Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliigaltee taasifame deeggare

 



Onk24, 2015

Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliigaltee nageenyaa kan deeggaru ta’uu ibse

Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliigaltee nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti mallatteeffame kan deeggaru ta’uu ibse.
Waliigaltichi barbaachisaa ta’uufi yaa’ichi kan deeggaru ta’uu Barreessaa olaanaan yaa’ichaa Lubni Taagaay Taaddalaa ibsa miidiyaaleef kennaniin himaniiru
Milkaa’ina waliigaltichaaf hundi akka tumsu waamicha dhiyeessaniiru.
Waliigalticha ilaalchisuun qaamoleen gama miidiyaa hawaasummaan ergaawwan hin barbaachifne tamsaasan gochaa isaaniirraa akka ofqusatan yaadachiisaniiru.
Ityoophiyaanonni, dhalattoonni Ityoophiyaafi michuuwwan ishee deeggarsa namoomaa akka taasisaniif waamicha dhiyeessaniiru.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ