ልጥፎች

ከሜይ, 2019 ልጥፎች በማሳየት ላይ

Shira diinagdee dura dhaabbachuutu fala fida

ምስል
Finfinnee Caamsaa 15/2011(Tolawaaq Waraii) Akka biyyaatti damee diinagdeetiin rakkoon diinagdee bal’aan akka jiru beekamaadha.Hanqinni sharafa alaa jiraachuun omishawwan biyya alaa irraa gara biyyaatti galfaman irratti gufuu ta’ee akka jiru kan hubachuu dadhabu waan jiru natti hin fakkaatu.Omishawwan biyya alaa irraa gatii sharafa alaatiin bitamanii galfaman dhabamuun,dhiyeessiin isaanii hanqachuun akka barbaadamutti dhabamuun sababa quubsaa qaba.Sharafni alaa gahaan waan hin jirreef akka barbaadamutti galchuun ykn. fichisiisuun hin danda’amne yoo jedhame fudhatama qaba,amansiisaadhasi. Kan nama hin amansiifne garuu omishi biyya keessatti oomishamu akka malee qaalawuusaati.Kuduraafi muduraan sababa maaliitiin humna bitachuu hawaasaatiin ol ta’a jedhamee yaadamaa?Qullubbiin adiinis ta’e diimaan biyya alaa irraa sharafa alaatin bitamee dhufaa?Xaafiin Itiyoophiyaan ittiin beekamtu sababa maaliitiin gatiinsaa akka malee dabale? Gatii qaalawaa omishi akaakuu adda addaa amma ittiin gur

በወቅታዊ ሀገራዊ አጀንዳዎች ላይ ጠቅላይ ሚኒስትር አብይ አህመድ በተገኙበት የተካሄደው ሙሉ ውይይት

ምስል

የኢቢሲ ዋና ሥራ አስፈጻሚ ከኃላፊነታቸው ለቀቁ

ምስል
ነባሩን የሕወሓት አመራር አባል አቶ ብርሃነ ኪዳነ ማርያምን ከሁለት ዓመት በፊት በመተካት የኢትዮጵያ ብሮድካስቲንግ ኮርፖሬሸን (ኢቢሲ) ዋና ሥራ አስፈጻሚ በመሆን ሲያገለግሉ የቆዩት አቶ ሥዩም መኮንን፣ ማክሰኞ ግንቦት 13 ቀን 2011 ዓ.ም. ከኃላፊነታቸው መልቀቃቸውን ለሠራተኞች አስታወቁ፡፡ አቶ ሥዩም ከኃላፊነታቸው መልቀቃቸውን ያሳወቁት የኮርፖሬሸኑን የዘጠኝ ወራት የሥራ አፈጻጸም አስመልክቶ፣ በኢትዮጵያ ሆቴል ከሠራተኞች ጋር ውይይት ካደረጉ በኋላ ነው፡፡ ከኃላፊነታቸው መልቀቃቸውን ሲገልጹ የስብሰባው ተሳታፊ የነበሩ ሠራተኞች በከፍተኛ ጭብጨባ የድጋፍ ይሁን ወይም የተቃውሞ ባይታወቅም ስሜታቸውን መግለጻቸውን ለማወቅ ተችሏል፡፡ አቶ ሥዩም ከተሾሙበት ወርኃ ነሐሴ መጨረሻ 2008 ዓ.ም. ጀምሮ ኮርፖሬሽኑን በዋና ሥራ አስፈጻሚነት ሲመሩ የተለያዩ ለውጦችን ማምጣታቸው ቢወሳም፣ በሌላ በኩል ደግሞ ተቃውሞዎች እንደነበሩባቸው ይነገራል፡፡ እሳቸው በሚዲያው ዘርፍ የተሻለ ዕውቀት ያላቸው መሆናቸውን አብረዋቸው የሠሩ ይመሰክሩላቸዋል፡፡ የአማራ መገናኛ ብዙኃን ቢሮ ኃላፊ፣ እንዲሁም በአማራ ክልል የደቡብ ወሎ ዞን አስተዳዳሪ ሆነው ሠርተዋል፡፡ ከጥቂት ጊዜ ወዲህ አቶ ሥዩም በሥራቸው ላይ ተፅዕኖ እንደሚደርስባቸው በሚያስታውቅ ሁኔታ አባል ለሆኑበት የፖለቲካ ድርጅት የአማራ ዴሞክራሲያዊ ፓርቲ (አዴፓ)፣ ከኃላፊነታቸው ለመልቀቅ በተለያዩ ጊዜያት ጥያቄ ማቅረባቸውን ምንጮች ይናገራሉ፡፡ ነገር ግን አቶ ሥዩም በፖለቲካ ድርጅታቸው ወይም በሌላ አካል ግፊት ይሁን ባይታወቅም፣ እስከ ግንቦት 13 ቀን 2011 ዓ.ም. ድረስ ሲመሩት የቆዩትን ኢቢሲ ኃላፊነት መልቀቃቸውን ያሳወቁ ቢሆንም፣ ዝርዝር ምክንያታቸውን ግን ከመግለጽ ተቆጥበዋል፡፡ ከአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ የ

Ergaa gurguddaa Ob.Leencoo Lataa Oromoo hundaaf dabarsan

ምስል
Finfinnee Caamsaa 14/2011(Tolawaaq Waarii) Siyaasa Oromoo keessatti yeroo hunda maqaa isaanii kan dha'amu Obbo Leencoo Lataa Oromoo hundaaf dhaamsa gurguddaa dabarsaniiru. =>Obbo Leencoon OBN'f ibsa kennaniin dorgommiin Oromoota jidduutti taasifamu dhaabbachuu qaba jedhan =>Itti gaafatama guddaatu nurra jira.Imaanaa biyya bulchuutu nurra jira. =>Akka durii rakkoo qofa kaasuun gaarii hin ta'u.Hegeree Saba Oromoo irratti wal dorgomuu hin qabnu! =>Xiyyeeffannoo ol'aanaan hiyyummaa keessaa ba'uurratti ta'uu qaba =>Waan hunda mootummaa irraa eeguun barbaachisaa miti.Ofiin hojjennee jijjiiramuudhaaf socho'uu qabna. => Hanga Oromoon hiyyumma keessaa hin baanetti Itiyoophiyaanis jireenya hiyyumma keessaa ba'uu hin dandeessu! =>Dafqinee waa horachuu irratti bobba'uu qabna =>Walfalmuufi waldiineeffachuun garaa garummaa akka qabu beekamuu qaba. =>Har'a walitti inaafuurra wal duukaa dhaabbachuutu nu baasa => Yoo caa

ባለሀብትና ቤተሰቦቻቸው የእስራት ቅጣት ተወሰነባቸው

ምስል
ፍርድ ቤት በመድፈር ወንጀል የታሰሩት ባለሀብትና ቤተሰቦቻቸው የእስራት ቅጣት ተወሰነባቸው ከንብረት ግዥና ሽያጭ ጋር በተያያዘ ከሥር ፍርድ ቤት እስከ ፌዴራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት ደርሶ የመጨረሻ ውሳኔ በተሰጠው መዝገብ ምክንያት፣ ዳኞችን በመስደብና በማንጓጠጣቸው ችሎት በመድፈር ወንጀል ግንቦት 5 ቀን 2011 ዓ.ም. ታስረው የነበሩት ባለሀብትና ቤተሰቦቻቸው ግንቦት 7 ቀን 2011 ዓ.ም. የእስራት ቅጣት ተወሰነባቸው፡፡ ቅጣት የተጣለባቸው ዶ/ር በዕውቀቱ ታደሰ፣ ወ/ሮ መሠረት በረደድ፣ ወ/ሮ ጥሩወርቅ በረደድ፣ አቶ ቴዎድሮስ በረደድ፣ አቶ ጊጋር በረደድና ወ/ሮ እናና መንግሥቴ ናቸው፡፡ ጥፋተኛ ሆነው የተገኙት ግለሰቦች ቅጣቱ የተጣለባቸው ዶ/ር በዕውቀቱ፣ አቶ ጌታቸው እሸቱ (ኢንጂነር) ከሚባሉ ግለሰብ ጋር በነበራቸው ክርክር በሰበር ሰሚው ችሎት ተሰይመው የመጨረሻ ውሳኔ የሰጡ ዳኞች ወደ ጽሕፈት ቤታቸው ሲመለሱ፣ ዶ/ር በዕውቀቱና ወ/ሮ መሠረት የተባሉት ግለሰቦች ‹‹እናንተ ሌቦች፣ በጉቦ ነው የወሰናችሁት›› በማለት መሳደባቸውን የቅጣት ውሳኔው ያሳያል፡፡ ሌሎቹ አራት ግለሰቦች ‹‹እውነት ነው ሌቦች ናችሁ›› በማለት ሁለቱን ተሳዳቢዎች በመደገፍ፣ የፍርድ ቤቱ ድጋፍ ሰጪ ሠራተኞች፣ ባለ ጉዳዮችና የችሎቱ ዳኞች በሚመለከቱበትና በሚሰሙበት ሁኔታ የችሎቱን ዳኞችና የፍርድ ቤቱን ክብር ማዋረዳቸውንም ውሳኔው ይገልጻል፡፡ የአገሪቱን የመጨረሻ ፍርድ ቤት በእጅጉ በሚያንጓጥጥና የችሎቱን ዳኞች ሞራል በሚነካ ሁኔታ፣ እንዲሁም የፍርድ ቤቱ ተገልጋይ ማኅበረሰብ በፍርድ ቤቶች ላይ እምነት እንዳይኖራቸውና በዳኞች ላይም ጥርጣሬ እንዲፈጠር ለማድረግ በማሰብ መሳደባቸውንም አክሏል፡፡ ዶ/ር  በዕውቀቱና ወ/ሮ መሠረት የተባሉት ግለሰቦች በተደጋጋሚ መሳደባ

Baacoo baaldii fi simbiraatiin wanti duubatti deebi'u hin jiru!

ምስል
Baacoo baaldii fi simbiraatiin wanti duubatti deebi'u hin jiru! Kiyyoo Diinaa Hin Seeninaa! Oromoon akka sabaatti waan keessa ture ni beekna. Xiqqaa guddaa keenyatu dahoo hunda keessatti roorroo fi gadadoo ulfaataa jala ture. Oromoo akaakuu maratu gidiraa Qilinxoo fi Maa'ikalaawwii dhamdhame. Amantiin adda nu hin foone. Islaama, Kiristaana, Waaqeffataa fi kan amntii hin qabnu hundatu waan Oromoo ta'eef fannifamaa, hidhanmaa fi kolaafamaa ture. Ogummaan adda nu hin baafne. Naggaadee, barsiisaa, injineera, ogeessa fayyaa, shufeera, qonnaan bulaa fi barataatu waliin gidiraa keessa ture. Gosummaan adda nu hin baafne. Boorana, Gujii, Arsii, Ituu, Karrayyuu, Tuulama, Macca, Walloo fi Humbannatu waliin ergarame. Tokkummaan qabsoofnee diina haga tulluu gahu cabsine. Tokkoomnaan ija bilisummaa agarre. Amma diinni tokkummaa keenya diiguuf kiyyoo qopheeffate. Tokko kiyyoo amantaati. Amantiin adda fooyee waliin nu cabsuu heda. Namoota Quraana fi Baayibilii ku