የ...