dhaabbilee shororkaan mogga'anirraa moggaasichi ka'uufi
Addis Ababaa/Finfinnee Waxabajjii 27 bara 2010: Dr. Abiy Ahmad dhaabbilee shororkaan mogga'anirraa moggaasicha kaasisuu fi dhiifama kennisiisuuf mana mareetti ni argamuun eegama
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa baajata
bara 2011 raggaasisuu fi dhaabbilee shororkeessummaan mogga'an irraa
maqicha kaasuuf walga'a.
Manni marichaa booru baajata bara 2011 irratti bal'inaan ni mari'ata jedhameet eegama.
Manni Maree Ministirootaa dhaabbilee siyaasaa shororkeessummaan
mogga'an irraa maqichi akka ka'u Waxabajjii 23,2010 murteessun isaa ni
yaadatama.
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataas gaaffii dhiyaaten moggaasa shororkaa Adda Bilisummaa Oromoo, Adda Bilisummaa Biyyoolessaa Ogaadeenii fi Ginboot 7 ni kaasan eegama.
Manni marichaa waggaa 7n dura ture dhaabbilee kanneen dabalatee Alqaayidaas shororkeessummaadhan kan moggaase.
Muummee ministiraa Dooktar Abiyyis baajanni bara 2011 fi dhiifamichi yammuu ragga'u; Waxabajjii 29,2010 argamuun bsa ni laatun eegama.
Maddi:FBC

አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ