ልጥፎች

ከኦገስት, 2022 ልጥፎች በማሳየት ላይ

“አይናችሁን ጨፍኑና ላሞኛችሁ” የትህነግ ባዶ ስልት

ምስል
    ሁሉም የትግራይ ህዝብ ህወሀት ነው ብላ በመመፃደቅ የምትታወቀው ትህነግ  እስከነ አካቴው የመጥፊያ ጊዜዋን በማፋጠን ላይ ትገኛለች ⵆ ከነሃሴ 18 2014 ዓ.ም ጀምሮ በትዕቢት ተወጥራ በአማራና አፋር ክልል አካባቢዎች ላይ  ሶስተኛ ዙር ወረራ ፈፅማለች የአሁኑ ወረራዋ የመጥፊያዋ ጊዜ እጅግ በጣም የቀረበ መሆኑ እርግጥ የሆነበት ነው ፡፡ ትናንትም ሆነ ዛሬ የትህነግ የውጊያ ስልት የታወቀ ነው፡፡ዘመኑ ያለፈበትን የውጊያ ስልት የሕዝብ ማዕበል በመጠቀም አንድን አካባቢ እንደ አንበጣ መውረርና ሳር ቅጠሉን ማውደም ነው፡፡ይህ ኋላቀር የውጊያ ስልት በባህሪው በማዕበል የመጣውን ህዝብ በዘመናዊ የጦር መሳሪያ በቀላሉ የሚያስፈጅ በመሆኑ ጦርነትን ለማሸነፍ የሚያስችል አይደለም ፡፡ ለ 47 ዓመታት የትግራይን ህዝብ ለጦርነት እሳት እየማገደች የምትገኘው ትህነግ በህይወት ዘመኗ የተካነችበት አንድ ህዝብ የማሸበሪያ ዘዴ አላት፡፡አባሎቿን በለማኝነት፣ በቆራሌነት፣ በተፈናቃይነት …. ስም እያደራጀች ወደ ከተሞችና የገጠር መንደሮች በመላክ ህዝብን ታሳስታለች ታሸብራለች ፡፡ሞራልም፣ ህግም፣ትዝብትም፣ይሉኝታም ስለማይገዛት ያዋጣኛል የምትለውን የሀሰት ወሬ ታሰራጫለች ፡፡በዚህም ተጠቃሚ ሆኗለች፡፡ ከአሁን በኅላ በለመደችው ስልት የመቀጠል ዕድል ግን የላትም አብቅቶላታል ምናልባት ጭቂት ቀናት ብቻ ቀርተው ይሆናል የሶስተኛ ዙር ወረራዋን ከፈፀመች በጥቂት ቀናት ውስጥ ሰላም እንደምትፈልግ በአፈ ቀላጤዋ   ጌታቸው ረዳ በኩል ትናንት ለፍፋለች ይህም ለጥቂት ጊዜ ያቀየኝ ይሆናል ብላ የዘየደችው ሊሆን ይችላል ትህነግ ተገለባባጭ ...

Gootichi Raayyaa Ittisa Biyyaa birmadummaa biyyaa akka tiksuuf dirqama ummattoonni Itiyoophiyaa itti kennaan xiyyeeffannoo guddaan raawwachaa jira – Raayyaa Ittisa Biyyaa.

ምስል
Gareen Shororkeessaa TPLF Daa’immanii fi Dargaggoota Tigiraayi dambaliin hiriirsisee ficcisisuu, biyyi ani hin bulchine , saamnee diigamuu qabdi jechuun amala diinummaa garichaa akka ta’e kan yaadatamudha. Gootichi Raayyaa Ittisa Biyyaa bakka bu’aa lammiilee Itiyoophiyaa Miiliyoona 100 fi 20 oliif waan ta’eef, loltuu saayinsii loltummaa qixaan hojirra oolchu, akka garee shororkeessaa kanatti dhumaati Daa’imman Tigiraayi kan hin barbaadne fi Daa’imman kanneen bararuuf dirqamni kan itti dhaga’amuu goota safuufi seera beekudha. Gareen shororkeessaa TPLF tooftaa waraanaa dulloomaa waraanaa Addunyaa tokkoffaarratti damballii ummataa hirmaachisuun wal waraansa turetti fayyadamuun daa’immannii fi dargaggootaa ficisisuuf garee safuu fi seera hin qabne ta’uu kan agarsiisuu waraanaa saayinsii loltummaa ammayyaan leenji’ee meeshaalee waraanaa ammayyawwa ta’ee hidhate waliin wal waraanuuf garichi umrii isaa dheerefachuuf lammiisaarratti garaa jabeenyummaa daangaa darbee kan qabu ta’uun ummata Tig...

Yaadi Media:Dr.Injinar Silashii Baqqala waan Heermeellaa Aragaawiitti hi...

ምስል

Waamicha mootummaa Itiyoophiyaa

ምስል
  Mootummaan Itiyoophiyaa garee shororkeessaa Naannoo Tigraay waayyaannee irratti hawaasni idil addunyaa dhiibbaa akka taasisuuf gaafateera.Hawaasni idil addunyaa garee hattuu omisha boba'aa kana wajjin mootummaa Itiyoophiyaa walitti qabee waraana dhaabaa jechuun sirrii miti jedheera.Tajaajilli komunikeeshinii mootummaa ibsa Har'a waaree booda baaseen wayyaaneedhaaf carraan nagaa baay'een kennameera,garuu adabachuu hin dandeenye jedheera.Humna loltummaa wayyaanee filataman irratti tarkaanfiin cimaan akka fudhatamus hubachiiseera.Waraanni garee shororkeessaa wayyaaneedhaan eegalame hatattamaan hin dhaabbatu taanaan mootummaan Itiyoophiyaa dirqama birmadummaa eegsisuuf qabuun tarkaanfii kamiyyuu akka fudhatu hubachiiseera.Mootummaan Itiyoophiyaa ergaa jiraattoota Naannoo Tigraayiif dabarseenis iddoo jiddu gala loltummaafi meeshaaleen waraanaa itti kuufaman irraa akka fagaatuufis hubachiiseera.Kun kanaan utuu jiruu wayyaaneen Maqaleen xiyaaraan rukutamtee jirti jechuun wacaa...

Itiyoophiyaan qabeenya boba'aa dilbii akka qabdu mirkanaa'e

ምስል
  Itiyoophiyaan badhaadhuuf abdii qabatamaa qabdi.Qabeenya boba'aafi gaazii hedduu hammentaan himamee hin dhumne akka qabdu ragaan mul'isu ministira albuudaa Obbo Taakkala Uumaatti kennameera.Kubbaaniyyaan biyya alaa qabeenyi dilbiin Boba'aafi Gaaziin naannoo Sumaalee akka jiru mirkaneessuuf qorachaa ture sanada qopheesse ministeera albuudaatti argamuudhaan Obbo Taakkala Uumaatti kenneera.Keenya oluma malee akka ergamtoota diinaa gadi dhundhuluun hin jiru.Ministirri albuudaa obbo Taakkala Uumaa ergaa dhimma kana ilaalchisuun karaa weeb saayitii hawaasummaa fb isaaniin dabarsaniin hammeentaan qabeenyaa kanaan dura ni jira jechuun tilmaamne dachaa ta'ee akka jiru mirkanaa'era jedhan.Baga gammddan!

Waa’ee Finfinnee seenaan hin dagatu-Kutaa 2ffaa

ምስል
  Hagayya 19,2014 Finfinnee(TW) Daawud Ibsaa murtee ummata Oromoo fayyadu maalif balaaleeffate?Daangaan bulchiinsaa Finfinneefi godina addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee adda baafamee beekamuun Ummata Oromoo hin fayyaduu?Daawud Ibsaa eenyu innii?Barreeffama kutaa 2ffaa dhimma Finfinnee irratti xiyyeeffatu kanaan gaaffilee kanaaf deebii kennuudhaanin jalqaba. Jalqaba irratti gaaffii eenyummaa obbo Daawudiifi aantummaa isaa haa ilaallu.Daawud Ibsaa maqaan ijoollummaa Fireew akka ta’e isumatu dubbate gaaffiifi deebii miidiyaawwan adda addaa irratti kanaan dura taasise irratti haqa kana himeera.Iccitiisaa isumatu hurufa irratti bittinneesse.Erga inni dhugaa kana himee booda Fireew Maashoo akka jedhamu dubbatamaa ture.Daawud Ibsaa maqaa qabsooti jedhe.Kanaaf namtichi kun Tigree ta’uu hin oolu jechuudhaan shakkuudhaan bira dabarre. Gochi inni raawwatu ammoo kan wayyaanee deeggaru ta’uusaa mirkaneeffannaan namtichi Tigrree ta’uun mamsiisaa akka hin taane hubatame.Daawud Ibsaa Tigreed...