Hoji raawwachiistuuwwan mootummaa federaalaa haaraw
Hoji raawwachiistuuwwan mootummaa federaalaa haarawa
1. Ministeera Nageenyaa
2. Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa
3. Ministeera Maallaqaa
4. Abbaa Alangee Waliigalaa
5. Ministeera Qonnaa
6. Ministeera Daldalaa fi Indaastirii
7. Ministeera Galiiwwanii
8. Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii
9. Ministeera Geejibaa
10. Ministeera Misooma Magaalaa fi Koonistiraakshinii
11. Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii
12. Ministeera Albuudaa fi Inarjii
13. Ministeera Barnootaa
14. Ministeera Saayinsii Barnoota Ol'aanaa
15. Ministeera Fayyaa
16. Ministeera Dhimma Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggootaa
17. Ministeera Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa
18. Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii
19. Ministeera Dhimma Alaa
Ministeeronni kanaan dura turan, haaraa kanaan itti hin fufnes ni jiru.
Isaanis;
1. Ministeera Dhimma Federaalaa fi Horsiisee Bulaa- Ministeera Nageenyaa jalatti hammatameera.
2. Waajjira Dhimmoota Koominikeeshinii Federaalaa- Waajjira Muummee Ministiraatti Sakreetaariyaatii Preesii jalatti hammatame.
3. Ministeera Ispoortii fi Dargaggoo- Ministeera Dhimma Dubartootaa, Daa'immanii fi Dargaggootaa.
4. Ministeera Daldalaa fi Indaastirii- walitti makaman.
5. Ministeera Misooma Magaalaa fi Manneenii- Ministeera Koonistiraakshiniitin walitti makameera.
አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ