Muudamtoota fur

Muuummichi ministiraa Dooktar Abiy Ahmad har'a Itti gaafatamtoota sadarkaa Federaalaa afuriif muudama kennan

Muummeen ministira FDRI Dooktar Abiy Ahmad Itti Gaaftamatoota sadarkaa fedraalaf muudama laatan.

Haaluma kanaan;

1.Obbo Binnaalf Andu’aalem:- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Olaanaa Giddu gala Ijaarsa Sirna Dimokiraasii 

2.Obbo Mallas Alamuu:- Sadarkaa Ministiraatti itti Aanaa Qindeessaa Olaanaa Giddu gala Ijaarsa Sirna Dimokiraasii 

3.Obbo Tamsageen Xirunaa:- Ministira Gorsaa Dhimma Nageenya Biyyaalessaa Muummicha Ministiraa

4.Obbo Dassee Daalkee:- Sadarkaa ministiraatti Gorsaa Qonnaa fi Jallisii Muummicha ministiraa ta’uun muudamaniiru.


Muudamni kenname qophaa’ummaa barnootaa fi gahuumsa gaggeessumma giddu galeessa kan godhate ta’uu odeeffannoon waajjira Muummee ministiraa arganne ni mul’isa

አስተያየቶች