Obbosaanjoo baga milkooftan!

 




Oluseeguun Obbosaanjoo pireezidaantii Naayijeeriyaa kanaan duraaati.Amma naannawa gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Gamtaa Afrikaa ta'uudhaan tajaajilaa jiru.Waraanni Itiyoophiyaa kaabaa dhaabbatee nagaan akka bu'uuf carraaqqii hin qusatamne taasisaniiru.Dararamni isaan irra ga'e,arrabsoon itti roobsame hedduu ta'us dhuma irratti milkaa'aniiru.

Waliigalteen Nagaa Mootummaa Itiyoophiyaafi garee TPLF akka mallatteeffamuuf waahillan isaanii wajjin carraaqqiin taasisan bu'aa qabatamaa argamsiiseef.Baga milkaa'an.

Oluseeguun Obbosaanjoo'Itiyoophiyaan biyya guddoodha,akkuma biyya guddoo taatetti itti fufuu qabdi'jechuun dubbatan Galatoomaa Oluseeguun Obbosaanjoo!


አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman