Umaar Hasan al-Bashir humnaan taayitaa irraa buufaman
Finfinnee, Eebila 3/2011(Tolawaaq Waarii) waggoota soddomaatiin biyya bal'oofi guddittii Suudaan bulchaniiru.Omaar Hasan al-Bashiir.Amma garuu gameeraafi,hin dandeenye.Taayitaa itti cichanii irra turan irraa bu'uun dirqama itti ta'eera.
Sab-quunnamtiileen idila Addunyaa har'a akka gabaasaa jiranitti pireezidaantichi humnaan taayitaa irraa buufamaniiru too'annoo jalas oolfamaniiru.Humni waraanaa biyyattii itti gaafatama biyya bulchuu fudhateera.
Haalli kun Suudaanitti mudachuun biyya Ollaa Itiyophiyaadhaaf hiikkoonsaa maali laata?balballoomsitoonni siyaasaafi gaanfa Afrikaa ni balballoomsu jedhamee eegama
አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ