Walwaraansi Itiiyo-Ertiraa yoo yaadatamu

Walwaraansa waggoota lamaaf gaggeefameen namoonni kuma hedduun lakkaaman du'aafi hiriima qaamaatiif saaxilamaniiru.
Oggana'oonni biyyota lamaanii ALI bara 2002tti Aljeersi irratti waliigaleerra yoo gahan iyyuu, loltoonni isaanii garuu wal waraanuuf daangaarratti ijja walitti basuun argamu.
Walwaraansi hanga har'aatti dhuma dhabee kunis waggoota 20 dura maaltu kaasee? Abdiin waldiddaa kana dhaabuu maaltu jira?

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman