Ibsa Dhaabbatummaa Ayyaana Hundeeffama Waggaa 26 ffaa Dhaabbata Dimokraatwaa Ummata Oromoo Ilaalchisuudhaan Koreen Giddu Galeessaa DhDUO Baase Koreen Giddu Galeessa Dh.D.U.O. Miseensotaa fi Deeggartootaa Dhaaba keenyaa fi ummata Oromoo hundaan baga Waggaa 26 ffaa hundeeffama dhaaba keenyaatiin isin gahe, baga wajjiniin nu gahe jedha. Ayyaanni hundeeffama DhDUO Bitooteessa 17 waggaa waggaan kabajamu Ayyaana seenaa qabsoo ummata Oromoo keessatti hiikkaa guddaa qabuudha. Ayyaana miseensotaafi deeggartoonni qabsoo keenyaa marti kaayyoo eebbifamaa dhabni keenya qabsaa’uuf ciminaan itti fufsiifnee galmaan ga’uuf waadaa keenya itti haaromsinuudha. Keessattuu waggaa 26 ffaa n hundeeffama DhDUO kan kabajamu yeroo addaa keessatti waan ta’eef haala addaatiin kan ilaalamuudha. Ayyanni hundeeffama dhaaba keenyaa woggaa 26 ffa yeroo kabajnu ayyaanota baroota darbanii irraa haalawwan adda isa godhan hedduu dha.kanneen keessaa :- Bara 2007 filannoo mana maree na
አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ