ልጥፎች

ከ2020 ልጥፎች በማሳየት ላይ

Birriin miiliyoona 10 badhaasaaf qophaa’e

ምስል
 Finfinnee,Muddee 09/2013(TW) Minsteerri Raayyaa ittisa biyyaa badhaasa qopheesseera Hooggantoota Juuntaa ABUT bakka isaan jiraan kan eereef Birriin miiliyoona 10 badhaasaaf qophaa’u Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksise. Leetanaal Jenaraal Asiraat Denneeroo guyyaa har’aa akka ibsanitti hooggantoota Juuntaa ABUT yeroo gabaabaa keessatti too’annoo jala oolchuuf carraaqqii taasifamuuf badhaasni qophaa’uu beeksisaniiru. Miseensoonni Juuntaa akka bittinnaa'an himamaa kan jiru yammuu ta'u kanneen lubbuun darbes akka jiran odeeffamaa jira.Odeeffannoon kun hanga ammaatti qaama mootummaatiin kan mirkanaa'e miti.

ቀጥታ አዲስ አበባ ስቱዲዮ ምሽት 12፡00 ዜና ሙዳይ ባሕር ዳር፡ ኅዳር 30/2013 ዓ.ም (አብመድ)

ቀጥታ አዲስ አበባ ስቱዲዮ ምሽት 12፡00 ዜና ሙዳይ ባሕር ዳር፡ ኅዳር 30/2013 ዓ.ም (አብመድ)

የህዝብ ተወካዮች ም/ቤት 6ኛ ዓመት የስራ ዘመን 2ኛ ልዩ ስብሰባ- |etv

ምስል
ምስል
  Addaggeefi Guddis-Baddeetu gufuu ta'aa jira Oromoon naamusa qaba.Naamusni Oromoo hundaaf tola.Kaanitti gufuu hin ta'u.ILaafi ilaameetti fayyadama.Ana qofatu beekaadha hin jedhu.Hunda hirmaachisa,hammachuu beeka. Bara Oromoon hawwii taayitaa biyya bulchuu guuttateefi mirga abbaa biyyuummaa goonfate kanatti gufuu ta'aa kan jiru addaggeefi guddis-baddeedha. Kanneen kun Oromoo keessaa ba'anii kaaniif ergamuudhaan aadaafi safuu Oromoon qabu qarxam godhanii kan cabsanidha.Addaggeefi guddis-baddeewwan kun adabatanii akka taa'an gochuun inuma danda'ama.Addaggeen fuula ilaaluun sochooti.Fuula ilaaluudhaan mataarra koruuf wixiffatti.Haalli Addaggeen ittiin deemtu kun sadarkaa gadii hanga olitti jira. Waan kana fakkeenyaan ilaalluun barbaachisaadha.Jijjiirama mootummaa biyya keenyaa akka fakkeenyaatti haa fudhannu.Sirni bulchiinsa ADWUI jijjiiramee Paartiin Badhaadhinaa haa dhufu jedhamnaan addaggeen keenyaafi warra kaanii walitti dhuftee waca dhageessisaa akka turte hun...

Hidhi Haaromsaa Guddichi mallattoo walabummaa biyyoolessaa keenya

ምስል
Hidhi Haaromsaa Guddichi mallattoo walabummaa biyyoolessaa keenya jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy kana kan jedhan yeroo gabaasni ijaarsa hidhichaa bakka miseensonni boordii fi hoggansi proojaktichaa argamanitti yammuu dhiyaatefitti. Ijaarsi hidhichaa akkaataa karooratiin hojjetamuu isaatin raawwin isaas %75rra qaqqabuun ibsameera. Dooktar Abiy ummanni milkiiwwan egereerratti xiyyeeffachuun hojjechuu akka qabus ibsaniiru. Qaamni hidhicharratti gufuu ta’u, faayidaa biyyoolessaa Ityoophiyaa dabarsee laachaa akka jiru hubatamuu qabas jedhan. Hanga ammaattis Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 20 baasii ta’eera. Hoji gaggeessaa olaanaan hidhichaa Injiinar Kiflee Horroon proojakticha xumuruuf Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 60 kan barbaadu ta’uus eeraniiru. Bishaan kiyuubiik biiliyoona 10.5 qabachuuf kan barbaachisu keessaa hojiin siiviilii %88 xumuramuu eeraniiru. Hojiin elektiroo meekaanikaalaa %46 irra, hojiin sibiilotaa %33 irra ga’eera. Hidhic...

Dhugaadha,Hawaasni Dammaqeera!

ምስል
Finfinnee Hagayya 13/2012(TW) Isaan biyya alaa taa’anii Bargarii ciffachaa biyya keessatti sochiin diinagdee akka hin jiraanne gochisiisuu barbaadu.Yoo onnee qabaatan maalif biyyuma keessa taa’anii waan harka nama biraatiin gochuu barbaadan kana ofumaaf hin goonee? “Harka namaatiin ibidda qabachuun nama hin dhibu” Humnoonni badii baandaa ta’nii socho’aa jiran haala qabatamaa amma jiru hin beekan.Hubannoon fedhii Ummataa irratti qabanis hin jiru.Ummanni Nagaa,Misooma,Badhaadhina barbaada. Daandiin cufamee,sochiin diinagdee dhaabbatee faayidaan argamu tokkollee akka hin jirre Ummanni bal’aan sirritti hubateera.Hawaasni marti dammaqeera.Hawaasni dammaquun dhugaa jiru hubate ammoo waamicha kashlabbootaatiif gurra kennuu akka hin dandeenye qabatamaan mul’ateera. Humnoonni moggaasa 12 12 12 jedhuun waamicha sochii ugguruu marsaa 3ffaa taasisan salphataniiru.Salphina tarkaanfii hawaasa dammaqeen haguuggatan kana keessaa yoomiyyuu ba’uu hin danda’an.Sochiin Ummanni jijjiiramaafi guddinaaf ta...

Baacoofi waamicha kashlabbootaa

ምስል
Finfinnee Hagayya 12/2012(TW) Baacooniifi waamichi kashlabboonni 12 12 12 jedhanii moggaasan fudhatama akka hin qabne mul'ateera. Kashalabboonni biyyaalee alaa taa'anii ololaa jiran Ummanni yeroo hunda gowwoomfamuu akka danda'utti amanu.Gowwaan isaani malee Ummata bal'aa miti. Waamicha fincilaa isaan dhiitee bariitee taasisaniif gurri kennamu hin jiru.Ummanni Finfinnee ganama kana kanuma mul'ise.Barraaqarra Rooba cimaatu ture.Ganama sa'aatii 12 booda Roobni cimaan roobaa ture gara tiifuutti jijjiirame.Dhawaataanis caame.Akkuma kanaan duraatti konkolaattoonni Daandii asfaaltii Finfinnee irra danbali'uu eegalan. Akka waamicha,lallabaafi fedhii kashlabbootaatti har'a kun hin ta'u ture.Kashlabboonni ofii biyya alaa taa'nii diddaa ummata bal'aatiin sochiin diinagdee biyya keenyaa akka miidhamu barbaadu. Waamichi maqaa Qeerroo Oromoo da'eeffachuudhaan taasisan kun guutuu Oromiyaattis fudhatama akka hin qabne haaluma ammaan tana Magaalaa Finfinn...

ማበዳቸው ትክክልና ምክንያታዊ ነው!

ምስል
  ኦሮሞ አገርን የማስተዳደር ስልጣን ያዘ ብለው አብደው ጨርቃቸውን የጣሉ እንዳሉ እየተመለከትን ነውⵆረግጠውና ዘርፈው ሲያስተዳድሩ የነበሩትን ባልጠበቁት ሁኔታ ሲያጡ ማበድ ሲያንሳቸው ነው ከ8 ወራት በፊት ከምሁራን ጋር በተደረገ የውይይት መድረክ ላይ በኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት ርዕሰ መስተዳድር ክቡር አቶ ሽመልስ አብዲሳ ተነገረ ተብሎ አንደ አዲስ በየማህበራዊ ሚዲያዎች እየተዘዋወረ ያለው ንግግር ምንም አዲስ ነገር የለውምⵆአይ አጀንዳ ፈጠራ!ድንቄም አጀንዳ አቶ ሽመልስ ስለ ፊንፊኔ፤ስለ አፋን አሮሞ፤ስለ ብልፅግና ፓርቲ የተናገሩት እውነት እውነቱን ዕንቅጩን ነውⵆእውነቱ የተነገራቸው ኃይሎች የተነገረውን እውነት ቢያውቁም መቀበል ስለማይፈልጉ ነገርዬውን ወደሚፈልጉት አቅጣጫ ለመጠምዘዝ አጀንዳ ለመፍጠር ጥረት አደረጉ፤ለዚህም ይረዳናል ብለው ያሰቡትን የአቶ ሽመልስ የአንድ መድረክ ንግግር ከማህደራቸው በርብረው በማውት ማራገብ ጀመሩⵆየሚዲዎቻቸውንም ቅንጅት አየንበት መሰሪዎቹ እነርሱ መላ ነው ብለው በወሰዱት በዚህ ቀሽም አካሄዳቸው ኦሮሞና አማራ ግጭት ውስጥ ይገባልናል ብለው አሰቡ፤ያሰቡት አልተሳካም!ወደፊትም ሊሳካ አይችልም ከስልጣን የተባረሩቱ የህወሃት ቡድን ሽማግሌዎች የጠላቴ ጠላት ወዳጄ ነው በሚል ከፊንፊኔ/አዲስ አበባ ተባርረው መቀሌ ከመሸጉ ወዲህ የሚችሉትን ሁሉ ቢያደርጉም ጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር አብይ አህመድን ከስልጣን ለማውረድ አልቻሉም፤ለወደፊትም የትኛውንም ሙከራ ቢያደርጉ ኦሮሞን ከስልጣን መንበር ማውረድ የሚችሉበት ሁኔታ የለምⵆ ኦሮሞ የኢትዮጵያ ምሰሶ ነው! ምሰሶው ከወደቀ ኢትዮጵያ የምትባል አገር ልትኖር አትችልምⵆይህ እውነት “ህወሃት እኔ ከሌለሁ ኢትዮጵያ ትፈርሳለች” እንደሚለው ተረት ተረት አይነት ነገር እንዳይመስለን ጥንቃቄ ያስፈል...

ማበዳቸው ትክክልና ምክንያታዊ ነው!

ምስል
  ኦሮሞ አገርን የማስተዳደር ስልጣን ያዘ ብለው አብደው ጨርቃቸውን የጣሉ እንዳሉ እየተመለከትን ነው ⵆ ረግጠውና ዘርፈው ሲያስተዳድሩ የነበሩትን ባልጠበቁት ሁኔታ ሲያጡ ማበድ ሲያንሳቸው ነው ከ8 ወራት በፊት ከምሁራን ጋር በተደረገ የውይይት መድረክ ላይ በኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት ርዕሰ መስተዳድር ክቡር አቶ ሽመልስ አብዲሳ ተነገረ ተብሎ አንደ አዲስ በየማህበራዊ ሚዲያዎች እየተዘዋወረ ያለው ንግግር ምንም አዲስ ነገር የለውም ⵆ አይ አጀንዳ ፈጠራ!ድንቄም አጀንዳ አቶ ሽመልስ ስለ ፊንፊኔ፤ስለ አፋን አሮሞ፤ስለ ብልፅግና ፓርቲ የተናገሩት እውነት እውነቱን ዕንቅጩን ነው ⵆ እውነቱ የተነገራቸው ኃ ይሎች የተነገረውን እውነት መቀበል ስለማይፈልጉ ነገርዬውን ወደሚፈልጉት አቅጣጫ ለመጠምዘዝ አጀንዳ ለመፍጠር ጥረት አደረጉ፤ለዚህም ይረዳናል ብለው ያሰቡትን የአቶ ሽመልስ የአንድ መድረክ ንግግር   ከማህደራቸው በርብረው በማውት ማራገብ ጀመሩ ⵆ የሚዲዎቻቸውንም ቅንጅት አየንበት መሰሪዎቹ እነርሱ መላ ነው ብለው በወሰዱት በዚህ ቀሽም አካሄዳቸው ኦሮሞና አማራ ግጭት ውስጥ ይገባልናል ብለው አሰቡ፤ያሰቡት አልተሳካም!ወደፊትም ሊሳካ አይችልም ከስልጣን የተባረሩቱ የህወሃት ቡድን ሽማግሌዎች የጠላቴ ጠላት ወዳጄ ነው በሚል ከፊንፊኔ/አዲስ አበባ ተባርረው መቀሌ ከመሸጉ ወዲህ የሚችሉትን ሁሉ ቢደርጉም ጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር አብይ አህመድን ከስልጣን ለማውረድ አልቻሉም፤ለወደፊትም የትኛውንም ሙከራ ቢያደርጉ ኦሮሞን ከስልጣን መንበር ማውረድ የሚችሉበት ሁኔታ የለም ⵆ ኦሮሞ የኢትዮጵያ ምሰሶ ነው! ምሰሶው ከወደቀ ኢትዮጵያ የምትባል አገር ልትኖር አትችልም ⵆይህ እውነት “ህወሃት እኔ ከሌለሁ ኢትዮጵያ ትፈርሳለች” እንደሚለው ተረት ተረት አይነት ነ...

Olaantummaan seeraa yoomiyyuu kabajamuu qaba!

ምስል
Finfinnee Adoolessa 30/2012(TW) Olii-buliin hawaasaa,jiruufi jireenyi lammii hundaa adeemsa sirrii qabatee itti fufiinsa qabaachuu kan danda'u olaantummaan seeraa yoo jiraate qofaadha. Seeraafi heerri kabajamu malee ba'anii galuun,daldalanii buufachuun,qotanii omishachuun baratanii qaroomuun gonkumaa waan danda'amu miti. Mootummaan olaantummaan seeraa akka kabajamuuf ga'ee olaanaa qaba.Garuu ammoo olaantummaa seeraa kan kaabajisiisu mootummaa qofadha jechuun yaaduun dogongoradha.Olaantummaan seeraa akka kabajamuuf Mootummaan dirqama guddaa qaba.Mootummaan dirqama gama kanaan qabu mamii malee ba'uu qaba!Hawaasnis olaantummaan seeraa akka kabajamuuf waan gamasaatiin hojjetamuu qabu yerootti hojjechuutu irraa eegama. Hawaasni yakkamtoota of keessa dhoksuun,da'oo ta'u nagaa argachuu hin danda'u.Mootummaan olaantummaa seeraa kabajisiisuu dadhabes mootummaa ta'ee itti fufiinsa qabaachuu akka hin dandeenye beekamaadha. Kanaaf Mootummaanis,hawaasnis ofumaaf ...

ከጠ/ሚ ዶ/ር አቢይ አህመድ ጋር በትግርኛ ቋንቋ የተደረገ የቃለመጠይቅ

ምስል

Hidha Abbayyaatti guutinsi bishaanii marsaa jalqabaa xummurameera

ምስል
Finfinnee,Adoolessa 15/2012(TW) Hojiin Hidha haaromsaatti bishaan guutuu kan marsaa duraa akka xummurame qaamoleen gara garaa mirkaneessaa jiru Ameerikaatti Ambaasaaddar Itiyoophiyaa ta'uun tajaajilaa kan jiran Ambaasaaddar Fitsum Araggaa fuula Tuwiitara isaaniirratti baga gammaddan! jechuun dhaamsa dabarsaniin hojiin torban lamaan darban hidha Abbayyaatti bishaan guutuu akka raawwatame mirkaneessaniiru. Ambaasaaddar Fitsum akka jedhanitti gutiinsa bishaanii waggaa jalqabaa kanaan hidhi haaromsaa bishaan guutee irraan dhngala'aa jira. Waajjirri muummicha ministiraas odeeffannoo miidiyaawwan adda addaatiif kenneen hojiin hidha haaromsaa bishaan guutuu  haala milkaa'aadhaan akka xummurame mirkaneesseera. Miidiyaawwan Tigraay gamasaaniitiin Hidhi haaromsaa bishaan hin guutamne,karoorri torban lama keesatti bishaan guunna jechuun qabames hojiirra hin oolle jechuun gabaasaa kan jiran yammuu ta'u qondaaltoonni Naannoo Tigraay kan taayitaa irraa ari'amnii baqatan...

Gadaantummaan dhukkuba hamaadha!

ምስል
Yoo yaada moo’ataadhaan nama moo’achuu dadhabu arrabsoo roobsuudhaan injifachuuf yaaluun amala nama ilaalcha gadaantummaa suukaneessaa keessa jiruurti.Namni ilaalcha gadaantummaa qabu kaan moo’achuuf arrabsootti fiiga.Arrabsoodhaan moo’icha goonfachuun waan danda’amu itti fakkaateet dhama’aa oola.Nama gadi qiccee tuffiidhaan arrabsaa ooluun maal fida?”Maal haabaasuuf dhama raasu?” Waa’ee ilaalcha gadaantummaafi miidhaa inni qabu kaasuu kanan barbaade sababa malee miti.Obboleessa keenya Weellisaa Haabtaamuu Lamuu gorsuu barbaadeeni.Weellisaa Haabtaamuu Lamuu amma biyya Kaanaadaa bulchiinsa tokko keessa jiraata.Kana isumatu dubbate.”Qaanqee show” jechuun waan inni hojjechaa jiru daawwadheen yaada kana barreessuuf kaka’e. Haabtaamuun “Qaanqee show” jedhee hojjechuunsaa cubbuu hin qabu,waan gaarii godhe.Show kana irratti summii arrabsoo facaasuu dhiisee waan gaarii sabni irraa fayyadamu utuu hojjetee garuu galata daangaa hin qabne argata. Obboleessi keenya weellisaa Haabtaamuu Lam...

መንግስት በደምቢ ዶሎ በታገቱ ተማሪዎች ዙሪያ የደረሰበትን መረጃ በቅርቡ ለህዝብ ይፋ እንደሚያደርግ ገለጸ

ምስል
Finfinnee Caamsaa 18/2012(TW) ታግተው የነበሩ የደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎችን አጠቃላይ ዝርዝር ሁኔታ የሚያሳይ መረጃ በቅረቡ ለህዝቡ ይፋ እንደሚደረግ የጠቅላይ ሚኒስቴር ጽሕፈት ቤት አስታወቀ፡፡ በደንቢዶሎ ዩኒቨርሲቲ ግጭት መከሰቱን ተከትሎ ወደ ቤተሰቦቻቸው በመሄድ ላይ የነበሩ ተማሪዎች መታገታቸው ይታወሳል። እነዚህን ተማሪዎች ያሉበትን ሁኔታ የሚገመግም በፌዴራል ደረጃ በጠቅላይ ሚኒስትር የሚመራ ግብረ ሃይል ተቋቁሞ እየሰራ እንደሚገኝ የጠቅላይ ሚኒስቴር ጽሕፈት ቤት ፕሬስ ሴክሬታሪያት ኃላፊ አቶ ንጉሱ ጥላሁን ከአሃዱ ቲቬ ጋር በነበራቸው ቆይታ ተናግረዋል። ጉዳዩን በቅርበት እየተከታተልነው ነው ያሉት ሃላፊው፤ ጉዳዩን አስመልክቶ ለህብረተሰቡ መረጃውን ደረጃ በደረጃ መስጠት በሚገባ መልኩ ለመስጠት ቃል ብንገባም ሁኔታው ውስብስብ በመሆኑ ጊዜ ሊወስድ ችሏል ብለዋል። ጉዳዩ ውስብስብ ከመሆኑም በላይ በጉዳዩ ዘንድ ቀጥታም ሆነ በተዘዋዋሪ በርካታ ሰዎች የተሳተፉበት በመሆኑ ጊዜ ሊወስድ ችሏል ብለዋል አቶ ንግሱ። ከጉዳዩ ጋር ግንኙነት ያላቸው 28 ሰዎች መያዛቸውንም በመግለጽ። ለዚህም በማህበራዊ ድረ ገጽ የተሳሳተና ያልሆነ መረጃ ለህብረተሰቡ እየደረሰው ነው ያሉት አቶ ንጉሱ፤ “ታግቼ ነበር ተማሪ ነበርኩ ”ብለው በተለያየ መልኩ የቀረቡ ወደ 4 ያህል ተማሪዎች እንደተያዙ ጠቁመዋል። ከዚሁ ጋር ተያይዞ ጉዳዩን ለማድበስበስ የሞከሩም ተይዘዋል ብለዋል። በፌዴራል ደረጃ እንዲሁም በአማራ እና በኦሮሚያ ክልሎች የተቋቋመው ግብረ ሃይል ስራውን ሌት ተቀን እየተከታተለ እንደሚገኝ ገልጸው፤ ዝርዝርና የተሟላ መረጃውን በቅርቡ ለህዝቡ ይፋ እናደርጋለን ሲሉ ተናግረዋል። አቶ ንጉሱ በማከልም “እገታው እንዲከሰት ያቀዱ፣ ...

Dhimma Hidha Abbayyaa irratti Deeggarsi argamaa jira #GRD

ምስል
Finfinnee Caamsaa 13/2012(TW) Ajandaan guddichi Itiyoophiyaan amma irra jirtu hidha haaromsaa irratti kan xiyyeeffatedha.Abbayyaan dhimma ijoo Itiyoophiyaa ta'eera.Waa'ee walfalmii Gibtsiifi Itiyoophiyaa jidduu jiruu irratti sagaleen hawaasa idila Addunyaatis dhaga'amuu eegaleera. Haalli kun mudatuun dhugaa Itiyoophiyaan qabattee ittiin deemaa jirtuun injifannoo barbaadamu galmeessisuuf shoora ol'aanaa gumaacha. Gamtaan Awurooppaa ejjennoo Itiyoophiyaa akka deeggaru xalayaa tibbana muummicha ministiraa Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahmadiif barreesseen mirkaneesseera. Qondaalli Ameerikaa miseensa mana marii biyyattii ta'an Jeesii Jaaksanis dhimmi hidha haaromsaa mariidhaan fala argachuu qaba jechuun ejjennoosaanii ibsaniiru.Barreessaan dhaabbata mootummoota gamtoomanii Antooniyoo Gutareezis ibsa tibbana kennaniin dhimmichi akkaataa kallattii bara 2015 ALA'tti akka xummuramuuf dhaamaniiru. Hawaasni idila addunyaa kanneen birootis tarii of eeggannoo dippil...

Ofiin of balleessuu siyaasa keessaa

ምስል
Finfinnee Caamsaa 07/2012(TW) Hayyoonni siyaasaa tokko tokko ofumaan of balleessaa akka jiran beektuu? Afaan Ingliiziitiin ofiin of balleessuun ykn balleessanii baduun suicide jedhama. Namoonni ofumaan suicide ta'an akka jiran argaa jirra.Diina saba dararaa turetti firoomuun ykn sababa adda addaatiin michummaa uumuun rakkoo balleessanii baduuti. Waan kana gadi qabnee yoo ilaallu warri TPLF rakkoo hin qaban jechuudhaan jara taayitaatti cichitu sanaaf falmuun meedaallii kamiiniyyuu yoo ta'e saba Oromoo birattis ta'e saboota kanneen biroo biratti fudhatamummaa namaaf argamsiisuu hin danda'u. Amma ilmi obbo Garbaa Baqqalaan akkamitti Ummata Oromoo dura dhaabbata? TPLF qonnaan bulaa Oromoo lafa isaarraa buqqiseera.Oromoon naannawa magaalaa jiraatu maqaa investimantiifi misooma manneen jireenyaatiin lafasaarraa buqqa'uudhaan jireenya gadadoofi suukaneessaa keessa akka jiraatu taasiseera. TPLF Dargaggoonni Oromoo rasaasaan reebamanii akka du'aniifi Oromo...

Koronaa yoo of eegganne injifanna!of eeggachuu baannu ni duuna!

Finfinnee Caamsaa 04/2012(TW) Vaayirasiin koronaa addunyaa raasee rom’isiisaa jira.Biyyaalee addunyaa adda addaa keessatti namoonni kumaatama hedduun lakkaa’aman vaayirasii koronaatiin qabamuudhaan lubbuusaanii marartuu dhabaniiru. Sababa weereera vaayirasii kanaatiin abbaan du’ee haatiifi ijoolleen qofaatti hafaniiru,Lubbuun haadhaas darbuudhaan abbaafi ijoolleen qofaatti hafuuf dirqamuudhaan haala jireenyaa suukaneessaa keessa jiru,nama gaddisiisa. Vaayirasiin koronaa biyya keenya Itiyoophiyaattis yaaddessaa ta’aa jira.Hanga ammaatti Itiyoophiyaatti namoonni 250 vaayirasii koronaatiin qabamaniiru.Ministeerri fayyaa akka himetti kanneen keessaa namoonni 5 du’aniiru.Kan haala yaaddessaa keessatti argamus akka jiru odeeffannoon ministeerichi tibbana kenne mul’iseera. Tamsa’inni vaayirasii koronaa haala mijaawaa isaaf tolu argannaan daran babal’atee itti fufuunsaa hin oolu.Taateen guyyuutti mul’atuufi gabaasi qaamolee dhimmi isaan ilaallatuun ba’aa jirus kanuma mul’isa. Amma...