Fedha ofii guuttachuu

Haala mijaawaadhaan qaawwa barbaaddachuu
Itti qophaa’uudhaan waan yaadan dubbachuu
Achumaan tooftaadhaan dhaamsa dabarfachuu!
Tooftaa gaddeemtotaa kan dhiphootaa kana
Callifnee hin ilaallu cimsinee qolanna!
Bakka bakka jiru kanneen akkanaa kun
Waan toluuf argannaan duubatti hin deebi’an.
Kanaaf yaalammiikoo dhugaa kana beekuun
Seecca’uudhaan baasi dhiphoota of keessaa
Saaxiluudhaan baasi seeratti dhiyeessi
Yoo calliftee dhiifte sodaateeti jedhanii
Qaawwa argachuudhaan haalli yoo mijaa’eef
Mataatti ol siba’u isaan safuu hin beekan!

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......