Miidhama Magaalaa Kaabul

Mudannoonsaa har'a ganamadha.Magaalaa gudditti Afgaaniistaan Kaabul keessatti balaa dhooyinsaatu mudate.

Balaa kanaan Namoonni 28 kan ajjeefaman yammuu ta'u 329 ammoo madaa'aniiru.Afgaanitti garee hidhataa Taalibaan jedhamuun wanti akkanaa akka deddeebi'u dhaga'amaa ture.Dubbisa dabalataa


አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

Nuu jiraadhu Oromiyaa!!

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......