Hirmaannaan keessan haacimu!

Hordoftoota fuula kanaa akkam jirtan?Dubbisoonni fuula kanaa biyya Ameerikaafi Itiyoophiyaa keessatti baayi'aan akka jiran hubadheera.Waanan ofiif barreessus ta'e maddawwan adda addaa irraa argadhu isiniif dhiyeessuuf cimeen hojjedha.kanas gochuu akkan danda'uuf dhimmicha sirritti xiinxaluudhaan murteesseera.Isin gama keessaniin  Afaan Oromoo Amaaraafi Ingiliiziitiin waanan gochuu qabuufi gorsa keessan naaf ergaa.Iddoo comment jedhutti afaanota sadeen kanaan kan dandeessaniin jechuukooti,nadhaqqaba,waanan sirreessuu qabuufi waan ida'amuu qabu natti himaa.Barumasaatikaa, teeknooloojii baraatti fayyadamuudhaan beekumsaan walijaarra!Fayyaa ta'aa

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ