Dhaabbileen federaalaa 5 itti waamamni isaanii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatiif ta'an

Dhaabbileen federaalaa 5 itti waamamni isaanii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatif ta'uufi. Isaanis:- 
1. Eejansii Tajaajila Oduu Ityoophiyaa, 
2. Abbaa Taayitaa Broodkaastii Ityoophiyaa, 
3. Koorporeeshinii Broodkaastii Ityoophiyaa 
4. Koomiishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaafi
5. Eejansii Preessii Itiyoophiyaa.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)

Akkuma Kaleessaa Har’as Qormaatota Injifinnoon Ceenee, Harka Keenya Galataaf ni Bal’ifna